Infinite Entertainment, Zero Cost: Get Your Free Books, Music, and Videos Today!

GIBEE MEDIA

Description
Qoosaa garaagaraaf
Asoosama sagaleedhan
Wolaloo bifoota midhaagadhan

Kana males kaayyoon channel keenyaa namoota dandeettii addaa qaban beeksisuudhaa


yaadaf @amaar70_bot @gibeeMedia

Nu qunnamuuf @Abu_Amaar1
Advertising
We recommend to visit

Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !

My Telegram Channel Link
https://t.me/+S9lLIcfDkRrhG-VZ

For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah

Last updated 1 week, 4 days ago

Youtube Irraattis nu Argattu

https://www.youtube.com/c/KaachuuEntertainment

Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot

Last updated 1 month, 2 weeks ago

𝗝𝗶𝗿𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮 𝗺𝗶𝗹𝗸𝗮𝗮'𝗮𝗮 𝗷𝗶𝗿𝗮𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂𝗳 𝗸𝗮𝗸𝗮'𝘂𝘂𝗺𝘀𝗮 𝗬𝗔𝗔𝗗𝗔𝗔 𝗳𝗶 𝗗𝗔𝗡𝗗𝗘𝗘𝗧𝗧𝗜𝗜 𝗱𝗵𝗼𝗸𝗮𝘁𝗮𝗮 𝗼𝗳𝗶𝗶𝘁𝘁𝗶 𝗳𝗮𝘆𝘆𝗮𝗱𝗮𝗺𝘂𝘂𝗳 𝗾𝗼𝗽𝗵𝗶𝗶 𝘁𝗮'𝘂𝘂 𝗯𝗮𝗿𝗯𝗮𝗮𝗰𝗵𝗶𝘀𝗮!
💥 @Oromoo_Inspire_YaadaafBot 💥

Last updated 1 week, 5 days ago

1 week, 5 days ago

Oduu Gammachiisaa

#Hulupay kaffaltii Duraanii irraa Dachaan dabalee jiraa carraa kun akka isinin darabinee Guyyaa 3 qofaaf turaa dafaa galama'a hojjedhaa!!

Namoota hojii online hojechuu feetan maraaf

Karaa Telegram osoo homaayyuu hin dhama'iin, namaaf share taasisuu qofaan qarshii hedduu argadhaa!

Step 1 :-

Jalqaba link kana tuquun Start tuqaa!

https://t.me/hulepay_official_bot?start=r07255829184

Step 2 :-

Channel lamaan isiniif dhufan join taasisaa! Sana booda «Check» kan jedhu tuqaa!

Kaffaltii karaa Telebirr kan fudhattan yoo ta'u, Referral link keessan namaaf erguun qarshii hedduu hojjechuu dandeessu!

Nama tokkoon 💰 birrii 3 kan kaffaluu yoo ta'uu guyyaa guyaanis bonus qabaa

1 week, 5 days ago

🧠Kana Beektuu!🧠

#Funyaan namaa fooliiwwan gara garaa Tiriliyoona tokkoo ol adda baasuu danda'a jedhu Saayintistoonni.
Rabbiin akka dinqiitti nu uume🙏.

.

1 week, 5 days ago

"Maal kun ijjoollee
Safuudhabboo"

😁😁😁

2 weeks, 5 days ago

Namoonni hojii karaa telegramiitiin hojjetaa jirtan ykn hojii online hojjetaa jirtan qarshii online irratti hojjettan karaa applikeeshinii kanaatiin fudhachuu dandeessu akkaataa isaas viidiyoo hojjennee isin barsiifna

Kanaafuu applikeeshinii kana buufadhaa

Playstore irraa buufachuu yoo barbaaddan
Trust wallet jedhaa buufadhaa

2 weeks, 6 days ago

#Ethiotelecom
Telebirr Engage maali?

👉Dhaabbanni ethiotelecom tajaajila haaraa #Telebirr_Engage jedhamu kan maamiltoonni odeeffannoo bilisaan waljijjiiruu fi hariiroo hawaasummaa isaanii karaa Telebirr SuperApp cimsachuu danda'an jalqabee jira.

👉Maamiltoonni ethiotelecom features haaraa dabalamee kana fayyadamuun baasii ykn kaffaltii dabalataa tokko malee nama dhuunfaa ykn gareen:
- barreeffama,
- suuraa,
- sagalee,
- Viidiyoo fi faayila waliif erguu kan dandeessisudha.

