??? ?????????? ????™

Description
╔╦╦═╦╔╦═╦═╦═╦═╦═╦═╗
║BAGA NAGAAN DHUFTAAN   
╚══╩═╩═╩╩╩╩═╩--╩═╩═╝
Welcome to Oro Manchester City fan's official Telegram channel

✅ Waa'ee Mancity fi taphattoota kilabicha
✅ Tapha Mancity kallattiin

?Yaadaf @Namakayyo
Group @Lammiwaan
We recommend to visit

Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !

My Channel Link
https://t.me/Baadshah

For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah

Last updated 2 months ago

Chaanaalli kun yeroo hundumaa Walaloowwan filatamoo fi ergaa guddaa qaban kan siniif dhiyeesaudha.

Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot


https://telega.io/?r=l9NDCHx-

Last updated 4 months, 3 weeks ago

Kaayyoon chanali kanaa faarfannaa haaraa fi kan durii isin biraan ga'uudhaafi
Dabalataan seenaalee garaa garaa isin biraan ga'uf

@Burqaa43

Last updated 1 year, 3 months ago

3 months, 2 weeks ago
**Amma haala kanaan argama X Empire …

Amma haala kanaan argama X Empire nagaan dhaabate

Now…

X Empire Gutuumma Gutuutii xumuree jiraa Wareen Hojjechaa turtaan Bagaa Gammadaan ?

Càraa Garii isiniif hawaa?

Wareen nutii Maloo itii hirmadhaa jenee isiniitii himaa turee
Isiin nuu jaala didaniif Waan gonuu hin qabnuu

Waan baredaa yoo Arganee Badhaasa isiniif Qonessa

Share➠ @oromanchestercity
Share➠ @oromanchestercity

3 months, 3 weeks ago

Cherry ? game badhaasni marsaa kanaa har'a ni dhumata namoonni hin eegalle carraa keessan itti fayyadamaa

Eegaluudhaaf ?https://t.me/cherrygame_io_bot/game?startapp=r_1399574075

3 months, 3 weeks ago

#Beeksisa akkasumas Oduu Aagaa,deeggartoota Manchester City biyya keessa jirtan kanneen miseensa W/D/MCI Ethiopia ta'uu barbaaddaniif...? ◆ Waldaan deeggartoota Manchester City Itoophiyaa damee Finfinnee(Man City Addis) galmee miseensummaa (membership ID)…

3 months, 3 weeks ago
Captain. ***???????******©️***

Captain. ???????©️

Share➠ @oromanchestercity
Share➠ @oromanchestercity

3 months, 3 weeks ago
[#komii\_hawaasaa](?q=%23komii_hawaasaa)

#komii_hawaasaa
Ethio_telecom....?

Ethio telecom tibbana tajaajila hundarratti daballii dachaa oliin dabaleera.
Yeroo uummanni qaala'iinsa jireenyaan qoramaa jiru kanatti dhaabbileen gurguddoon akka #EthioTelecom uummataaf gatii tajaajilaa hir'isuu qaban jedhamee osoo eeggamuu faallaa kanaatti tajaajila hundarratti dachaa (100%) oli daballii taasise.
Fkn Sim Card haaraa Qarshii 15 ture qarshii 85tti olguddise kana jechuun dachaa shanii oli jechuudha.
Akkasumas Bittaan MB kamiyyuu dachaa oliin dabaleera
Fkn Sagaleen torbetti qarshii 15 daqiiqaa 75 ture amma qarshii 22 daqiiqaa 80 ta'e .
Walumaagalatti haalli daballii tajaajila waliigalaa #Ethiotelecom taasise kun humna maamiltoota isaa xiyyeeffannoo keessa kan galchee miti.
Kan biroo bittaan #data fi sagalee karaa #Ethiotelecom bitachaa jirru ji'a lamaan asitti muruun ifatti muldhachaa dhufuun amanamummaan dhaabbata biyyattii guddaan kun ummata biratti qabu gadi akka bu'u taasisaa jira.

Share➠ @oromanchestercity
Share➠ @oromanchestercity

3 months, 3 weeks ago
Dafii nuf fayyii dhira gafaa xiqii

Dafii nuf fayyii dhira gafaa xiqii
#Rodrigo??

4 months ago
4 months ago
4 months ago

https://t.me/manchestersiitiGoolii
?????
Vedio goali ilala asguba iratti

We recommend to visit

Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !

My Channel Link
https://t.me/Baadshah

For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah

Last updated 2 months ago

Chaanaalli kun yeroo hundumaa Walaloowwan filatamoo fi ergaa guddaa qaban kan siniif dhiyeesaudha.

Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot


https://telega.io/?r=l9NDCHx-

Last updated 4 months, 3 weeks ago

Kaayyoon chanali kanaa faarfannaa haaraa fi kan durii isin biraan ga'uudhaafi
Dabalataan seenaalee garaa garaa isin biraan ga'uf

@Burqaa43

Last updated 1 year, 3 months ago