MICHUU📚

Description
Ni qoosna Ni taphanna Nama hin tuqnu siyaasa hin laaqnu amantiitti hin buunu! Maaltu nu dhiphise silaa 1000 hin jiraannu🥰

Yaadaaf👇👇
@michuu_fayisaa
Chaanaalaaf👇
✍️ @Michuu_ko
We recommend to visit

Ni qoosna Ni taphanna Nama hin tuqnu siyaasa hin laaqnu amantiitti hin buunu! Maaltu nu dhiphise silaa 1000 hin jiraannu🥰

Yaadaaf👇👇
@michuu_fayisaa
Chaanaalaaf👇
✍️ @Michuu_ko

Last updated 1 month, 1 week ago

Soo dhowoow is ku day inaad cid nagusoo biiriso hal qofna ha ahaatee adiga oo linkiga zhere gareynaya halkaan waxaad ka helaysaa fikrado ku cajabiya♥️

Wixii talo ah halkan igalasoo xidhiidh💚👇 @Maymuuncali

https://t.me/Audiobook2s

2021-5-24

Last updated 2 months, 3 weeks ago

Last updated 1 month, 1 week ago

1 month, 1 week ago

Bara humna qabdu
Sagal taatee lolta
Bara humna dhabdu
Arraba keen tolta!

Bara aangoo qabdu
Du'ayyuu dagatta
Bara barri hammaatte
Ilbiisa baqatta!

Bara barri tolte
Manaa afeeramtee
Gad baatee lallabda
Bara barri hammaatte
Jecha ke tokkittiin
Hidhamuu jalqabda!

Tokko kormaa gootee
Kaan gooti dabeessa
Biyya lafaa kanaaf
Safuudha maleessaa!

@michuu_ko

1 month, 1 week ago

"Hanga har'aatti nama Akka ke naaf tahun dhabe!" Jedhee hiriyaanke sirraa fagoo jiru yeroo siif barreessu garaanke hammam boora'a?🥰🥰

1 month, 1 week ago

Namoonni gamni Sibiratti ni qoosu ni taphatu. Hojii isaaniitti garuu goondaadha!
Taphadhaa garuu daangaa keessan beekaa! Hojii keessaniitti,barumsa keessaniitti immoo siiresii tahaa!

Gorsa kooti!

3 months, 1 week ago

Barsiisaan ko sirriin elementary Fi highschool 'tti hafe.

Beekumsa qabu hamma danda'u siif gumaacha. Guyyaa guutuu dhaabbachaa oola. Sin jibbu sin hinaafu sitti hin fayyadamu. Aangoo fi humnasaa sitti argisiisuuf hin dhimmamu. Qabxiillee Hamma ati argatte siif qaba. Yoo balleessite si gorsa maatii keetti siif hima. Sababanii qabxii walirraa muruun elementary hin jiru!?

Gabatee gurraacha guutee harkaan siif barreessa. Atimmoo Isa waliin xumuruuf daddaftee barreessita. Hanga uffannisaa daaraa boronqiin laaqamutti of Kennee si barsiisa.

Anis ergan barsiisaa Yuunivarsiitii argeen "Barsiisaan ko sirriin Elementary Fi highschool 'tti hafe"jedheem bar?

Barsiisota koo durii yoomiyyuu isiinan jaalladha isinan kabaja naaf jiraadhaa!

3 months, 1 week ago

Mee dubbii wayiin Gurra isin buusa! Wal haa hordofnu.

Yeroo wayii mucaa tokkotu Yuunivarsiitii barata jedhani. Mucaan Kun qabxii kana toora galchee naqa. Baruma baraan numa Foora jedhani. Fooruu jechuu beektu mitiiree? 4:00GPA Fiduu jechuudha boodumaafuu baraaga.

Ennaa maaltu tahe seetan, Akkuma Fooraa deemeen Exit exam'n gahe, Namnis hiriyaanis Isa abdatu mitiireega ishees qorame jedhani.

Egaa firiin Exit exam' Gadhiifame , mucaan Fooraa ture Kun Haddub' jedhee biyya keessa kufe. Kanaan yoom gahe erga qabxiisaa ilaallatee Dhiiga shaate jedhani?

Maal jechuun barbaade ......

??? Anumaafuu Nan galle maal jechuu akkan barbaade?

Waaqayyo Haddub' jechuu isin haa oolchu!

Mee nagaan bulaa!

Michuudha

React

3 months, 1 week ago

"Dhugaa hundi hin jaalatu, kanaaf maa jibbitu hin jedhamu!"?****

6 months, 1 week ago

???????????? ?????????? ???????? ????? ????????? ???? ?????????!

??????????? ???????? ??????? ??????? ??????? ????????? ?????.
???????? ?????? ??????? ??????????? ???? ????????? ???????? ????? ????????.
ᴷᴬᴺ ᴵˢᴵᴺᴵᴵᶠ ᴰᴴᴵᴴᴱᴱˢˢᴱ @MN_SMN

6 months, 1 week ago

? Namoonni wave galuu barbaaddan
⚠️Bakki muraasni waan hafeef dafaa karaa kanaan nu qunnamaa
@Huzmeh

?Wave መግባት ምትፈልጉ
⚠️ትንሽ ቦታ ነው ያለን ቶሎ ተመዝገቡ
@Huzmeh

6 months, 1 week ago

Ijoolleen Yuunivarsiitii Madda Walaabuu Akka gootani,Waan isin waamu hin fakkatu waan taheef certificate kutaa 12'n Vacancy hordofaa anatu isiniin jedhe.

We recommend to visit

Ni qoosna Ni taphanna Nama hin tuqnu siyaasa hin laaqnu amantiitti hin buunu! Maaltu nu dhiphise silaa 1000 hin jiraannu🥰

Yaadaaf👇👇
@michuu_fayisaa
Chaanaalaaf👇
✍️ @Michuu_ko

Last updated 1 month, 1 week ago

Soo dhowoow is ku day inaad cid nagusoo biiriso hal qofna ha ahaatee adiga oo linkiga zhere gareynaya halkaan waxaad ka helaysaa fikrado ku cajabiya♥️

Wixii talo ah halkan igalasoo xidhiidh💚👇 @Maymuuncali

https://t.me/Audiobook2s

2021-5-24

Last updated 2 months, 3 weeks ago

Last updated 1 month, 1 week ago