Dambalii_Jaalalaa❤️

Description
Baga Nagaan Gara Dambalii jaalalaatti Dhuftan.

https://telega.io/c/Dambalii_Jaalalaa
Advertising
We recommend to visit

Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !

My Channel Link
https://t.me/Baadshah

For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah

Last updated 3 days, 11 hours ago

Telegram irraa qarshii argachuuf link kana fayyadamaa.

https://telega.io/?r=l9NDCHx-

Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot

Last updated 2 months, 2 weeks ago

Kaayyoon chanali kanaa faarfannaa haaraa fi kan durii isin biraan ga'uudhaafi
Dabalataan seenaalee garaa garaa isin biraan ga'uf
@Burqaa43

Last updated 1 year, 1 month ago

4 months, 2 weeks ago

Ergaa isheen bilbila koo irratti naaf ergite si'a sagalin irra deddeebi'ee ilaale. Har'an nama Afaan oromoo dubbisuu hin dandeenye ta'e. Hiriyaa ana bira jirutti kennuuf yaadeen lakki icitii koo hin baasu jedhee dhiise. Ergan gaaffii jaalala isheedhaaf dhiyeessee

Goromsi warra keenyaa ariitee turte amma dibicha dhaltee; Dibichi sun qonnaa ga'eera. Eessaa akka isheen baate hin beeku akka tasaa bilbiltee waanin sitti himun qaba, Amma nan eegin gaafa naaf mijaten kara ergaa gabaabaa sitti hima naan jettee bilbila cufatte. Erga isheen akkas naan jettee eegalee sagaleen bilbila kootii yemmuu iyyu onneen koo na tatarsa'a. Akka kanaan utuun jiruun turtii guyyaa sadii booda ergaa gabaabaa bilbila koo irratti naaf ergite.

Kan ishee akkan adda baafadhuuf jedheen sagalee waamicha bilbila ishee adda godheen jira. Akkuma bilbilli koo gadooddeen kan ishee ta'uu bare. Bilbila koo baneen
ilaale. Ija koon shakke, akka waan ciimmaan ijatti na jiruun sagal ijakoo susukkuume. Wanti jijjiirame hin jiru barreeffamni ishee isuma jalqabaati. Anatu sukkuummaadhaan ija koo silayyuu hin mullanne balleesse malee. Barreeffama isheen naaf ergite hubachuuf si'a sagalin irra deddeebi'ee dubbise. Ta'us wanti isheen jechuu yaadde hin jijjiiramne. Isuma afaan ishee keessaa ba'edha. Akkan ta'e ta'ee si'a salgaffaaf yemmuun dubbisu akkas jedha "Yeroo Baay'ee Bu'aa Ba'ii Jireenyaa Keessatti Waantoota Akka Eegnetti Arguu Dhiisuu Dandeenya, Kanaaf Immoo Dhiphachuu Hin Qabnu. Har'a Waa Tokko Sitti Himuu Barbaadeeni Innis Kana Booddee Akka Na Eegdu Hin Barbaadu! Yaada Naaf Qabdu Jijjiiri! Jaalala Obbolummaa Ani Si Jaaladhu Na jaaladhu Naaf Bilbili Siifan Bilbila. Waanta Hundaaf Galatoomi. Akkatti Na Yaaddetti Argamuu Waanta Hin Dandeenyeef Garuu Dhiifama. YOO MIYYUU FILANNOO HIN BADIN". kan jedhu ture. Akkuman jiruttan gaaffii of gaafadhe. An edaa Filannoo badeen jiraa? kan jedhu. Ha ta'u malee an deebii akkasii isheerraa hin eegne. Maalif akkas naan jette jedhee ishee gaafachuun dirqama natti ta'e. Lakkoofsi bilbila ishee jalqabarratti waan argamuuf battala baaseen isheetti bilbile. "Dhiifama hafteen herrega keessanii ga'aa miti"! Naan jette niitiin isheen halkaniif guyyaa hin boqonne sun. aariin koo ittuu itti caale. kofoo koo keessaa qarshii fudheen tajaajila qilleensaa bitachuuf yemmuun jedhu dhugumattuu hafteen herrega kootii ga'aa miti. Maal naaf wayyamee yaa firaa?

Ergaa kaa'uf ? @Walaloo_bot ?
@Dambalii_Jaalalaa

4 months, 2 weeks ago

@Dambalii_Jaalalaa

Chaana kana irraan ergaawwan jaalalaa nama jaallattan kamiifuu bilisaan dabarfadhaa.

