Aliyad Abdo Official

Description
Asirraa kanneen armaan gadii argattu

☑️Walaloo
☑️ Oduuf odeeffannoo tokko tokko
☑️ Seenessa garaa garaa


Created November 16/ 2021
Nu qunnamuuf
👇👇👇👇
@Sabaa_Ifaa
Advertising
We recommend to visit

Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !

My Channel Link
https://t.me/Baadshah

For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah

Last updated 3 days, 11 hours ago

Telegram irraa qarshii argachuuf link kana fayyadamaa.

https://telega.io/?r=l9NDCHx-

Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot

Last updated 2 months, 2 weeks ago

Kaayyoon chanali kanaa faarfannaa haaraa fi kan durii isin biraan ga'uudhaafi
Dabalataan seenaalee garaa garaa isin biraan ga'uf
@Burqaa43

Last updated 1 year, 1 month ago

3 months ago

#Gammachuu….

Jibbaa namaatii fi Inaaffaadhaaf bakka hin qabdu taanaan, gammachuu irraa walakkaa dhaaltee jirta….! Akkasuma Namaaf gaarii yaadda, gaariis namaaf hawwita taanaan immoo walakkaa hafte itti guuttachuudhaan gammachuu guutuu dhaaltee jirta.!?

Rabbiin keessa keenya haa qulqulleessu!?

3 months, 1 week ago

[Mana kana tuquun waan keessa jiru ilaalaa?

┏┓
┃┃╱╲
┃╱╱╲╲
╱╱╭╮╲╲
▔▏┗┛▕▔
╱▔▔▔▔▔▔▔▔▔▔  ╲
         ωєℓ¢σмє
╱╱┏┳┓╭╮┏┳┓ ╲╲
▔▏┗┻  ┃┃┗┻┛

Hub:- Namoota umriin keessan 18+ ? tahe qofa](https://t.me/addlist/MKlxfDnbCMJiNjI0)

Wave 10K+ channel

+Add your channel+

3 months, 1 week ago

'Gaararra ba'ee jiraachuu dhabus, Gaararraa ta'ee hin jiraadhu. Ol ka'uu fi ol ba'uun hirkoo garagaraa na gaafata. Of ta'uun garuu murtoo mataa koo qofa na gaafata!

3 months, 1 week ago

Galgalaan qarmii naa buutee
Halkaniin gaara geessitaa
Jaalalaan qalbii na fuutee
Akkamiin narraa dheessitaa?

Namooteef narraa bubbultee
Jabeessiteetta deemsakoo
Aalbee jaalalaan murmurtee
Madeessiteetta keessakoo

Aada jaalalaan nahiitee
Gara keetti naharkistee
Yaada halaalaan namiitee
Bara keetti narakkistee

Deemuun kankee kan hin hafne
Xiyya keetiin nawaraantee
Dheebuu keetiifan hin rafnee
Maal yoo dhuftee nawal'aantee

Halaalaa nadhii calaltee
Bar cuunfaa keenya mooteettaa
Jaalalaaf gatii kaffaltee
Kan dhuunfaakee nagooteettaa

3 months, 2 weeks ago
Aliyad Abdo Official
3 months, 2 weeks ago
Seerri biyya keenyaa yoo namoota gara-jabummaan …

Seerri biyya keenyaa yoo namoota gara-jabummaan isaanii bineensaa ol ta'e, kan sheexannillee gocha isaanii kanaan rifatu murtee du-aa itti kennee hawaasa bal'aa duratti fannisee yookiin lilmoon ajjeesee hin agarsiisin gochi akkas bor iftaanis itti fufa. Sababni isaa daa'imman kichuun gudedamanii ajje*famaa yakkamaan waggaa 25n qofti itti murtaa'ee mana sirreessaatti ciisee qallabama. Maatiif gudaannisa bara baraati. Kanaafu kabajamtuu pirezdaantii Saalawarqi murtee akkasii kana osoo yeroo kennamu mallatteessanii silaa bineensotni akkasii irraa baratu.
Isin maal jettu?

5 months, 4 weeks ago

Channel bitachuu warreen barbaaddan qofaaf

Channel
???
4000 subscribe 1000 birr
1000 subscribe. 400 birr
1500 subscribe. 600 birr

Akkasumas
Group
??
2500 member 500 birr
1500 member 350 birr
1300 member 300 birr

Warreen bitachuu barbaaddan

Username @abduu_king
Dubbisaa ??

Gatii bareedaadhaan isiniif
Ni gurguraa

Akkasumas warreen group member isii 5k olii qabdan gatii bareedaan isinirraa bitanna

Channel subscribe 5k olii warreen qabdaniis isin irraa bitanna

Promotion warreen barbaaddan isiniif hojjenna
@Abduu_king
@Abduu_king
@Abduu_king

??Galatoomaa??

https://t.me/bittaaf_gurgurtaa_channel

6 months ago

Falmii arraba dheeraan
har'a argattus gatii
hin nyaatin maqaa seeraa
#bor_naman_taatu_atii
~
akka feetes dubbattee
hirattus kankee bu'aa
hunda kudhaaman se'in
dirattee callee du'aa
~
harkis yookaan diriirtee
yookaan immoo naafattii
arrabni har'a sobde
bor seenaaf si gaafattii

6 months ago

Jechoonni akka sanyiiti. Garuu lafa irratti osoo hin ta'in laphee keessatti biqilu. Kanaafuu waan facaafattu xiinxali. Waan dubbattus ilaali. Guyyaa tokko waan har'a facaafattu deebitee nyaachuu dandeessa waan ta'eef

6 months ago

**Namni boqqolloo waaduu
Jirma golaa hin bobeessuu
Namni qoccolloo yaaduu
Dhimma tolaa hin odeessuu

Dhagaatuu gola ijaaraa
Dhimmakeef dhagaa cabsi
Nagaatuu lola caalaa!
Biyyakeef nagaa labsi

Arraba nagaa labsu nuuf kenni.**

We recommend to visit

Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !

My Channel Link
https://t.me/Baadshah

For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah

Last updated 3 days, 11 hours ago

Telegram irraa qarshii argachuuf link kana fayyadamaa.

https://telega.io/?r=l9NDCHx-

Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot

Last updated 2 months, 2 weeks ago

Kaayyoon chanali kanaa faarfannaa haaraa fi kan durii isin biraan ga'uudhaafi
Dabalataan seenaalee garaa garaa isin biraan ga'uf
@Burqaa43

Last updated 1 year, 1 month ago