https://t.me/+RSRVlLKGs5J_-PJg
Last updated 1 month, 3 weeks ago
Chaanaalli Kun walaloo Fi artii ittiin dagaagsuuf kan banamedha
Yaadaaf??
@michuu_fayisaa
Chaanaalaaf?
✍️ @Michuu_ko
Last updated 1 month, 1 week ago
Soo dhowoow is ku day inaad cid nagusoo biiriso hal qofna ha ahaatee adiga oo linkiga zhere gareynaya halkaan waxaad ka helaysaa fikrado ku cajabiya♥️
Wixii talo ah halkan igalasoo xidhiidh?? @Maymuuncali
https://t.me/Audiobook2s
2021-5-24
Last updated 2 months, 2 weeks ago
As wr wb Anas ibnu Malik Irraa Odeeffame Rabbin Irraa Haa Jaallatu,Ergamaan Rabbii {ﷺ} Akkana Jedhani Tokkon Keessan Dhugan Hin Amanne, Abbaa Isaa, Ilmaan Isaa Ilma Namaa Hunda Irra Hamma Ana Jaallatutti,Jedhan Habibin Allah {ﷺ}
{Sahiha Bukari Fi Muslim}
Hadisa Biratiin Ammo Nama Sunnah Koo Jaalatuu Tu Ana Jaallata,Namni Ana Jaalatu ,Ana Wajjiin Jennata Keessa Jiraata,Jedhan Rasuulli Allah {ﷺ}
{ Tirmizii Gabaase}
اللَّهُمَّ صَلِّ وَسَلِّمْ عَلَى نَبَيِّنَا مُحَمَّدٍ ﷺ
Ahabaabi Fillah Rasulaa Jaallachun Afaan Qofa Oso Taane Sunna Isaani Hordofu ,Waan Nuu Dhorkanirra Dhorkamu ,Waan Nuu Ajaajan Dalaguu Akkasuma Salawata Irratti Bayyisuu Dhani.
Allahumma Arzuqna Shafa'ata Nabii {ﷺ} Wa Sahibata Fil Jennah.
???????? ?????? ???????? :-
Nabiyyiin ﷺ Akkana Jedhan:"Namni kamuu Amantaa Hiriyaa isaa irratti Ta'a, Kanaafuu Nama Hiriyaa Godhatu Haa Laallatuu".
Abuu daawuudiifi Tirmizitu gabaase.
Ergaan Gabaabaan Hadiisni Kun qabu Barbaachisummaa Hiriyyaa Gaariiti, Hiriyaan Gaariin Nama Sirreessa, Hiriyaan Badaan ammoo Nama Balleessa, Kanaaf Hiriyaa ofii tolchanii of irraa laaluun Barbaachisaadha .
https://t.me/dhugaasha join and share
✍️ Ilmi namaa yeroo hedduu amalli kee isaanitti jijjiiramuu fi adeemsa duraa irraa akka ati jijjiiramte qofa siif himu. Garuu gochi isaanii jijjiiramuu kee akka fide isaaniif hin mullatu…
Kankee malee kan isaanii isaanitti goonkumaa hin muldhatu….?
Ashuuraa Guyya boru 10/1446 , 16/24
"Guyyaa Aashuraa soomanuun dilii waggaa dabree Rabbi namaaf dhiisuun khajeelaa" ja'an
Rasuulli ﷺ
✍ Al‐faatih
|| @waritu14
https://t.me/+RSRVlLKGs5J_-PJg
Last updated 1 month, 3 weeks ago
Chaanaalli Kun walaloo Fi artii ittiin dagaagsuuf kan banamedha
Yaadaaf??
@michuu_fayisaa
Chaanaalaaf?
✍️ @Michuu_ko
Last updated 1 month, 1 week ago
Soo dhowoow is ku day inaad cid nagusoo biiriso hal qofna ha ahaatee adiga oo linkiga zhere gareynaya halkaan waxaad ka helaysaa fikrado ku cajabiya♥️
Wixii talo ah halkan igalasoo xidhiidh?? @Maymuuncali
https://t.me/Audiobook2s
2021-5-24
Last updated 2 months, 2 weeks ago