GIBEE MEDIA

Description
Qoosaa garaagaraaf
Asoosama sagaleedhan
Wolaloo bifoota midhaagadhan

Kana males kaayyoon channel keenyaa namoota dandeettii addaa qaban beeksisuudhaa


yaadaf @amaar70_bot @gibeeMedia

Nu qunnamuuf @Abu_Amaar1
Advertising
We recommend to visit

Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !

My Channel Link
https://t.me/Baadshah

For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah

Last updated 3 days, 11 hours ago

Telegram irraa qarshii argachuuf link kana fayyadamaa.

https://telega.io/?r=l9NDCHx-

Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot

Last updated 2 months, 2 weeks ago

Kaayyoon chanali kanaa faarfannaa haaraa fi kan durii isin biraan ga'uudhaafi
Dabalataan seenaalee garaa garaa isin biraan ga'uf
@Burqaa43

Last updated 1 year, 1 month ago

2 months, 1 week ago

Namoonnii Wave gurguddaa hojjeettan mee keessaan nu qunnamaa

@Abu_Amaar

Wave keessaan channel 10k olii kan ta'ee akkasumaa 5K olii kan ta'ee

Dm @Abu_Amaar1

2 months, 1 week ago

Xiinxala: #Masriin waldhabdee #Itoophiyaa fi #Somaaliyaa keessa maaliif harka galfatte?

Jalqaba bara 2024 Itoophiyaa fi #Somaalilaand waliigaltee wal-hubannaa ulaa galaanaa Itoophyaaf handaara galaanaa, Somaalilaandiif ammoo beekamtii idil addunyaa argamsiisu mallatteessan.

Somaaliyaan bara 1991 kaasee Somaalilaand irratti aangoo kan hin qabne ta’us, battalumatti waliigaltee kana mormuu eegalte. Ji’a lama dura Somaaliyaan Masrii waliin waliigaltee tumsa waraanaa mallatteessuun, meeshaalee waraanaa gara Moqaadishoo erguu hordofee muddamni siyaasaa naannichaa daran dabale.

Ministirri Muummee Abiy Ahimad guyyaa birmadummaa Fulbaana 08, 2024 kabajame irratti haasawaa taasisaniin, “qaamni Itoophiyaa tuxxuquu barbaadu kamiyyuu yeroo tokko qofa osoo hin taane si’a kudhan itti yaaduu qaba,” jechuun akeekkachiisaniiru.

Qorataa siyaasa bishaanii kan ta’an Asraat Biraanuu, “Masriin tumsa waraanaa Somaaliyaa waliin qabdu fayyadamuun Itoophiyaa irratti dhiibbaa siyaasaa uumuu fi falmii laga Abbayyaa deemaa jiru keessatti olaantummaa argachuuf barbaadde,” jedhan.

2 months, 1 week ago

Oduu: #Somaaliyaatti meeshaa waraanaa humnoota alaatiin dhiyaatu ‘harka shororkeessitootaa kufu mala’ - #Itoophiyaa

Haala nageenya Somaaliyaa tasgabbaa’aa hin taane keessatti meeshaaleen waraanaa humnoota alaatiin dhiyaatan harka shororkeessitootaatti kufuu akka malu Ministirri Dhimma Alaa Itoophiyaa Taayyee Atsiqasillaaseen dubbatan.

Ministirichi kana kan jedhan dooniin fe’umsa waraanaa Masrii Dilbata Fulbaana 22, 2024 meeshaalee waraanaa gurguddoo fi misaa'elii farra xiyyaara waraanaa fe’e buufata doonii Moqaadishoo gahuu hordofeeti.

Haaluma walfakkaatuun, #Somaalilaand gama isheetin meeshaaleen waraanaa kunneen harka gareewwan shororkeessaa kanneen akka #al_Shabaab fi hidhattoota gosaan ijaarmanitti kufuudhaan nageenya Somaaliyaa keessatti hammeessuu danda’a yaaddoo jedhu akka qabdu ibsiteetti

5 months ago

"Kan hin barannee badhaadhee innii baratee rakkatee osoo agarruu akkamittii dhaloota dhufuun barnoonnii daandii milkaa'inaati jechuu dandeenyaa?"

Roobert Mugaabee

5 months ago

H A R M E E !

Maqaa kana namni jaallattu qofti ❤️ tuqi

5 months ago

Eebbifamtoonni Fi barattoonni remedial bara kana qormaata fudhattanii milkooftan Baga Gammaddan!

Kanneen yaaltanii hin milkaa'iin haftaniif immoo barrii Fi Karri banaan guyyaa tokko isiniif dhufa dorgommii keessan hin dhaabiinaa!

7 months, 1 week ago

Oduu Gammachiisaa

#Hulupay kaffaltii Duraanii irraa Dachaan dabalee jiraa carraa kun akka isinin darabinee Guyyaa 3 qofaaf turaa dafaa galama'a hojjedhaa!!

Namoota hojii online hojechuu feetan maraaf

Karaa Telegram osoo homaayyuu hin dhama'iin, namaaf share taasisuu qofaan qarshii hedduu argadhaa!

Step 1 :-

Jalqaba link kana tuquun Start tuqaa!

https://t.me/hulepay_official_bot?start=r07255829184

Step 2 :-

Channel lamaan isiniif dhufan join taasisaa! Sana booda «Check» kan jedhu tuqaa!

Kaffaltii karaa Telebirr kan fudhattan yoo ta'u, Referral link keessan namaaf erguun qarshii hedduu hojjechuu dandeessu!

Nama tokkoon ? birrii 3 kan kaffaluu yoo ta'uu guyyaa guyaanis bonus qabaa

7 months, 1 week ago

?Kana Beektuu!?

#Funyaan namaa fooliiwwan gara garaa Tiriliyoona tokkoo ol adda baasuu danda'a jedhu Saayintistoonni.
Rabbiin akka dinqiitti nu uume?.

.

7 months, 1 week ago

"Maal kun ijjoollee
Safuudhabboo"

???

7 months, 2 weeks ago

Namoonni hojii karaa telegramiitiin hojjetaa jirtan ykn hojii online hojjetaa jirtan qarshii online irratti hojjettan karaa applikeeshinii kanaatiin fudhachuu dandeessu akkaataa isaas viidiyoo hojjennee isin barsiifna

Kanaafuu applikeeshinii kana buufadhaa

Playstore irraa buufachuu yoo barbaaddan
Trust wallet jedhaa buufadhaa

We recommend to visit

Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !

My Channel Link
https://t.me/Baadshah

For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah

Last updated 3 days, 11 hours ago

Telegram irraa qarshii argachuuf link kana fayyadamaa.

https://telega.io/?r=l9NDCHx-

Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot

Last updated 2 months, 2 weeks ago

Kaayyoon chanali kanaa faarfannaa haaraa fi kan durii isin biraan ga'uudhaafi
Dabalataan seenaalee garaa garaa isin biraan ga'uf
@Burqaa43

Last updated 1 year, 1 month ago