Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !
My Channel Link
https://t.me/Baadshah
For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah
Last updated 3 weeks, 1 day ago
Chaanaalli kun yeroo hundumaa Walaloowwan filatamoo fi ergaa guddaa qaban kan siniif dhiyeesaudha.
Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot
https://telega.io/?r=l9NDCHx-
Last updated 3 months, 1 week ago
Kaayyoon chanali kanaa faarfannaa haaraa fi kan durii isin biraan ga'uudhaafi
Dabalataan seenaalee garaa garaa isin biraan ga'uf
@Burqaa43
Last updated 1 year, 2 months ago
Guddinni keenya karaa qajeelaa kan ta'ee fi hiddi isaa ogummaan kan gadi fagaate taanaan yoomiyyuu kan hin buqqaanee fi hin sochoone ta'uu hubachuu qabna.
Guddinni sirriin ulfina sirrii namatti uffisa.???
Hojiin hojjetamuu qabu baay'eedha garuu hojjechuuf namni ofitti amanee hojaatu hin jiru. Appy kunni gatii garii ????
https://obsii.com/adeemsa-buuuraa-hojiidhaan-agarsiisuu/
Dhiira jabaa dubbaa durbaa jabduu yoo jiraatte jireenya maatii irraa darbee biyyaaf bu'aa busuu. Dhiirri ofitti amanamummaa fi kutannoo qabu tokko abjuu durbaa sana karaa hundaan dhugoomsuu keessatti qooda yoo fudhate akkasumas kutannoo fi ofitti amanamummaa qabaachuu cimtee dhiirota caalaa dubbachuuf hojjechuu akka dandeessu yoo eshi utubeedha kun kan ta'uu qabu. Garuu dhiironni tokko tokko akka malee ol'aantummaa waan itti dhaga'amuuf milkaa'ina eshi jibbanii abjuu eshi irraa fageessu abjuu isa mataa irratti baata kan eshi miilaan irraa deemu barbaadda. Garuu dhugaan jiru durbi sun dhugumaa haadha kayyoo yoo taate dhiirota akkana waliin itti hin fuftu namaf osoo hin taane abjuu eshif jiraati kanaaf gatii baasii abjuu eshi galmaan gahiif malee gatii akka eshin baastuu hin godhin dammaqaa biyya fayyadaa????????
https://sifanoro.com/2023/12/27/its-a-mistake-doggoggora-dargaggoonni-jireenya-keessatti-raaawwatan/
?Wow #Major star ⭐
The listing is Coming soon....
Dhihooti List ni goona
Jedhaniiruu ?
Eegalaa?
https://t.me/major/start?startapp=1155307663
????? ➲@oromooTech
@oromooTech
DOGS namooni CLAIM godhiin jirtaan waan haaraan isiniif ummamee jira?
Guyyaa har'a kaastanii karaa 2 withdraw kan ittin gootan UPDATE ni ta'a
Yoo akka dafee withdraw isiniif ta'u barbaaddan Kaffaltiin Fee xiqqoo kutaate akka dafee isiniif ba'u gochuu dandeessu?
Yoo fee TON hin qabdaan ta'eef suuta jedhe akka isiniif ba'u withdraw godhamuu gochuu dandeessu ???
Kanaa jechuun filanoon 2 Dogs irraa argana jechudhaa?
⚡ Faster withdrawal with a small fee in SDOGS
⚡Slower withdrawal without fees
Orma fira ta’e, faallaa gosa gale
Waliin galuu miiltoo fi fira walii hin tollee.Tokko haguugaa dha akka da’oo manaa.Tokko immoo bocadha annisaa fi humna.Tokko dilbii tuullaa kuufama solloqqee. Irraan ifa malee, lafattii folloqe Kaanis fiigaa bubbee hoomacha qilleensaa. Miliqee godaana ba’ee funyaan keessaa???????
https://www.efforthdpress.com/social-media-platforms-to-share-affiliate-links-to-boost-sales/
Wa'ee DOGS irratti Gaffii keessaniif deebii???
????
https://vm.tiktok.com/ZMrcDAey9/ https://www.tiktok.com/tiktoklite
TikTok
TikTok · ELSAY DANIEL
Check out ELSAY DANIEL’s video.
Good News*?**?*?
DOGS guyyaa Borii sa'ati 6 booda bakka hunda (All major exchange) irratti LIST Ni ta'a eegadhaa✔️✔️?
Namooni Tonkeeper fayyadamtan immoo boruma osoo List hin ta'in isiniif seena garuu TONCOIN Muraasa isa osoo wallet irraa qabdu ta'e gariidha Fee gafachuu danda'a Meybe ?
?Sababa tateen kun umaamee irraan kan ka'ee GATIIN DOGS itti List ta'u xiqqoo gadii bu'u danda'a jedhen yaada akka tilmamaa mata kooti??
Yaada qabdan ibsadhaa mee?
???Akkaata DOGS gara wallet BYBIT erguu dandeessan asirraa ilaalaa???
https://youtu.be/56wQveyt3KA
YouTube
Akkaata DOGS keessan gara ByBit ergitaan | how to claim dogs Airdrop
Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !
My Channel Link
https://t.me/Baadshah
For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah
Last updated 3 weeks, 1 day ago
Chaanaalli kun yeroo hundumaa Walaloowwan filatamoo fi ergaa guddaa qaban kan siniif dhiyeesaudha.
Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot
https://telega.io/?r=l9NDCHx-
Last updated 3 months, 1 week ago
Kaayyoon chanali kanaa faarfannaa haaraa fi kan durii isin biraan ga'uudhaafi
Dabalataan seenaalee garaa garaa isin biraan ga'uf
@Burqaa43
Last updated 1 year, 2 months ago