✎ π‚πŽππ€ ππ€π‹π€πŒπ€π€ πŸ‡΅πŸ‡ΈβœŒοΈ

Description
https://t.me/+RSRVlLKGs5J_-PJg
Advertising
We recommend to visit

Waliin kufnee
Waliin kaana
Osoo jirruu
Waliif taana
Yaadaaf??
? @Michuu_Fayisaa
---------------//---------------

Chaanaalaaf?
✍️ @Michuu_ko

Last updated 2Β Monate, 3Β Wochen her

Soo dhowoow is ku day inaad cid nagusoo biiriso hal qofna ha ahaatee adiga oo linkiga zhere gareynaya halkaan waxaad ka helaysaa fikrado ku cajabiyaβ™₯️

Wixii talo ah halkan igalasoo xidhiidhπŸ’šπŸ‘‡ @Maymuuncali

https://t.me/Audiobook2s

2021-5-24

Last updated 1Β Monat, 1Β Woche her

2Β weeks, 1Β day ago

✰ β€œKaleessa caalaa bortu
sitti dhihoodha.”

🌷 @A4mulaa_jireenyaa ✌️

2Β weeks, 3Β days ago

✰ Nama tokkoo ol jaalatta taanaan keessa kee kan jiru memory cardii dha malee Onnee miti.

Roobart Mugaabee.

🌷 @A4mulaa_jireenyaa ✌️

2Β weeks, 3Β days ago

QAJEELFAMOOTA DADAMMAQIINSA JIREENYA ILMA NAMAATIIN WALQABATAN:

➊. Kaayyoo ofiitiif bitamuu!
βž‹. Xiyyeeffannoo qabaachuu!
➌. Galma ofii beekuu!
➍. Ejjennoo qabaachuu!
➎. Jalqaba haaraan eegaluu
➏. Karaa salphaa adeemuu
➐. Mul'ata qabaachuu
βž‘. Waan addaa uumuu
βž’. Beekumsa ofiitti fayyadamuu
βž“. Ofitti amanamummaa qabaachuu
ο»ΏAti yoo of hin kakaafne homtuu si hin kakaasu!

@A4mulaa_jireenyaa ✌️

3Β weeks ago

🌟Namonni Channel Kessaan πŸ“£waveπŸ“£Galfachuun Yeroo Muraasa kessatti Guddifachuu Warreen Barbaddaanif

πŸ’¦β˜ž @Kumela_Tariku Na Dubbisaa

βž•Kanneen Subscribers
πŸ“ˆπŸ“ˆπŸ“ˆ

🌟Above   βœ”️   1k+
Subscriber

🌟 Above  βœ”οΈ    2k+
Subscriber

🌟Above   βœ”οΈ    3k+
Subscriber

⭐ Above βœ”οΈ 4k+
Subscriber

⭐ Above βœ”οΈ 5k+
Subscriber

⭐ Above βœ”οΈ 10k+
Subscriber

⭐ Above βœ”οΈ 15k+
Subscriber

⭐ Above βœ”οΈ 20k+
Subscribers

⚠️HUB.Channel views in qabne In fidinaa❌

Na Dubbisuf 🀭⏭️ @Kumela_Tariku
  Na Dubbisuf 🀭⏭️ @Kumela_Tariku

3Β weeks, 5Β days ago

βœ“ Osoo kitaaba hin dubbisin yoo dubbatte namni si nuffa.
Kitaaba dubbistee yoo calliste callisuun keeyyuu ergaa qaba.
Namni kitaaba hin dubbisne yoo callise nama mukeessa.
Namni kitaaba dubbisummoo guyyaa guutuu yoo haasa'eyyuu hin nuffamu.
Kitaaba dubbisuun ilaalcha ofii daandii sirrii qabsiisuudha.
Arraba ofii dubbii gaarii leenjisuudhasi
!

Haa dubbisnu!

✎ @seyfal_islam1 πŸ‡΅πŸ‡ΈβœŒοΈ
@A4mulaa_jireenyaa πŸ‡΅πŸ‡ΈβœŒοΈ

3Β weeks, 5Β days ago

Ammuma Murteessi!
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
βœ“ Waa'ee kaleessaa yaaduu dhiisi! Amma murteessi! Murtoon tokko jireenya kee bara baraan jijjiiruu dandaΚΌa! Sa'aatii kana irraa eegaluun waanan danda'u hunda nan raawwadha (nan godha) jedhii murteessi!

βœ“ Nama kutannoo hin qabne namni barbaadu hin jiru! Kutannoo hin qabdu taanaan ofiifis warra jaallattuufis homaa gochuu hin dandeessu. 

βœ“ Namni duubatti deebi'u ni qisaasama! Wantoonni ati barbaaddu hundi sodaa kee duuba ta'uu isaa beekuun murannoo qabaachuu qabda! Duubatti deebitee homaa jijjiiruu hin dandeessu; amma yoo jalqabde garuu xumura kee miidhagsuu dandeessa; Nama fooyya'aa ta'uu qabda!

βœ“ Ammuma murteeffadhu Waanuma murteeffatte keessa jiraatta waan ta'eef! Yeroo kee qaalii kana bakka hintaanee fi namoota hin taane wajjin hin qisaasessin. Hiriyaa filadhu bakka ooltus adda baafadhu.

✎ @seyfal_islam1 πŸ‡΅πŸ‡ΈβœŒοΈ
@A4mulaa_jireenyaa πŸ‡΅πŸ‡ΈβœŒοΈ

4Β weeks, 1Β day ago

ፈገግ α‰ αˆ‰πŸ˜Š
α‰ αˆ…α‹ˆα‰³α‰½αˆ αŠ α‹αŠ“α‰Ή
α‹¨αˆ›α‰³α‹α‰ αŠ₯ሡαŠͺαˆ˜αˆ΅αˆ‹α‰Έα‹ α‹΅αˆ¨αˆ΅!!

4Β weeks, 1Β day ago

●●●Anaa fi sihi●●●●

Ofii keef dhugaa Balleessitee, Barri kun Bara sobaati hin jedhin.
Bara jechuun Anaa fi sihi.

Barri Gaariin ykn Ajaan hin jiru.
Yoo nu gaaromne ni gaaroma.
Yoo nuti ajanne ni ajata.
Yoo nuti dhugaa dubbanne
Barichis bara dhugaa taha.
Yoo nuti jibbine barris numa fakkaata.

Kanaaf:- Ati hanga dandeesseen Gaarii fi nama dhugaa ta'i.

#Yeroo_ Gaarii Qabaadhaa 🌹****

β˜†β˜†β˜†β˜†β˜†β˜†β˜†β˜†β˜†β˜†β˜†

✎ @seyfal_islam1 πŸ‡΅πŸ‡ΈβœŒοΈ
@A4mulaa_jireenyaa

4Β weeks, 1Β day ago

Roorroon Hammaatus
Fira ormatti hin komatanu.

1Β month ago
We recommend to visit

Waliin kufnee
Waliin kaana
Osoo jirruu
Waliif taana
Yaadaaf??
? @Michuu_Fayisaa
---------------//---------------

Chaanaalaaf?
✍️ @Michuu_ko

Last updated 2Β Monate, 3Β Wochen her

Soo dhowoow is ku day inaad cid nagusoo biiriso hal qofna ha ahaatee adiga oo linkiga zhere gareynaya halkaan waxaad ka helaysaa fikrado ku cajabiyaβ™₯️

Wixii talo ah halkan igalasoo xidhiidhπŸ’šπŸ‘‡ @Maymuuncali

https://t.me/Audiobook2s

2021-5-24

Last updated 1Β Monat, 1Β Woche her