ORO LIVERPOOL ™ ?

Description
Baga gara chaanaalii Oro Liverpool Nagaan dhuftan
    
➠Odeeffannoo jijjiirraa kilabii keenyaa.

➠Tapha kilabii keenyaa hunda kallattiin.

➠Xiinxala Tapha duraa

➠Seena taphattootaa fi kanneen biroo...
  
༆ beeksisaaf @Khalido_9

  ❷⓪❷❹| ORO LIVERPOOL
We recommend to visit

Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !

My Channel Link
https://t.me/Baadshah

For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah

Last updated 2 months, 1 week ago

Chaanaalli kun yeroo hundumaa Walaloowwan filatamoo fi ergaa guddaa qaban kan siniif dhiyeesaudha.

Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot


https://telega.io/?r=l9NDCHx-

Last updated 4 months, 3 weeks ago

Kaayyoon chanali kanaa faarfannaa haaraa fi kan durii isin biraan ga'uudhaafi
Dabalataan seenaalee garaa garaa isin biraan ga'uf

@Burqaa43

Last updated 1 year, 3 months ago

1 month, 2 weeks ago
Halkan Gaarii Family ***??******?***

Halkan Gaarii Family ???

Warra Bulee Barii Oduu Haaraan walitti deebi'u nu haa taasisu?

?????➪  @Oro_Liverpool1
?????➪  @Oro_Liverpool1

#ORL CHOICE OF ALL

❤️     ⎙ ㅤ  ⌲       ✉️
ˡⁱᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ   ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

1 month, 2 weeks ago
Arne Slot Tapha darbe irratti Kaardii …

Arne Slot Tapha darbe irratti Kaardii Keelloo Argachuun Tapha Boru Southempton waliin Qabnu irraa Adabamuun Ni yaadatama. Tapha boruu Iddoo Arne Slot bu'uun Garee kan dursan Itti Aanaa Leenjisaa Liverpool kan Ta'an John Heitinga Dha.

?????➪  @Oro_Liverpool1
?????➪  @Oro_Liverpool1

#ORL CHOICE OF ALL

❤️     ⎙ ㅤ  ⌲       ✉️
ˡⁱᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ   ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

1 month, 3 weeks ago
The Reds Attack ***?***

The Reds Attack ?

?????➪  @Oro_Liverpool1
?????➪  @Oro_Liverpool1

#ORL CHOICE OF ALL

❤️     ⎙ ㅤ  ⌲       ✉️
ˡⁱᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ   ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

1 month, 3 weeks ago
Ati maali barataadha eeyye yoo tahe …

Ati maali barataadha eeyye yoo tahe furmaata haaraa qabannee dhufnee jirraa
Chanell wantoota gara gara barnootaf isin fayyaduudha join godhaa

1 month, 3 weeks ago
Taphataan kilabii keenyaa duraanii Ragnar Klavan …

Taphataan kilabii keenyaa duraanii Ragnar Klavan kophee isaa fannisuu isaa ifatti beeksiseera!

our magic.?

?????|| @Oro_Liverpool1
?????|| @Oro_Liverpool1

#ORL CHOICE OF ALL

❤️     ⎙ ㅤ  ⌲       ✉️
ˡⁱᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ   ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

1 month, 3 weeks ago

?Warraa group old qabdan yeroon gurgurtan ammadha gatiin dabaleera✔️
?2017-2019?
?2020?
?2021?
?2022?
?2023(january to april) ?️
Inbox na godhaa
location group tahuu hin qabu
historyn isaa muldhachuu qaba

?Namoota group 10 fi isaa ol qabaniif gatii dabalataan irraa bita ?

?miseensi 1 gahaadha

Karaa kaffaltii ▶️??????
? @amirthefirst1 ✔️

2 months ago

WALITTI DHUFEENYA KILABOOTA LAMAANII ➪ Dorgommii hunda keessatti seenaa keessatti yeroo 187 Niwukaastil Yunaayitid waliin wal argine, kilabni Merseyside Liivarpuul taphoota baay'ee injifachuun olaantummaa qaba. ➪ Yeroo dhumaaf Niwukaastil dirree isaa irratti…

2 months ago

?? Sagantaa. Tapha Primer Ligii England torbee 14ffaa Niwkaastil ? Liverpool Yeroo Tapha || Galgala sa'aatii 04:30 ? Dirree taphaa || Seent James Paark  ⛳️ Abbaan Murtee tapha kanaa || Andy Madley ? Odeeffannoo Bal'aa Tapha duraa ➪ Sagantaa liigii…

2 months ago

?? Sagantaa. Tapha Primer Ligii England torbee 14ffaa

Niwkaastil ? Liverpool

Yeroo Tapha || Galgala sa'aatii 04:30

? Dirree taphaa || Seent James Paark 

⛳️ Abbaan Murtee tapha kanaa || Andy Madley

? Odeeffannoo Bal'aa Tapha duraa
➪ Sagantaa liigii har'aa keessatti dirree irraa fagaannee deemnee Niwukaastil waliin wal qunnamna; Kun sagantaa liigii 4ffaa bara dorgommii 2024/25 dirree keenya ala goonudha.

➪ Kilabiin keenya Liivarpuul, kan liigichaan jalqaba gaarii taasise; Bara kanas sagantaalee 3 dirree ala taphate keessaa lama injifannoon xumuruu danda'eera.  Taphni nuti Arsenaal waliin Emireetitti taphanne qixa qofa ture.

➪ Gama biraatiin Niwukaastil dirree isaa irratti Arsenaal fi Siitii waliin taphachuun qabxii irraa argachuu danda'erra , kunis Niwukaastil dirree isaa irratti garee cimaa ta'uu agarsiisa, kunis tapha har'aa Diimaadhaaf rakkisaa ta'a jedhamee eegama.

➪ Gama seenaa yeroo dhiyootiin kilabni keenya Liivarpuul olaantummaa qaba, kilabni keenya Liivarpuul taphoota shanan darban Niwukaastil waliin taphate shanan hunda injifateera.

➪ Yeroo dhumaaf yeroo gara Seent Jeemsi Paark deemne kan mo'amne bara 2015 yoo ta'u, ergasii taphoota nuti taphanne irratti Niwukaastil nu mo'atee hin beeku.

#itti_fufa....

?????➪  @Oro_Liverpool1
?????➪  @Oro_Liverpool1

#ORL CHOICE OF ALL

❤️     ⎙ ㅤ  ⌲       ✉️
ˡⁱᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ   ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

We recommend to visit

Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !

My Channel Link
https://t.me/Baadshah

For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah

Last updated 2 months, 1 week ago

Chaanaalli kun yeroo hundumaa Walaloowwan filatamoo fi ergaa guddaa qaban kan siniif dhiyeesaudha.

Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot


https://telega.io/?r=l9NDCHx-

Last updated 4 months, 3 weeks ago

Kaayyoon chanali kanaa faarfannaa haaraa fi kan durii isin biraan ga'uudhaafi
Dabalataan seenaalee garaa garaa isin biraan ga'uf

@Burqaa43

Last updated 1 year, 3 months ago