Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !
My Channel Link
https://t.me/Baadshah
For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah
Last updated 3 days, 11 hours ago
Telegram irraa qarshii argachuuf link kana fayyadamaa.
https://telega.io/?r=l9NDCHx-
Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot
Last updated 2 months, 2 weeks ago
Kaayyoon chanali kanaa faarfannaa haaraa fi kan durii isin biraan ga'uudhaafi
Dabalataan seenaalee garaa garaa isin biraan ga'uf
@Burqaa43
Last updated 1 year, 1 month ago
Namoonni #Ton gurguraa qabdan keessaan @AbdiiBiyyaa dubbisaa!!
Gatii madaalawaadhaan isin irraa bituu dandeenya!!
MONORIX
ODUU GAMMACHIISAA
●Carraa kana fayyadamaa●●
●●●●●●●●●●●●●●●●●●●●●
KAROORAA MONORIX GUYYA HARDHAA IFOOMSAAN✅
➮Monorix guyyaa hardhaa galgala kana akka sa'aatii biyya keenyaatti 3 irratti coin sassaabuun ni dhaabbatu.
➮Har'aa kaasee hanga August 10tti Wallet Connect godhuun bakka token keessan itti baafattan ni godhama.
➮Token August 11 irraa eegalee ni raabsama.
➮August 29 bybit, okx, binance irratti Pre-market ni jalqaba jedhamee jira.
➮Hanga halkan sa'aatii saditti carraa qabdu earn bakka jedhu seenuun task qofa hojjachuun coin 4,000,000 ol walitti qabachuu dandeessu
kanaafuu hojii kana
namoonni hin jalqabne ammuma jalqabaa task bakka jedhu xuqaa daqiiqaawwan hafan kanatti fayyadamaa gamna ta'aa
Jalqabaa??????
https://t.me/monorixbot?start=480700549
???????
Join&Forward @Kennaapost
Telegram
monorix
Monorix
t.me/muskempire_bot/game?startapp=hero480700549
?Play with me, grow your startup.
? +5k coins as your first gift
? +25k coins if you have Telegram Premium
Telegram
X Empire
Build your own empire!
N I Y Y A A
♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡
Hojiin keenya kamuu yoo niyyaan tole qofa nu fayyada; yoo kana hin taane balaa guddaadha:
Deeds are by intentions إنما الأعمال بالنيات
Umar bin Al-Khaxxaab irraa odeeffamee رضي الله عنه ni jedhe: Ergamaa Rabbiitii صلى الله عليه وسلم akkana jedhanuun dhaga'e:
إِنَّمَا الْأَعْمَالُ بِالنِّيَّاتِ وَإِنَّمَا لِكُلِّ امْرِئٍ مَا نَوَى فَمَنْ كَانَتْ هِجْرَتُهُ إِلَى اللَّهِ وَرَسُولِهِ فَهِجْرَتُهُ إِلَى اللَّهِ وَرَسُولِهِ وَمَنْ كَانَتْ هِجْرَتُهُ لِدُنْيَا يُصِيبُهَا أَوِ امْرَأَةٍ يَنْكِحُهَا فَهِجْرَتُهُ إِلَى مَا هَاجَرَ إِلَيْهِ
"Hojiin kamuu sirrii ta'ee kan argamu niyyaadhaani. Nama hundaafuu wanta inni niyyatetu jira. Namni godaansi isaa (niyyaadhaan) gara Rabbiifi Ergamaa isaa ta'e, godaansi isaa (mindaadhaanis) garuma Rabbiitiifi Ergamaa Isaati. Namni godaansi isaa gara addunyaa ishee argatuu yookiin dubartii ishee fuudhuu taate godaansi isaa (mindaadhaanis) garuma waan itti godaaneeti."
Hadiisicha Bukhaariifi Muslimtu gabaasan.
