Oro Sarcasm ?

Description
Official Telegram channel✔️

?Nutti dhihaatta ?
?Jaalalaan nurraa qabamta?
?Garmalee Koflaan Fincaan ofirrati buusta?
?asuman waliin taane Afaan fi artii keenya gudifanna.
Any comments or messages:- @Orosarca_commentobot
We recommend to visit

Last updated 4 years, 4 months ago

??Jaalalaafii ergaalee jaalalaan wal qabatan gaggabaaboo as jalaa argattu❣?????❣️❤️‍?
????Dabalataan Qoosaa Bohaarsoo??

Last updated 1 year ago

Chaanaalii kana keessatti Odeffannoo Waa'ee Maan Yunaayitidin walqabatan qofa argattu.

?Jijjirraa Taphattoota Kan Maan Yunaayitid

?Taphoota Maan Yunaayitid kallattiin.

?Yaada qabdan karaa @AmaaaanG gaafachu dandeessu

Group ? @Oro_man_uniteds_Group

Last updated 11 months, 4 weeks ago

hace 4 años, 4 meses

Konkolaataa ? bitachuu barbaadeen Dalaalaa tokko waliin wal argee yeroon Amala Konkolaatichaa isa gaafadhu....

Yoo Boba'aa(Nadajii) fixxeeyyuu hin dhaabattu sheemiin qabeeti deemti malee.?
@Orosarcasm

hace 4 años, 4 meses

Jirtu Jirtu......
@Orosarcasm yeroo Dhihootti Bashanana isaa bifa Ajaa'ibatiin Qabatee isiniif dhufaa jira.
Ni Jirtani mii.....?

hace 4 años, 11 meses

Dubartoonni Dhiira qarshii qabdu qofatti heerumu enyuutu jedhe?
Kan doolara ? qabu Yoo argatanis itti heerumu.?*?***

hace 4 años, 11 meses

Sirba na affeeri jetteeni Yoo isheen Sirba #Ali_Birra si Afeerte......

Maal eegda gaa daaftee Fuudhuu qabda tana ???

hace 4 años, 11 meses

Jallee koo hin kufin Adaraa,.... Dhaloonni zamana kana yoo kuftees Camera?** qofaan si kaasuu Waan ta'eef.
@Orosarcasm
@Orosarcasm

hace 4 años, 11 meses

Kan #Like? siif godhe hundaan na Jaalata yeroo jatte, #Comment Kan siif godhe immoo ulfa si ba'achiise?jira jechuudhaka.?**

hace 4 años, 12 meses

Hatanii Miliyoona1?** Argachuurra

Dafkitee Hojjattee Miliyoona5 ? argachuutu irra wayya.**

@Orosarcasm

hace 4 años, 12 meses

Naaf Dhiisa
Gutumatti isii
?
Naaf Dhiisa
Narraa tuqinaa
?**

@Orosarcasm Appreciated Video Music of M-Pako Shek-Issa(Backo Shakkisa)

hace 4 años, 12 meses

Jireenyi hamma barbaade sitti Hammaatullee Ofuma #post goote ofumaaf #React hin godhin?*?*

hace 5 años

The Best Artist=Tilahun Gasase and Dr.Ali BirraThe Best Athlete= Abebe Bekila
The Best Actor= Abebe Balcha
The Best Patriot= Belay Zalake Kiltu
The Best poets= Tsagaye Gabremadin
The Best Painter= Lama Guya
The Best Sciencetist= Gabisa Ejeta
? The so called Ethiopia?? is nothing without Oromo!

@Orosarcasm @Orosarcasm