Chaanaalli kun kan jaalalaati. Iddoo itti miirri Jaalalaa keessa mirmirfamudha. Iddoo itti dhoksaan onnee futtaafatudha. Iddoo itti rakkoon waliin qoodamudha. Iddoo itti boqonnaa fi gammachuun onnee argamudha. Hundaafuu wal qixa banaadha. Eenyumtuu miira jaalalaa qabu kamuu fuula kana irratti dabarfachuu danda'a. Bifa xalayaan, Asoosamaa akkasumas Walaloon ergaa keessan nama jaalattaniif dhiyeeffadhaa. Nutis halduree tokko malee ergaawwan keessan ni lakkisna. Garee keenya irratti yaada wal jijjiirun ni danda'ama. Hiriyoota keessanis affeeruun akkasuma. Maxxansa fuula kana irratti dhoobamu gareewwan beektan hunda keessatti share gochuun dhageettii keenya dabala. Waliin Jaalala yaa faarsinu.

Ergaa kaa'uf ? @Walaloo_bot ?
@Dambalii_Jaalalaa

5 months ago

Jaalallee Koo kichuu Dabalaa

Xalayaa kana barreessuuf osoon taa'u onneen koo jaalalaa fi jaalala siif dhangala'aa jira. Yeroo jalqabaaf karaan keenya qaxxaamuree kaasee akka namni biraa hin qabne lubbuu koo boojiteetta. Guyyaan tokkoon tokkoon si waliin jiru akka abjuutti natti dhagahama, si cinaa koo jiraachuu kootiif baay'een galateeffadha.

Gad fageenya jaalala ani siif qabu jechootaan gahaa ta'ee ibsuu hin danda'an, garuu hamman danda'e nan yaala. Ati dhagaa koo, nama iccitii koo fi madda gammachuu koo isa guddaa taate. Jireenya koo keessatti argamuun kee gammachuu fi guutummaa guddaa naaf fideera. Si waliin jaalala qulqulluu fi dhugaa ta'e argadheera, garaa koos ho'aa fi gammachuudhaan guuta.

Kolfi kolfi kee guyyaa roobaa akka aduu addunyaa koo ibsee gadda hunda ari’a. Tuttuqqiin kee lafee dugdaa kootti raafama ergee ibidda na keessa qabsiise. Gaarummaan kee fi gara laafinni kee baayʼee kan na sochoosu siʼa taʼu, lubbuu kee bareedduu sanatti yeroo hunda nan dinqisiifadha. Jaalalli dhugaa maal akka ta'e natti agarsiifteetta, bara baraan galateeffadha.

Yaadannoo waliin uumne, kolfa waliif qoodnee fi imimmaan haxaa'e hunda nan jaalladha. Harka kee keessatti, imala kana waliin akka jirru beekee nageenyi fi tasgabbiin natti dhagahama. Qormaanni kamiyyuu nutti dhufus harka wal qabannee akka injifannu amantaa guutuu qaba.

Eenyu akka taate – sammuu kee, humna kee, fi deeggarsa kee kan hin raafamneef baay’een ajaa’ibsiifadha. Ofii koo isa hunda caalu akkan ta'uuf na kakaasitta, yeroon of shakkullee natti amanta. Amantiin ati natti qabdu abjuu koo galmaan ga’uuf kutannoo koo boba’aa kan ta’u yoo ta’u, deeggarsa hin sochoone nuuf gootaniif bara baraan galateeffadha.

Jaalallee koo, ani guutummaatti fi kan hin deebine jaalala sitti qabaa akkan jiru beeki. Jireenya koo guutuu kan godhe ati kutaa badedha. Si cinaa koo malee egeree tilmaamuun hin danda'u, adeemsa nu eeggatu hundaaf gammachuu guddaatu ​​natti dhaga'ama. Ati bara baraan kooti, ​​umurii keenya guutuu si jaallachuu fi si kunuunsuuf waadaa galeera.

Waan ani yoomiyyuu abdachuu danda'uu fi kana caalaa waan taateef galatoomi. Garaa koo guutuun si jaalladha, jaalala nuti qooddannus guyyaa guyyaan galateeffadha. Ati hiriyyaa lubbuu kooti, ​​jaalala koo isa dhugaa tokkicha, haal-duree tokko malee, waanan ta’e hundumaan akkan si jaalladhu waadaa siif gala.

Kan kee bara baraa fi yeroo hundumaa, .

Jaalataa kee Diigaa Qajeelaa
Ergaa kaa'uf ? @Walaloo_bot ?
@Dambalii_Jaalalaa

6 months, 1 week ago

Gaaffii Ajaa'ibaa

Sirritti itti yaaduun deebisaa. Lafa kana irra dhiira moo dubaratu caala umrii dheeraa jiraata? Hubachiisa Aveereejiin jechuu keenya gaaffichi.