Waan hadiisicha irraa fudhatamu
1. Dalagaan tokko fayyaa ta'ee argamuufi baduun isaa niyyaa irratti hundaa'a.
2. Dalagaan heeyyamamaa tae kamiyyuu niyyaa gaariidhaan yoo dalagame ibaadaa ni ta'a.
3. Namni Muslimaa dalagaa hunda keessatti niyyaa isaa sirreeffatee (jaalala Rabbii barbaachaaf) dalaguu barbaachisa.
4. Niyyaan dalagaa kamiifuu ulaagaa isa bu'uuraati. Garuu daangaa dabree ittiin shayxaanni nama seenuu hin qabu.
5. Niyyaan bakki ishee qalbiidha; kanaafuu afaaniin ishee jedhuun bida'aa dha. Kan imaam As-shaafi'iin salaata jalqaba irratti ni jedhama jedhaniiruun irraa odeeffamu kijiba malee isaan eessattuu hin jenne.
6. Nama argisiifachuufi dhageessisiifachuu irraa eeggachuun dirqama. Akkasumas hojii mindaan Rabbii ittiin barbaadamu addunyaaf jecha dalaguu irraa eeggachuun barbaachisaadha. Sababni isaas kun hundinuu badii guddaa ta'a.
7. Dalagaa qalbiitti bakka guddaa kennuu qabna.
8. Godaansi dalagaa guddaa ta'uu hubanna.
Hubannoo Walii galii galaa
Hadiisni kun Islaama keessatti seera bu'uuraa guddaa ta'e of keessaa qaba. Innis niyyaa yoo ta'u, madaalli dalagaa isa irratti hundaa'a. Niyyaa bakka lamatti qooduun ni danda'ama. Isaanis: Ikhlaasaafi niyyaa dalagaa ittiin adda baasanuudha. Ikhlaasa jechuun waan dalaganuun mindaa Rabbiin biraa barbaadanii dalaguudha.
Namni ikhlaasa qabu akka wanti Rabbiin biraa hunda irra caalu sirriitti beeka. Kanaafuu bu'aa addunyaa barbaachaaf jecha dalagaa khayrii hin dalagu. Wanti uumama biraa akka baduufi kan Rabbii hafaa akka ta'e ni beeka. Rabbiin ni jedhe: "Wanti isin biraa ni dhuma. Wanti Rabbiin biraa immoo hafaadha. Isaan obsaniif mindaa isaanii irra gaarii waan isaan dalagaa turaniitiin isaan mindeessina" (An-nahl: 96).
Namni kana beeke immoo hojiin isaa hundinuu kabajaa nama biraa barbaacha ta'uu bira tarti; akkasumas faayidaa duuniyaa duubatti dhiifti. Fedhii lubbuutiin deemuu irraas ni duroomti. Sawaabuma Rabbii barbaacha qofaaf jecha hojjata. Rabbiin ni jedhe: "Nama (duniyaa) jerjertuu taate kana fedhu, ishee keessatti nama feeneef waan feene jerjersina. Ergasii Ibidda jahannam arrabsamaa, darbamaa ta’ee kan seenu isaaf goona. Nama Aakhiraa fedhee haala dhugoomsee jiruun hojii ishee isiif hojjate, warra san hojiin isaanii galateeffatamaa ta’eera" (Al-israa'i:18-19).
Yoo niyyaan inni kun bade hojichi guutummaan guutuutti ni bada. Walumaa galatti hanqinni ikhlaasaa hojii diinii hunda ni jeeqa. Kanaafuu Rabbiin sodaannee fuula isaa barbaachaaf qofa haa dalagnu.
Niyyaan inni lammaffaa immoo gosa hojii adda baasuuf tajaajila. Fakkeenyaaf salaata sunnaafi waajiba adda baasuuf nu gargaara. Dhiqannaa aadaafi kan janaabaa adda foo'uuf tajaajila. Inni kun ammas mutaaba'aa yookiin Rasuula hordofuu keessattis ga'ee guddaa qaba.
