Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !
My Channel Link
https://t.me/Baadshah
For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah
Last updated 3 weeks, 1 day ago
Chaanaalli kun yeroo hundumaa Walaloowwan filatamoo fi ergaa guddaa qaban kan siniif dhiyeesaudha.
Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot
https://telega.io/?r=l9NDCHx-
Last updated 3 months, 1 week ago
Kaayyoon chanali kanaa faarfannaa haaraa fi kan durii isin biraan ga'uudhaafi
Dabalataan seenaalee garaa garaa isin biraan ga'uf
@Burqaa43
Last updated 1 year, 2 months ago
Akkam jirtu ❓
#ODUU DHUGAA
Ilaa nuti qormaanni gad lakkifameera jennee oduu kijibaa hin oofnu waan hundaafuu ati waa'ee qormaata kutaa 12ffaa akkasumas waan barnootaa garagaraa argachuuf join jedhi
Dilbata Gaarii isiniif Haa ta'u!
@Miira_Keenya0
Yeroo waan Tokko hojjechuuf karoorfattee kaatu, rakkoon, Oduun, Abdii kutannaan Sitti Baay'ata. Garuu kana Yaadadhu Rokkeettiin?** gara Hawaatti yeroo deemu 40% Boba'aa isaa sababii harkisa lafaaf lafa irratti fixa. Yeroo sanattis Filannoo lama qaba.
Waanta Duubatti isa harkisuuf harka laachuun Abjuu isaa hawaa arguuf qabu dhaamsuu
Waanta Duubatti isa deebisuuf harka laachuu dhiisee Hawaa keessa balali'uudha.
Isinis Filannoo Lama Qabdu
Oduu Namootaaf fi rakkoo yeroo waa jalqabdan isin muudatuuf Harka laattanii Abjuu keessan Dhaamsuu
Oduu Namootaaf Osoo dhimma hin kenniin Abjuu keessaniif deemuu
Isa kam siniif wayya?**
Yoo jaallattan ??
@Miira_Keenya0
#Milkaa'inni Caraa miti, #Milkaa'inni bu'aa barnootaa Kufaatii(dogoggora) kee irraa argatte dha.
Yoo jaallatte ??
@Miira_Keenya0
Yaada keessan ?
Ergaalee Nuyi maxxansaa jirru yoo isinitti tolan nama barreeffamicha dubbisuun isaaf mala jettaniif forward gochuu hin dagatiinaa.
Ofitti Amanamummaa Qabaachuu jechuun Namni Na jaallata jedhanii Yaaduu osoo hin taane Yoo na jibbanis Dhimma irraa qabaachuu dhiisuudha.
Yoo jaallatte ??
@Miira_Keenya0
Kan Jiraattu Namaan Jaallattamuuf taanaan Na amani Gaafa si jibban siif dhumate.
Yoo jaallatte ??
@Miira_Keenya0
Rakkoon Namoota Milkaa'uu Dadhabanii inni guddaan Kufaatii Sodaachuudha.
Thomas Edison Ibsaa? kalaquuf Yaaliiwwan 999 taasisee jira. Dhuma irrattis Milkaa'ee jira. Dhoksaan Milkaa'uu isaa inni guddaa Kufaatii osoo hin sodaatiin Yaaluu isaa ti.
Kufaatiin Jireenya Keenya Keessatti Waanta Guddaa Nu Barsiisa. Kufaatiin Miidhaa kan qabaatu⚠️ yeroo ati Kufaatii kee irraa hin baranne dha.
Yeroo tokko Namoonni Thomas Edison dhaan yaalii hamma kana yaaltee maaliif abdii hin kutattu jechuun gaafatan. Innis Akkas Jechuun Deebise " Yaaliiwwan hamma ammaatti yaale hundi karaalee itti ?Ibsaan hin ifne akkan baru nagargaaranii jiru. Kanaaf kana booda mala sana hin fayyadamu, kan biraa malee."
Yaaddaniittuu osoo inni gaaficha Yaaliiwwan sun ibsaa Maddisiisuu akka hin dandeenye hin barre ta'e, hanga ammaatti namoonni Karaa sana ibsaa Maddisiisuuf yaalu ture.
Yoo siif gale ?? Yoo jaallatte Obboloota keetiif qoodi.
Yaaliin tarkaanfii Jalqabaa Injifannooti.
Namoota Milkaa'uu dadhabaniifi ? Namoota Milkaa'an gidduu Garaagarummaan jiru Garaagarummaa Yaaluuti. Warri Milkaa'an Milkaa'uuf Yaalanii Milkaa'an Warri hin milkanoofne garuu Milkaa'uuf yaaluu irra Warra Milkaa'anitti Quba qabuu? filatu.
Yoo isinitti Tole ??
#Rule #1
Yeroo kamiyyuu ija Shamarranii? galuuf jettee Hiriyyaa kee hin miidhiin.
?. ?. ☺️
@Miira_keenya0
Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !
My Channel Link
https://t.me/Baadshah
For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah
Last updated 3 weeks, 1 day ago
Chaanaalli kun yeroo hundumaa Walaloowwan filatamoo fi ergaa guddaa qaban kan siniif dhiyeesaudha.
Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot
https://telega.io/?r=l9NDCHx-
Last updated 3 months, 1 week ago
Kaayyoon chanali kanaa faarfannaa haaraa fi kan durii isin biraan ga'uudhaafi
Dabalataan seenaalee garaa garaa isin biraan ga'uf
@Burqaa43
Last updated 1 year, 2 months ago