Unlock a World of Free Content: Books, Music, Videos & More Await!

Miira Keenya

Description
Bakka itti Waa'ee Miira Keenyaa Mari'annu.
Sa'aatiiwwan Nuyi maxxansinu.
2:00 Ganama
6:00 Guyyaa
1:00 Galgala
3:00 Galgala
Yeroo Hundumaa
Advertising
We recommend to visit

Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !

My Telegram Channel Link
https://t.me/+S9lLIcfDkRrhG-VZ

For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah

Last updated 1 week, 4 days ago

Youtube Irraattis nu Argattu

https://www.youtube.com/c/KaachuuEntertainment

Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot

Last updated 1 month, 2 weeks ago

𝗝𝗶𝗿𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮 𝗺𝗶𝗹𝗸𝗮𝗮'𝗮𝗮 𝗷𝗶𝗿𝗮𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂𝗳 𝗸𝗮𝗸𝗮'𝘂𝘂𝗺𝘀𝗮 𝗬𝗔𝗔𝗗𝗔𝗔 𝗳𝗶 𝗗𝗔𝗡𝗗𝗘𝗘𝗧𝗧𝗜𝗜 𝗱𝗵𝗼𝗸𝗮𝘁𝗮𝗮 𝗼𝗳𝗶𝗶𝘁𝘁𝗶 𝗳𝗮𝘆𝘆𝗮𝗱𝗮𝗺𝘂𝘂𝗳 𝗾𝗼𝗽𝗵𝗶𝗶 𝘁𝗮'𝘂𝘂 𝗯𝗮𝗿𝗯𝗮𝗮𝗰𝗵𝗶𝘀𝗮!
💥 @Oromoo_Inspire_YaadaafBot 💥

Last updated 1 week, 5 days ago

7 months ago
Akkam jirtu ***❓***

Akkam jirtu

#ODUU DHUGAA

Ilaa nuti qormaanni gad lakkifameera jennee oduu kijibaa hin oofnu waan hundaafuu ati waa'ee qormaata kutaa 12ffaa akkasumas waan barnootaa garagaraa argachuuf join jedhi

7 months, 2 weeks ago

Dilbata Gaarii isiniif Haa ta'u!
@Miira_Keenya0

7 months, 2 weeks ago

Yeroo waan Tokko hojjechuuf karoorfattee kaatu, rakkoon, Oduun, Abdii kutannaan Sitti Baay'ata. Garuu kana Yaadadhu Rokkeettiin🚀** gara Hawaatti yeroo deemu 40% Boba'aa isaa sababii harkisa lafaaf lafa irratti fixa. Yeroo sanattis Filannoo lama qaba.

  1. Waanta Duubatti isa harkisuuf harka laachuun Abjuu isaa hawaa arguuf qabu dhaamsuu

  2. Waanta Duubatti isa deebisuuf harka laachuu dhiisee Hawaa keessa balali'uudha.

Isinis Filannoo Lama Qabdu

  1. Oduu Namootaaf fi rakkoo yeroo waa jalqabdan isin muudatuuf Harka laattanii Abjuu keessan Dhaamsuu

  2. Oduu Namootaaf Osoo dhimma hin kenniin Abjuu keessaniif deemuu

Isa kam siniif wayya?**

Yoo jaallattan 👍🔥
@Miira_Keenya0

7 months, 2 weeks ago

#Milkaa'inni Caraa miti, #Milkaa'inni bu'aa barnootaa Kufaatii(dogoggora) kee irraa argatte dha.

Yoo jaallatte 👍🔥
@Miira_Keenya0
Yaada keessan 👇

7 months, 2 weeks ago

Ergaalee Nuyi maxxansaa jirru yoo isinitti tolan nama barreeffamicha dubbisuun isaaf mala jettaniif forward gochuu hin dagatiinaa.

@Miira_Keenya0

7 months, 2 weeks ago

Ofitti Amanamummaa Qabaachuu jechuun Namni Na jaallata jedhanii Yaaduu osoo hin taane Yoo na jibbanis Dhimma irraa qabaachuu dhiisuudha.