Telegram
KENNAA
KENNAA Dhaloota Qubeetiif!! Walbarsiisaa wal bashannansiisuuf Chaanaalii keenyaaf miseensa tahaa!! Chaanaalii kana irraa***👇*** ***👉***DA'AWAA ***👉***ODEEYFANNOO ***👉***WALALOO ***👉***ASOOSAMA ***👉***SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!! ***✍***yaadaaf***👇*** @AbdiiBiyyaa iraan nu biraan gahaa!!
Mata-duree.
"Sababoota gurguddaa 15 kan ????? ????????, Waaqayyo ta’uu hin dandeenyee."
? 1. Rabbiin hin dhalatu, Yesus Kiristos immoo ni dhalate.
? 2. Waaqayyo namaa miti. [Seera Lakkoobsaa 23:19], [macaafa Hose’aa 11:9] Yesus Kiristos, immoo ilma namaati, [Yohannis 8:40].
? 3. Waaqayyo hafuura (hin mul’atu jedhuudha), hin tuqamu, akka macaafichi jedhutti. [Yohannis 4:23-24]. Yesus Kiristos, immoo hafuura miti. [Luqaas 24:39].
? 4. Waaqayyo addunyaa irratti ijaan hin argamu, sagaleen isaas hin dhaga’amu. [Yohannis 5:37]. Yesus Kiristos, immoo ijaan argamee jira, dhaga’amee jiras.
? 5. Waaqayyo fakkaattii hin qabu (wanti isa fakkaataa fi boca hin qabu). [Isaayaas Raajichaa 44:7], [Faarfannaa 89:6]. Yesus Kiristos, garuu fakkaattota hedduu
qaba. [Ergaa gara Ibrootaa 1:8-10].
? 6. Waaqayyo gonkumaa kan hin duune ta’uu. [Seera Keessa Deebii 32:40], [Xemotewos Isa Duraa 1:17, 6:16], [Roomaa 1:20-21, 25]. Yesus Kiristos, immoo akka Kiristiyaanonni jedhanitti du’ee jira.
? 7. Waaqayyo waan hunda beeka, Yesus Kiristos, garuu waan hunda hin beeku. [Maarqos 13:32].
? 8. Waaqayyo humna qabeessa. Yesus Kiristos, garuu humna isaatiin homaa gochuu hin danda’u. [Yohannis 5:30].
? 9. Waaqayyo hin mugus hin rafus. [Faarfannaa 121:2-4]. Yesus Kiristos, immoo rafee jira. [Luqaas 8:23-24], [Maarqos 4:38].
? 10. Waaqayyo hin beela’u. Yesus Kiristos, garuu beela’ee jira. [Maarqos 11:12].
? 11. Waaqayyo hin nyaatu. Yesus Kiristos immoo nyaatee jira. [11:19].
? 12. Waaqayyo dhugaatiis hin hajamu. Yesus immoo dhugee jira. [Maatewos 26:29].
? 13. Waaqayyo hin rakkatus, hin hiyyoomatus. Yesus Kiristos, garuu rakkatees jira, hiyyoomatees jira. [Maatewos 8:20].
? 14. Waaqayyo saala hin qabus, hin kittaanatus. Yesus Kiristos, garuu saallis dhiira, kittaanatees jira. [Luqaas 2:21].
? 15. Waaqayyo hin qoramu. [Maarqos 1:12-13], [Yaaqoob 1:13] Yesus garuu akka macaafni qulqulluun jedhutti sheyxaanaan qoramee jira. [Maatewos 4:1].
itti fufa...
Waliif qoodaa keyrii tana facaasaa.
Jzk ❤
??????????:
© Ifaa Dhugaa
Telegram
KENNAA
KENNAA Dhaloota Qubeetiif!! Walbarsiisaa wal bashannansiisuuf Chaanaalii keenyaaf miseensa tahaa!! Chaanaalii kana irraa***👇*** ***👉***DA'AWAA ***👉***ODEEYFANNOO ***👉***WALALOO ***👉***ASOOSAMA ***👉***SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!! ***✍***yaadaaf***👇*** @AbdiiBiyyaa iraan nu biraan gahaa!!