👉Akkasumas yeroo chat waliin gootanitti maallaqa walii erguu fi fudhachuu, kaffaltii waliif raawachuu, fi paakeejii ykn kaardii waliif bituu dabalatee tajaajila dijitaalaa hedduu appii tokko keessatti raawwachuuf isin dandeessisa.

👉 Egaa tajaajila kana fayyadamuuf
1. Appii Telebirr SuperApp download godhachuu yoo qabaattan ammoo #update gochuu.

  1. Appicha banuun lakk bilbilaa fi password keessan fayyadamtanii login gochuu.

  2. Ergii login gootanii booda gara gadi irratti #Engage kan jedhu argattu. Karaa sanaan #add_friend waliif erguun tajaajila armaan olitti ibsame fayyadamuu dandeessu.

👌Hubachiisa: Data bilbilaa #ON gochuu ykn banuu qabdu. Balance 0 dhaan ni hojjeta waan taheef kaaardii guutuun dirqama miti.

📢  | ■ @Oro_Tech_Tipz

2 weeks, 6 days ago
Dargaggoo lukasaatiin baatii 9 erga imalee …

Dargaggoo lukasaatiin baatii 9 erga imalee booda Makkaah ga'ee hajjii godhe
~~~
Aliif Mahmud jedhama. Hajjii gochuuf biyya isaa Baangilaadish irraa ka'ee ji'oottan 9 keessatti kiilomeetira 8000 (kuma saddeet) ol luka isaatiin imaluun haalota ulfaatoo heddu erga dabarsee booda Sa'uud Arabiyaa Makkaa ga'e.

Bara darbe gaafa Adoolessaa 8 ture bakka jireenya isaa Baangilaadish naannawaa Batabariya Cumilla's Nangalkot Upazila jedhamu irraa ka'uun imala kan eegale.

Biyyoota akka Indiyaa, Paakistaan, Iraan, Iraaq fi UAE keessa qaxxaamuruun walumaagalatti guyyoottan 270 (baatii 9) luka isaatiin imalee Makkaa seene.

Murtee miilaan gara Sa'uudii adeemee sirna hajjii raawwachuuf fudhate ilaalchisuun turtii TV Somoy jedhamu waliin taasiseen Aliif akkas jedhe:-

Waggoota dhibbaan lakkaa’aman dura daldalaafi sochii diinagdee garaa garaatiif karaan tokkichi imala lukaan taasifamu ta'uun ajaa'iba. Jalqaba irratti biskileetiidhaan gara Makkaa deemuu barbaadus, boodarra garuu miilaan deemuun murteesse jedhe.

© Spider Media

3 weeks, 1 day ago

𝘿𝙖𝙧𝙖𝙨𝙖𝙖 𝙅𝙖𝙖𝙡𝙖𝙡𝙖𝙡𝙡𝙞 𝙈𝙖𝙩𝙖𝙖 𝙆𝙤𝙧𝙚 𝙃𝙪𝙣𝙙𝙖𝙖𝙛...

𝙀𝙗𝙖𝙡𝙪 𝙉𝙪𝙪𝙧𝙖𝙡 𝙀𝙚𝙮𝙣𝙞𝙞𝙙𝙝𝙖 𝙅𝙚𝙘𝙝𝙪𝙪 𝘿𝙝𝙞𝙞𝙨𝙞:
1. Namni ati jaalatte dubartii dachii tana irra jirtu.
2. Dubartiin immoo ilma namaati. ilmi namaa balfa garaa bahu,laguu fi fincaan mara of keessaa naqa.
3. Nuural Eeyniin jannata keessa jirti jechaa dhageenye,teessoo jijjiirachuu hin dhageenye.
