Unlock a World of Free Content: Books, Music, Videos & More Await!

Guduunfaa📚❤

Description
@SiifBirhanuu fi @Firoregassa
Advertising
We recommend to visit

Last updated 2 months, 3 weeks ago

Last updated 3 weeks ago

@SiifBirhanuu fi @Firoregassa

Last updated 5 months, 3 weeks ago

5 months, 3 weeks ago
5 months, 3 weeks ago

Master you emotions!

This book is short and will help you become happier and more optimistic.

✈️✈️✈️#share✈️✈️✈️
👇👇👇#join👇👇👇
@kitaabotaGaraagara

5 months, 3 weeks ago
5 months, 4 weeks ago
6 months ago
6 months ago

🤩👏

7 months, 2 weeks ago

Warri dandeessan amma yeroo wal fakkaatatti beeksisuu waan barbaannuuf galgala kana sa'aa 1:00 irraa eegaluudhan beeksisa kitaabichaa irratti nu faana hirmaadhaa....

Warri beeksisuuf eeyyamamoo taatan barruu armaan olii kana suura kana faana fayyadamaa🙏

Galatoomaa🙏

7 months, 2 weeks ago

KENNAA "IRREECHA" BARANAA KAN BIRAA
                       "ASEELLOO"
GOSA BARRUU - FALAASAMA
BAAY'INA FUULAA- 265

Jiruun dhala namaa diinota hin mul’anneen marfamtuudha.
Rakkinaa fi gadadoodhan kan guutame taatee, fiixee milkaa’inaa muraasni namaa qofti qaqqabu gahuuf deemsa karaa dheeratti.

Jaalleewwan keenya tokko tokkoon isaanii jiruutti duulanii argaa keenya duraa dahataniiru. Callisa ajajaa du’aatiin nyaatamaniiru. Yeroon nuti isaan gargaaruufis ta’ee, carraa gaddaa fi gammachuu isaanii murteessuuf qabnu xiqqoodha.

Karaa isaaniirra ifa dhangalaasuuf, gadda isaanii hir’isuuf isaan faana gadduu, nuffii malee jaalala fi gammachuu qulqulluu laachuufii; galma milkii isaan hanqatan jabeessuu, yeroo abdii kutannaa isaaniitti amantii laphee isaaniirra facaasuun gahee keenya haa ta’u.
(Fuula -187)

7 months, 3 weeks ago
9 months, 3 weeks ago

BEEKSISA - Waldaa Barreessitoota Oromiyaa Irraa

Kabajamtoota barreessitoota kitaabota Ogbarruu Oromoo maraaf; Waldaan Barreessitoota Oromiyaa kitaabota bara 2014 fi 2015 Afaan Oromootiin barraa'an kamiyyuu galmeessuu waan barbaaduuf, namoonni kitaabota, Asoosama Dheeraa, Asoosama Gabaabaa/Asoogawwan, Walaloo, Seenaa fi Xinsammuu kamiyyuu Adoolessa 24-28/2015'tti kitaabicha irraa baay'ina 5 (shan) qabattanii, biiroo Waldaa Barreessitoota Oromiyaatti qaamaan argamuun akka galmeessiftan waamicha isiniif taasifna.

Odeeffannoo Dabalataaf
+251 91 755 6800
WBO - Finfinnee Oromiyaa

We recommend to visit

Last updated 2 months, 3 weeks ago

Last updated 3 weeks ago

@SiifBirhanuu fi @Firoregassa

Last updated 5 months, 3 weeks ago