6 months, 1 week ago

[❤️Jaalallen kee inni sirriin gara fulduratti wajin jiraattu baruu barbaaddamoo

Onnee halluu Kelloo qabu irratti Gadi tuquudhaan nama siif bahu ilaali!?
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????

Go Click the Heart ????](https://t.me/addlist/7MBcJ93H1cVmOTBk)
Waver? @tamisha11

6 months, 2 weeks ago

Bilbilli keenya waan hunda keenya

Bilbila keessan qofa fayyadamtanii wanta barbaaddan hojjachuu akka dandeessan beektuu? Addunyaa Dijitaalaa kana keessatti dafnee yoo hin dursinu ta'e baayyee duubatti hafna. Koottaa addunyaa faana yaa fiignu.

6 months, 2 weeks ago
6 months, 2 weeks ago

[ Qubee maqaan keessan ittiin eegalu irratti gadi tuquudhaan ? Affeerraa isiniif qophaa'e argadhaa!

???      ???       ???

???       ???       ???

???       ???        ???

???       ???      ???

???       ???       ???

???       ???       ???

???       ???       ???

???       ???       ???

???      ???

Affeerraa Gaarii ?](https://t.me/addlist/7MBcJ93H1cVmOTBk)

Waver ?@tamisha11

6 months, 3 weeks ago

Yaada keessaniin barbada.

Akkam jirtu hordoftootta channel Damballii Jaalalaa hunda dura nagaan isiin gaafachuun jaaladha akkasuumaas yaada keessan coment jalatti na barbaachisa .

Mucaan ani baayee jaaladhu waggaa lamaa olliif jaalala qulqulluu waliif qabnu waan hundumaa irraatti wal amansiifnee kan waal jaalacha ture, kan ani asiin yeroo darbee xalayaa barreesseefiizure
https://t.me/Dambalii_Jaalalaa/2544t

Bara darbee sababumma tokko malee yaada jijjirachuu jalqabde na hubbachuus dadhabde, waanuma duraan walii galeefaa haaraa gootee naan falmuu jalqabde fknf nun amantii garaagaraa hordofna ani pheenxee isheen ortodooksiidha waan kana irraatti duraan murtoo goonee ture garuu gaafa murtoo diigamuu isheen baataskanaa deemi malee nan jechuu jalqabdee.
Aniis bataaskanaa deemuu akkan hin dandeenyeen itti himee amantii gargar haa qabannuu malee waan hundumaa wal amaansiifnee wajjiin jiraachaa turee rakkoo heedduu wajjiin dabarsinneerra waan ta'eef kana dhiisii jedhuuniis isheen na dhagga'uu hin dandeenye.
Ani baayeen ishee jaaladha isheen illee baayee na jaalati turtee hirriyaakoo dhugaa kan jalqabaatti anillee isheef kan jalqaabatti erga yaadashee kana jijjirtee waggaa 1 ol lakkoofsiifteetti an ammayyuu isheemaan yaada ishee maalee kan natti mulatuu hin jiruu garuu isheen amma bilbila illee narraa kaastee nan hin haasoofsiftu messege naaf hin deebiftu yemmuun waa'ee ishee yaaduu nagaan dhabba hanga har'a akka waan isheen na faana jirtuuttin of ilaala isheen garuu cilee ibbida buutee taatteetti. ?
Akkaman ta'a yaada keessanan barbaada.
Galatoomaa. ?

Qaal-Kidaan Hundeef
Ergaa kaa'uf ? @Walaloo_bot
@Dambalii_Jaalalaa

Telegram

Dambalii_Jaalalaa❤️

Nagaadhaan jalqabuu? Akkam jirta nagaa keettii ? Nagaan waan hunda dursa jedheen nagaan jalqabe. Qaaliikoo ani nagaadha jechuuf baayee ulfaata. Ani fi ati yeroon wal baree akkuma beekamu bara 2013 yeroo akka kanaa yeroo tsoomnii hiikamuuf ayyaanni faasikaa…

We recommend to visit

Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !

My Channel Link
https://t.me/Baadshah

For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah

Last updated 3 days, 11 hours ago

Telegram irraa qarshii argachuuf link kana fayyadamaa.

https://telega.io/?r=l9NDCHx-

Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot

Last updated 2 months, 2 weeks ago

Kaayyoon chanali kanaa faarfannaa haaraa fi kan durii isin biraan ga'uudhaafi
Dabalataan seenaalee garaa garaa isin biraan ga'uf
@Burqaa43

Last updated 1 year, 1 month ago