4. Nuural Eeyniin osoo dachii tana irratti tan qoodamtu ta`eetii, ummatni maaf kuwaasiin garaachi irraa dhuma.

𝙏𝙖 𝘼𝙣𝙞 𝙅𝙖𝙖𝙡𝙖𝙙𝙝𝙚 𝙈𝙖𝙡𝙚𝙚 𝘿𝙪𝙗𝙖𝙧𝙩𝙞𝙞𝙣 𝙃𝙞𝙣 𝙅𝙞𝙧𝙩𝙪 𝙃𝙞𝙣 𝙅𝙚𝙙𝙝𝙞𝙣:
1. Waan jaalatte ofii keetii faarfadhu.sunis jidduu keetii fi Isiitti.
2. Jaalala Nama Jaalattee ibsuuf,Dubartii biraa tuquun sirra hin jiru.
3. Wanti jaartiin tee baatte waan addaatii miti.daabboma takkittii Rabbiin banii aadamiitiif Kenne.

𝙔𝙚𝙧𝙤𝙤 𝙁𝙚𝙙𝙝𝙞𝙞𝙣 𝘼𝙣𝙖𝙖𝙩𝙞𝙞 𝙄𝙨𝙞𝙣 𝙆𝙤𝙧𝙚 𝙇𝙞𝙫𝙚 𝙃𝙞𝙣 𝙎𝙚𝙚𝙣𝙞𝙣𝙖𝙖.
1. Adaraa Rabbii yeroo simmeetiin mataa isin kore,jaartii teessanitti malee social Media tti hin dhufinaa.

𝙅𝙖𝙖𝙡𝙖𝙡𝙖 𝘽𝙖𝙧𝙞:
1. Jaalalli bifa,gosaa fi sadarkaa qaba.machii jaalalaatiin xuzzi jechuun dura,waan jaalattan addaan baafadhaa.jaalala keessaniifis sadarkaa kennaa deemaa. jaalala kaaliqaa fi makluuqaa walitti hin laaqin.

𝙐𝙡𝙖𝙖𝙜𝙖𝙖 𝙅𝙖𝙖𝙡𝙖𝙡𝙖𝙖 𝙌𝙖𝙗𝙖𝙖𝙙𝙝𝙪:
Namni waa jaalatu ulaagaa qabaachuu qaba.ulaagaan ati lafa kaayattu kan Rabbiin gammachiisu malee,kan dallansiisu ta`uu hin qabu.

𝘿𝙖𝙖𝙣𝙜𝙖𝙖 𝙌𝙖𝙗𝙖𝙖𝙙𝙝𝙪:
1. Ilmi namaa dhaloonni,jireenyii fi duuti isaatis daangaa qabdi.jaalala keessattis daangaa qabaadhu.galaanni waan hunda haree deemus daangaa mataa isaa qaba.
2. ilma namaa jaalachuu keessatti daangaa hin dhabin.
jireenyaan,waldhabaan,wal hiikkaan,wal jibbaan, fi du`aanis daangaa argachuun waan hin hafneef, ammuma of barsiisi.

𝙈𝙖𝙣𝙖𝙖𝙢𝙖 𝙁𝙖𝙖𝙧𝙨𝙪𝙪 𝙆𝙚𝙚𝙨𝙨𝙖𝙖 𝘽𝙖𝙝𝙞:
1. Fageenya irraa wanti yoo baratan fedhii namaaf guutu barnoota 2. fageenyaa qofa.
3. Akka lukkuu qilleensaan killee dhaltuu hin ta`inaa.isin allaattii miti.
4. Hanga ilma namaa faarsuun mataan si dhukkubu Rabbiin Faarsi.

𝘿𝙝𝙖𝙣𝙙𝙝𝙖𝙢𝙞𝙞 𝙆𝙖𝙞𝙞 𝙊𝙛𝙪𝙢𝙖𝙖𝙛 𝙍𝙖𝙜𝙖𝙖 𝘽𝙖𝙝𝙖𝙙𝙝𝙪: 1. Biyya keessa hin jiraanne yaaduu dhiisi. 2. Waan Takkaa Rabbi Ijaan sin argisiisin ragaa bahuufii dhiisi. 3. Simmeetii Keessaa bahi.bishaan qabbanaaaan wodda`adhu yoo of dadhabde.

𝘿𝙝𝙤𝙠𝙛𝙖𝙙𝙝𝙪:
1. Namni waan gaarii qabu ni dhokfata.
2. Ati naggaadee killeetii miti,kan waan qabdu hunda aduu keessa ol fuudhaa aalama hundatti mudhifattu.
3. Foon ati qilleensa gubbatti gurguraa ooltu kana, Rumichi si harkaa hin fudhatin.

𝘿𝙞𝙞𝙣 𝙍𝙖𝙗𝙗𝙞𝙞 𝙃𝙞𝙣 𝘼𝙧𝙧𝙖𝙗𝙨𝙞𝙞𝙨𝙞𝙣:
1. Mataan kee taus,maqaan baattee jirtu garuu keenya hunda. 2. Fakkaataan kee uumamuu mala.fakkeenya hamtuu tauun nama kalaama rabbii barate irraa hin tolu.
3. Gaafa Sheekni dhuufe,darasaan ni albaati jedhan. ijoollee akkam akka walitti qabdee akka barsiiftu rabbitu beeka.
