Official Telegram channel✔️
?Nutti dhihaatta ?
?Jaalalaan nurraa qabamta?
?Garmalee Koflaan Fincaan ofirrati buusta?
?asuman waliin taane Afaan fi artii keenya gudifanna.
Any comments or messages:- @Orosarca_commentobot
Last updated 3 years, 4 months ago
😍🥰Jaalalaafii ergaalee jaalalaan wal qabatan gaggabaaboo as jalaa argattu❣😘🤩🥰😍😜❣️❤️🔥
😁😅🤣😂Dabalataan Qoosaa Bohaarsoo😇😋
Last updated 6 days, 10 hours ago
Chaanaalii kana keessatti Odeffannoo Waa'ee Maan Yunaayitidin walqabatan qofa argattu.
👉Jijjirraa Taphattoota Kan Maan Yunaayitid
👉Taphoota Maan Yunaayitid kallattiin.
👉Yaada qabdan karaa @AmaaaanG gaafachu dandeessu
Group 👉 @Oro_man_uniteds_Group
Last updated 3 days, 10 hours ago
Akka qorannoon jedhutti
Namni kan inni rafu yeroo hirribin Isa qabudha😋
Video sirbaa keessatti ammas harroota dhimma ishee Wal hoossitu Saba biraatti qabanii, sangoota Wal jifattu ammoo dhimma Saba biraatti qabanii; harrootaa fi Sangoota sana utuu hin galateeffatin darbuun isaanii Cubbuu intinaa wayiittan fudha Ani! Biyaansi galateeffamuu qabu! 😥
Obboleessa ko
Birrin gamachuu hin bitu jette yaadda taanan
.
.
.
Akkawontii ko iratti na dabarsi😁1000637281880000
"Biyyoota gurguddatanitti, akka carraa utuu kaaffee teessuu, bilbilli siif bilbilamu 'vibrate' irra hin jiru ta'ee, sirkaa iyyee jennaan;"utuu isin boqonnaarra jirtanii bilbila isin irratti iyyisiisee waanin isin jeeqeef dhiifama naaf godhaa" jettee kaatee maamiltoota miilatti kuftee dhiifama hin gaafattu taanaan seeraan itti gaafatamta.
Ishee kana mul’ataanin arge (Imagine)😋
Asitti garuu church keessallee utuu ati jirtuu sirkaa iyya. Sanuu sagaleen waamicha bilbila keetii "Ya jabbilootakoo ya jabbiloota odaa jalaa, kan Nama nyaatu nu keecha jira” jedha. Namni si gaaafatu hin jiru. Dimokiraasiin asitti hafe ibboo. "😋😂
Kanaaf jijjirama kana deeggaruutti cichine nuti! 🙄
Gorsa onneerra madde!
1. Hammam yoo jaallatte iyyuu, Uumphaaa jettee text hin barreessiniif.😁 dhungachuu yoo barbaadde deemi dhungadhu malee qubee afaan Oromootiin hin taphatin😄
2.Gaafa durba tokko jaallattu, naaf gaafadhu jettee nama kan birootti himatin! maal ati afaan hin qabduu ofii keetii hin gaafatattuu?🙄
Jaalallee keetii bilbiltee gaafa toorri bilbila ishee qabamaa ta'u, Eenyutti haasa'aa turte jettee hin gaafatin! Akka isheen obboleessa kootu ykn adaadaa kootu naaf bilbile siin jettu hin beektuu ati maaliif gowwaa taata?🤦🏽♂️
Moobaayilii chiikii keetii harkaa fuutee miiseejii (📥 inbox) Seentee hin ilaalin. Amma dhuguma text dhiirri kan biroon barreesseef utuu irraa hin balleessiin sitti laatti jettee yaaddaa?🤔
5.Walaloo durii isa bishaan qilxuu jalaa kan dhugu simbira, Ani rafee hin bulu yaanni koo si bira. isa jedhu tokko ammoo hin barreessiniif! barri isaa itti darbeera. walaloo haaraa kan ofii keetii barreessuufii yaali!😋
Galatoomaa🙏🏽
Gaafa nama dhukkubsate bira deeman;
Araba =Rabbi si haa fayisu!.
Amerikaa=Amma fayyita!.
Ethiopia= Abbaa koo tokko dhibeema akka keetii kanatu ajjeese jedhu.😔
Asqofarattii mitii"Jannata" keeysatille warra akkanumati waji qama'u nuhaa godhu🤲
Safaricom ukatti tajaajila jalqabe jedhani 🤥 baga bacaqii #Ethiotelecom kessa booqa #safaricom gessan 😆
Sichi postin koos #like hin dhabu 😂
Bilbillikee kee Daataa fixuun yoo si rakkise
Atis daataa cufuun rakkisi🫣
Official Telegram channel✔️
?Nutti dhihaatta ?
?Jaalalaan nurraa qabamta?
?Garmalee Koflaan Fincaan ofirrati buusta?
?asuman waliin taane Afaan fi artii keenya gudifanna.
Any comments or messages:- @Orosarca_commentobot
Last updated 3 years, 4 months ago
😍🥰Jaalalaafii ergaalee jaalalaan wal qabatan gaggabaaboo as jalaa argattu❣😘🤩🥰😍😜❣️❤️🔥
😁😅🤣😂Dabalataan Qoosaa Bohaarsoo😇😋
Last updated 6 days, 10 hours ago
Chaanaalii kana keessatti Odeffannoo Waa'ee Maan Yunaayitidin walqabatan qofa argattu.
👉Jijjirraa Taphattoota Kan Maan Yunaayitid
👉Taphoota Maan Yunaayitid kallattiin.
👉Yaada qabdan karaa @AmaaaanG gaafachu dandeessu
Group 👉 @Oro_man_uniteds_Group
Last updated 3 days, 10 hours ago