Abdii Nagahoo official channel

Description
Kuula qalamaan kuulee
Duula ganamaan duulee

Soora uumuf dhalootaa
Yooman eege baroota...

Akka dhaloonni arguu
Afoola sabaa margu....

Waan uuman naaf arjoome
Isiniif laadha namoomee...
Yaadaaf:0982598384
Advertising
We recommend to visit

Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !

My Channel Link
https://t.me/Baadshah

For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah

Last updated 1 week, 3 days ago

Telegram irraa qarshii argachuuf link kana fayyadamaa.

https://telega.io/?r=l9NDCHx-

Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot

Last updated 2 months, 3 weeks ago

Kaayyoon chanali kanaa faarfannaa haaraa fi kan durii isin biraan ga'uudhaafi
Dabalataan seenaalee garaa garaa isin biraan ga'uf
@Burqaa43

Last updated 1 year, 1 month ago

2 months, 4 weeks ago

Har'a kennaa addaattu jira

Yoo recharge gootan
https://register.infinitypowersvip.com/?invitation=ZRXZ3

2 months, 4 weeks ago

[ Qubee maqaan keessan ittiin eegalu irratti gadi tuquudhaan  Affeerraa isiniif qophaa'e argadhaa!

?       ?       ?

?       ?       ?

?       ?       ?

?       ?       ?

?       ?       ?

?       ?       ?

?       ?       ?

          ?       ?

?       ?

????????? ??????!!](https://t.me/addlist/_2fFU_bWqZU2MTA8)

???? ????: @Rafiqul_Islaam

3 months, 1 week ago

Warri Telegram channel
@Abdii_Nagahoo argitan.

Yaada maaf saanduqa yaadaa keessatti hin keennine, maaltuu gaaridha maaltu haa sirraahu....?

6 months ago

Akka kaleessa taane
Otoo beeknuu hundaa
Kan kabajaa dhabne
Xiqqaa hamma guddaa
~~
Seenallee haalamnee
Lafas kan saamamne

~~
Qaamas itti dhabne
Harkas itti cabne

Dhiiratu kola'e
Dhiigatu lola'e

Rakkoo nu fixe
Harma nu cite

Jiraa awwaalamne
Jiraachuu haalamne

Qe'eetu nu one
Rakkootu nu sone

Loontu mooraa oole
Deega qe'ee goole

Akka feenu dhabnee
Hamileedhaa cabne

Taanee namaa gadi
Otoon qabne badii

Gidiraa hundumaa
Taakkuu hanga dhundhumaa........

Hundumaa dhandhamnee
Har'aarra qaqqabne

Akka namaaf kufne
Akka rabbiif dhufne

Hundumaa dandeenyee
Kunoo har'a geenye

@Abdii_Nagahoo

6 months ago

Siif jedhee meeladhee
Siif jedhee gaggabus
Humna jaalalaa keetii
Moo'achuu dadhabus

Hamileen na cabus
Ormaa gadi tahee
Kophaa koo jiraadhus
Namaan adda bahee

Siif dalaguu dhiisee
Yoon tahellee deegaa
Abdii hin kutu sirraa
Bor dhuftaaf si eega

Gubaa jaalala keen
Yoon qabaadhes laalaa
Gaabbite dhufta jedhee
Torba karra ilaala

Suurri jaalalaa kee
Hin badu na duraa
Rakkoo keessa jiru
Si qofa na fura

Ciminni jaalala keetii,
Na cabsullee lafee.
Osoo si hin yaadin,
Takkaa hin beeku rafee.

Barreessan @Abdii_Nagahoo
Ishee na gattee deemtef......

Barruu koo haaraa hin maxxanfamin keessaa
#Shere be
@Galmee_Seenaa
@Galmee_Seenaa
@Galmee_Seenaa

We recommend to visit

Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !

My Channel Link
https://t.me/Baadshah

For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah

Last updated 1 week, 3 days ago

Telegram irraa qarshii argachuuf link kana fayyadamaa.

https://telega.io/?r=l9NDCHx-

Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot

Last updated 2 months, 3 weeks ago

Kaayyoon chanali kanaa faarfannaa haaraa fi kan durii isin biraan ga'uudhaafi
Dabalataan seenaalee garaa garaa isin biraan ga'uf
@Burqaa43

Last updated 1 year, 1 month ago