Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !
My Channel Link
https://t.me/Baadshah
For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah
Last updated hace 3 días, 5 horas
Telegram irraa qarshii argachuuf link kana fayyadamaa.
https://telega.io/?r=l9NDCHx-
Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot
Last updated hace 2 meses, 1 semana
Kaayyoon chanali kanaa faarfannaa haaraa fi kan durii isin biraan ga'uudhaafi
Dabalataan seenaalee garaa garaa isin biraan ga'uf
@Burqaa43
Last updated hace 1 año, 1 mes
Jechoota barsiisoo fi namoota barsiisuu danda'an keessaan nuuf ergaa!
#Hin_Gaabbiin...!
Yeroo tokko tokko wantoota hin barnaachifne hojjenna. Yeroo tokko tokko immoo wantoota barbaachisoo yeroo isaa malee tahan hojjenna! Waan barbaachisaa yeroo isaa malee ta'es waan hojjechuu hin qabnes haa tahu, waan darbe kamittiyyuu hin gaabbiin! Gaabbiin gufuu milkaa'inaati. Kanaaf hin gaabbiin ! Xiyyeeffannoo Kee waan hojjechuu dandeessu irratti malee, waan hojjetame irratti hin xiyyeeffatiin!
OGUMMAA IRRAA KAN BARATU OGEESSA TAHA!
Gaarummaa caalaa gidiraatu jireenya kee murteessaa!
#Yaa_Lubbuu_koo!
....
?Homaa sodaachuu hin qabu!
?Dhimma namaa caala ofii koo irratti xiyyeeffachuun qaba!
?Sammuun lafa taahuu caala wanti ulfaataan hin jiru.
?Kitaabota yeroo hundumaa dubbisuu qabda.
?Waan gaarii danda'u; Afaaniin gorsa, nama simachuu, maallaqaan nama gargaaruu,
?Nama beekamaa fi maqaa hin qabne ija tokkoon ilaaluu. Nama hundumaa kabajuu
?Goota homaa hin sodaanne ta'uun qaba.
Ogummaa irraa Kan baratu ogeessa ta'a !
Jireenyi ulfaataadha, yookaan salphaadha jechuun Ni danda'ama. Maal jechuudha? Jireenyi salphaadha yookaan ulfaataadha jechuun jireenyi akkuma ati goote ta'a! Yoo ati rakkoo, dhiphinaaf, hir'uuf bakka kennite Ni ulfaata! Waan qabdu, waan argachuu dandeessu, muldhata kee irratti yoo xiyyeeffatte immoo salphaadha!
Jireenyi akka ati gootu waan ta'uuf jireenyi akka salphatuuf, waan gaarii qabdu Irratti xiyyeeffadhu!
Design yourself!
Ogummaa irraa Kan baratu ogeessa ta'a!
???
Free and.trusted Airdrop channel
Jechoota Beektotaa!
....
“Yeroo dhuma seenaa sanaa geenyu, amma caalaa waan beektu...” – Hans Christian Andersen, The Snow Queen
“Jireenya keessatti wanti hunda caalaa barbaachisaa ta’e ‘hawwadha’ jechuu dhiisanii ‘ni nan hawwa’ jechuu jalqabuudha. Waan hin danda’amne tokkollee hin ilaalin sana booda carraawwan akka carraatti ilaali.” -Chaarlis Diikeens
“Akka waan bara baraan jiraattutti baradhu, boru akka duututti jiraadhu.” — Mahaatmaa Gaandii
''Yeroo carraa fudhannu, yeroo jireenyi keenya fooyya'u qofa. Balaan jalqabaa fi baay’ee ulfaataa ta’e fudhachuu qabnu amanamoo ta’uudha. —Waaltar Anderson
“Abjuun keenya hundi dhugoomuu kan danda’u yoo hamilee hordofnu qabaanne.”- Walt Disney
Adaraa of jala akka hin dabarsine!
.......
Chaanelii bituu warri barbaaddan keessan na dubbisaa!?
@Abdiurgesa
Bilbila 0921201392 na quunnmaa!
5.3k members
Gatii: Walii galteen
Barnoota Xiinsammuu barsiisaa Kan ture!
Namichi hiyyeessi tokko Budahaaa akkas jedhee gaafate:
"Maaliifan hiyyeessa ta'e?"
Budahaa: “Ati gonkumaa kennuu hin beektu''
Namichi hiyyeessi sunis akkana jedhe:
"Waan kennu yoon hin qabaanne hoo?"
Budahaanis akkas jedhee deebiseef: "Wantoonni ati hin hubanne tokko tokko jiru."
?Fuula kee: Kolfa kee kennuu dandeessa.
? Afaan: Namoota faarsuun ykn jajjabeessuun ni danda'ama.
❤️Onnee: Jaalala kennuu dandeessa.
?Ija: Namoota gaarummaadhan ilaaluu dandeessa.
Qaama:- Nama gargaaruuf si tajaajila.
Kun nama gargaaruuf gahaadha!
Kan hin qabne osoo hin taane waan qabdutu caala waan ta'eef dursii kennuu baradhu.
Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !
My Channel Link
https://t.me/Baadshah
For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah
Last updated hace 3 días, 5 horas
Telegram irraa qarshii argachuuf link kana fayyadamaa.
https://telega.io/?r=l9NDCHx-
Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot
Last updated hace 2 meses, 1 semana
Kaayyoon chanali kanaa faarfannaa haaraa fi kan durii isin biraan ga'uudhaafi
Dabalataan seenaalee garaa garaa isin biraan ga'uf
@Burqaa43
Last updated hace 1 año, 1 mes