“ JANNATA keessatti lallaba tokkotu baha;” Yaa warra JANNATAA. Fayyaa malee dhukkubni isin hin tuquu muramte! Dargagummaa malee dulloomuun hin jiruu muramte! Jiraachuu malee duuti hin jirtuu muramte! Bashannanuu malee rakkoon hin jirtuu isiniif muramte “ jechuun lallabni baha jedhan Abbaan Qaasim Nabi Muhammad
صلى الله عليك وسلم !
Yaa fooqii jannataa kan biyyee fi dhakaan tokko keessa hin jirre warqii malee! Kan dhukkeen shittoo,kan biyyeen warqii!
Yaa bareeduma dubartii ganda sanii,kan xuriin gosa gosaa irratti hin argamne. Tan dubrummaan irraa hin dhumne!
Yaa Dhugaatii fi nyaata biyya sanii,kan fincaanii fi hagatti hin jijiiramne. Dafqa shittoo caala urgaa’u tahee fiilu.
“ Waan gurri hin dhagahin,waan ijji hin argin,waan sammuun namaa hin tilmaamin,Jannata keessatti walitti qabame “ jedhan Abbaan Faaximaa صلوات ربي وسلامه عليه
Har’i carraa dalagaati, bor ammoo badhasa galataati!
Yaa Allaah toluma keetiin nu badhaasi,
♻️Ajaa'iboota 7 waa'ee haadhaa irraa. Dubbisee natti tollaan isiniif qoodeen!
✨1. Daqiiqaa 30 (walakkaa sa'aa 1) haadha tee bira taa'uutu, sa'aa 6 ogeessa jabaa bira taa'uurra caala. Scientific fact!
✨2. Yeroo hamtuun siqunnamtu garaan haadha teetii dursee tilmaama. Niyaaddawa!
✨3. Yeroo haati tee ofitti siqabdu, miira addaa tu sitti dhagayama. Nigammadda!
✨4. Du'aa'iin haadha teetii Murtii (Qadara) hamaa sirraa deebisuu dandeeysiin. Shari'aa!
✨5. Harki haadhaa iddoo sidhukkubuuf dawaa (qoricha) tahuu dandaya!
✨6. Addunyaa tanarra namni lubbuu siif wareegu, aarsaa qaalii siif jacha kaffalu yoo jiraate haadha qofa!
✨7. Haadha gammachiisuun Addunyaa fi Aakhiraa akka gammachuun jiraattu sigodha!
✅Kanaaf haati teenya badhaasa addaati.
Kennaa qaalii dha.
Jannanni miila haadhaa fi abbaa jala jira , shari'aadha.
Madrasaan ilmoo Haadha!
Yaa Rabbii Umrii Nuuf dheereessii ummii teenya Yaa Allah ?, ta aakhiramte jannata nuuf badhaasi!
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته
Yaa Mu'ujizaa Allaah
♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤
Sa'uudiitti haati tokko ilmaan shan nagaan deesse
@Kennaapost Shawwaal 28/1445
Sa'uudiitti haati tokko yaalii baqaqsanii yaaluutiin daa'imman dhiiraa 3 fi dubaraa 2 nagaan deesseetti.
Doktoronni 13 garee ogeessota yaalaa miseensoota 58 qabu waliin qinda'anii yaalii kana milkeessuuntu ibsame.
Daa'imman kunneen giraama 1,195 akka ulfaatanis himameera.
Rabbiin ogeessaafi danda'aadha
Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !
My Channel Link
https://t.me/Baadshah
For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah
Last updated 3 days, 11 hours ago
Telegram irraa qarshii argachuuf link kana fayyadamaa.
https://telega.io/?r=l9NDCHx-
Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot
Last updated 2 months, 2 weeks ago
Kaayyoon chanali kanaa faarfannaa haaraa fi kan durii isin biraan ga'uudhaafi
Dabalataan seenaalee garaa garaa isin biraan ga'uf
@Burqaa43
Last updated 1 year, 1 month ago