Yoo jaallatte 👍🔥
@Miira_Keenya0

7 months, 2 weeks ago

Kan Jiraattu Namaan Jaallattamuuf taanaan Na amani Gaafa si jibban siif dhumate.

Yoo jaallatte 👍🔥
@Miira_Keenya0

7 months, 2 weeks ago

Rakkoon Namoota Milkaa'uu Dadhabanii inni guddaan Kufaatii Sodaachuudha.

Thomas Edison Ibsaa💡 kalaquuf Yaaliiwwan 999 taasisee jira. Dhuma irrattis Milkaa'ee jira. Dhoksaan Milkaa'uu isaa inni guddaa Kufaatii osoo hin sodaatiin Yaaluu isaa ti.

Kufaatiin Jireenya Keenya Keessatti Waanta Guddaa Nu Barsiisa. Kufaatiin Miidhaa kan qabaatu⚠️ yeroo ati Kufaatii kee irraa hin baranne dha.

Yeroo tokko Namoonni Thomas Edison dhaan yaalii hamma kana yaaltee maaliif abdii hin kutattu jechuun gaafatan. Innis Akkas Jechuun Deebise " Yaaliiwwan hamma ammaatti yaale hundi karaalee itti 💡Ibsaan hin ifne akkan baru nagargaaranii jiru. Kanaaf kana booda mala sana hin fayyadamu, kan biraa malee."

Yaaddaniittuu osoo inni gaaficha Yaaliiwwan sun ibsaa Maddisiisuu akka hin dandeenye hin barre ta'e, hanga ammaatti namoonni Karaa sana ibsaa Maddisiisuuf yaalu ture.

Yoo siif gale 👍🔥 Yoo jaallatte Obboloota keetiif qoodi.

@Yaada_Keenya0

7 months, 2 weeks ago
**Yaaliin tarkaanfii Jalqabaa Injifannooti.**

Yaaliin tarkaanfii Jalqabaa Injifannooti.

Namoota Milkaa'uu dadhabaniifi 🆚 Namoota Milkaa'an gidduu Garaagarummaan jiru Garaagarummaa Yaaluuti. Warri Milkaa'an Milkaa'uuf Yaalanii Milkaa'an Warri hin milkanoofne garuu Milkaa'uuf yaaluu irra Warra Milkaa'anitti Quba qabuu👀 filatu.

Yoo isinitti Tole 👍🔥

@Miira_Keenya0

7 months, 2 weeks ago

#Rule #1

Yeroo kamiyyuu ija Shamarranii👩 galuuf jettee Hiriyyaa kee hin miidhiin.

👍. 🔥. ☺️
@Miira_keenya0

We recommend to visit

Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !

My Telegram Channel Link
https://t.me/+S9lLIcfDkRrhG-VZ

For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah

Last updated 1 week, 4 days ago

Youtube Irraattis nu Argattu

https://www.youtube.com/c/KaachuuEntertainment

Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot

Last updated 1 month, 2 weeks ago

𝗝𝗶𝗿𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮 𝗺𝗶𝗹𝗸𝗮𝗮'𝗮𝗮 𝗷𝗶𝗿𝗮𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂𝗳 𝗸𝗮𝗸𝗮'𝘂𝘂𝗺𝘀𝗮 𝗬𝗔𝗔𝗗𝗔𝗔 𝗳𝗶 𝗗𝗔𝗡𝗗𝗘𝗘𝗧𝗧𝗜𝗜 𝗱𝗵𝗼𝗸𝗮𝘁𝗮𝗮 𝗼𝗳𝗶𝗶𝘁𝘁𝗶 𝗳𝗮𝘆𝘆𝗮𝗱𝗮𝗺𝘂𝘂𝗳 𝗾𝗼𝗽𝗵𝗶𝗶 𝘁𝗮'𝘂𝘂 𝗯𝗮𝗿𝗯𝗮𝗮𝗰𝗵𝗶𝘀𝗮!
💥 @Oromoo_Inspire_YaadaafBot 💥

Last updated 1 week, 5 days ago