4. Diin amala,amaanaa fi hayaaa tauu hin dagatin.

𝙉𝙖𝙢𝙖 𝙙𝙪𝙧𝙖 𝙉𝙖𝙛𝙖 𝙃𝙤𝙧𝙖𝙙𝙝𝙪:
1. Dhiira tauun uumama.dhiirsa tauun immoo qormaata dabruu waan gaafatuuf,kuftee hin eegin.

𝗗𝗮𝗿𝗮𝘀𝗮𝗮𝗻 𝗞𝗶𝘁𝗮𝗮𝗯𝗮 𝗕𝗮𝗮𝗯𝗮 𝗦𝗵𝗮𝗵𝗶𝘄𝗮𝗮 𝗤𝗮𝗿𝗮𝗮𝘁𝗮𝗻 𝗵𝘂𝗻𝗱𝗶 𝗞𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗻 𝗯𝗶𝗹𝗯𝗶𝗹𝗮 𝗹𝗮𝗳𝗮 𝗸𝗮𝗮`𝗮𝗮𝘁𝗶𝗶,𝗦𝗼𝗼𝗺𝗮𝗻𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗦𝗲𝗲𝗻𝗮𝗮.

3 weeks, 2 days ago

Namni ati jaallattu ; Sin jaallatu taanan!💔

Namni ati kabajju ; Sin kabaju taanan!

Namni ati yaaddu ; Sin yaadu taanan!

Namni ati barbaaddu ; Sin barbaadu taanan!

Dhiisi nama akkana waliin yeroo kee hin gubiin!

❤️Kan si jaallaatu hedduutu jira!💝

Isiin Jaalatamtoota ❤️🫶

🥰Fafakkeessaan jaalalaa miti!
💔Jaalalti miidhaa miti.

:¨·.·¨: ❤️ 
 `·.  @Oro_Technology1

3 weeks, 3 days ago

Hammuma onnee sobaatiin namootatti dhiyaachaa deemtu namoota onnee qulqulluudhan si jaallatan irraas fagaachaa deemta!🤝

Isiin Jaalatamtoota ❤️🫶

Jaalalti miidhaa miti
❤️ @Oro_Technology1❤️

3 weeks, 6 days ago

Akkam jirtuu Hordooftoota @GIBEEMEDIA
💰💰💰💰💰💰💰💰💰💰💰💰
💵💵💵💵💵💵💵💵💵💵💵💵
Hubachiisa Hojii online garaa garaa kara telegrame hojjetaman jenne kan isiniif maxxansaa jirruu kun kan verfy ta'edha (mirkana'edha).
💰💰💰💰💰💰💰💰💰💰💰💰💰💰💵💵💵💵💵💵💵💵💵💵💵💵💵💵
Namoonnii hojjettannii jijjiiramuu fedhii qabdan projecti nuti maxxansinu hundisaanii waan qabatamaa ta'edhaa kanaafuu shakkii malee hojechuu dandeessuu.

Waan isin rakkisee yookan kallattii maallaqa fudhatan baruuf group kana gadii seenaa gaafadhaa👇👇👇

T.me/oro_online_business

We recommend to visit

Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !

My Telegram Channel Link
https://t.me/+S9lLIcfDkRrhG-VZ

For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah

Last updated 1 week, 4 days ago

Youtube Irraattis nu Argattu

https://www.youtube.com/c/KaachuuEntertainment

Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot

Last updated 1 month, 2 weeks ago

𝗝𝗶𝗿𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮 𝗺𝗶𝗹𝗸𝗮𝗮'𝗮𝗮 𝗷𝗶𝗿𝗮𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂𝗳 𝗸𝗮𝗸𝗮'𝘂𝘂𝗺𝘀𝗮 𝗬𝗔𝗔𝗗𝗔𝗔 𝗳𝗶 𝗗𝗔𝗡𝗗𝗘𝗘𝗧𝗧𝗜𝗜 𝗱𝗵𝗼𝗸𝗮𝘁𝗮𝗮 𝗼𝗳𝗶𝗶𝘁𝘁𝗶 𝗳𝗮𝘆𝘆𝗮𝗱𝗮𝗺𝘂𝘂𝗳 𝗾𝗼𝗽𝗵𝗶𝗶 𝘁𝗮'𝘂𝘂 𝗯𝗮𝗿𝗯𝗮𝗮𝗰𝗵𝗶𝘀𝗮!
💥 @Oromoo_Inspire_YaadaafBot 💥

Last updated 1 week, 5 days ago