Last updated 1 month, 2 weeks ago
قـنـاة انــتــرنــت مـجـانـي 🇲🇦🇸🇦🇮🇶🇸🇩🇩🇿 ....
🔘 شـروحــات نـت مـجــاني 📡
🔘 مـلفـات نــت مـجـانـي 📂
🔘 قــم بالاشــتـراك وتــابـع جـديــدنـا ✔
الـمــالـك : @u_44_u ⭐
Last updated 2 weeks, 4 days ago
ደራሲ: ሲድኒ ሺልደን
ተርጓሚ: ብስራት እውነቱ
የገጽ ብዛት:190
ዘውግ: ልብወለድ
#share join
@telemondo
@telemondo
"Waan tokko hubattee beektaa? Jette. "Waan akkamii ? Jenaan...takka callisa ishee keessa turte. Ijaan fagoo ilaalti. Quba harka ishee xiqqoo gara ilkaaniitti geessitee ciniinti. Turtee afuura guddaa baafatte. Ijaan nama ishee cinaa jiru dhiiftee gara fuuldura ishee qofa ilaalti.
"Yeroo wayii onneen kee guutuu taati. Fedhiin kees qulqulluu ta'a. Sammuun kees ni qophaa'a. Yaadni kees ni haara'a. Maal siin jedhu? Jireenyi kee hundi of kennuu jalqaba. Oggas ni simatta. Gammachuudhaan, jaalalaan fedhii guutuudhaan ofitti amanamummaa cimaadhaan!
Sababni isaa yeroo sirriin amma jettee waan amantuuf. Qophii ta'uu keetti waan quufteef. Kunuunsuu akka dandeessuu sirritti waan hubatteef! Sababni isaa, filannoo kee keessaa isa jaalattu , isa si harkisu waan guuteef. Sababni isaa , isa akka lubbuun kee barbaaddu, afuurri kees itti tasgabbaa'u, qalbiin kee itti boqotu ta'ee waan si dhuunfateef.
Argitee? Ni simatta. Of kennuuf qophoofta. Hundeerraa jalqabdee keessa keetti waan simatte biqilchuu jalqabda. Onneen si dhahachuu eegalti. Qalbiinis sana barbaaduutti jooruu jalqabdi. Garuu homtuu bakka sana siif hin bu'u, homtuu sana hin filatu. Inni qalbiin kee simatee fedhiin kee guutuu ta'uu deemaadha. Jooraadha. Mul'atee badhaadha. Argamee dhokataadha. Hoo'ee qorraadha. Guddisee si xiqqeessa."
Of loluun isaa hagam akka cimu yaadi. Hagam, guyyaa meeqaaf akka of dhamaastu yaadi. Baay'ee nama dadhabsiisa. Yeroo wayii fedhii kee, miira keef waan lubbuun kee simachuu feetu amanuu dhiifta! Gatii simannaa keef, barbaachisummaa kee haalota siif hin hubanne keessatti yoo of hiitu, turee' Wanti sirritti abdachuu jalqabduuf amanuu eegaltu hundi caalaatti akka sirrii hin taanetti jijjiiramuu mala. Hawwiin keessa keetii wal cunqursu martuu dhokatanii badu. Duwwaatti hafta. Ciccitaa miira keetii waliin wal'aansootti deebita. "
Authentic living also promotes consistency and reliability, strengthening personal and professional relationships.
Taken from "The Power of a Humble Life" by Richard E. Simmons III
Master you emotions!
This book is short and will help you become happier and more optimistic.
✈️✈️✈️#share✈️✈️✈️
???#join???
@kitaabotaGaraagara
??
Warri dandeessan amma yeroo wal fakkaatatti beeksisuu waan barbaannuuf galgala kana sa'aa 1:00 irraa eegaluudhan beeksisa kitaabichaa irratti nu faana hirmaadhaa....
Warri beeksisuuf eeyyamamoo taatan barruu armaan olii kana suura kana faana fayyadamaa?
Galatoomaa?
Last updated 1 month, 2 weeks ago
قـنـاة انــتــرنــت مـجـانـي 🇲🇦🇸🇦🇮🇶🇸🇩🇩🇿 ....
🔘 شـروحــات نـت مـجــاني 📡
🔘 مـلفـات نــت مـجـانـي 📂
🔘 قــم بالاشــتـراك وتــابـع جـديــدنـا ✔
الـمــالـك : @u_44_u ⭐
Last updated 2 weeks, 4 days ago