Kaayyoon Channel kanaa
Kaleessa Wal Yaadachisaa
Boruuf wal Qopheessuudha.
https://t.me/seyfal_islaam
Last updated 1 day, 23 hours ago
↺›️
★.ᴍʏ ʙᴏᴛ (@Disney_11_bot).𔘓 ◌
Last updated 7 months, 1 week ago
کانال اصلی خرد جمعی
@kherad_jamii
خرد نیوز
@kherad_jami
کانال آرشیو لایو ها
@kherad_jamiii
پیج توییتر
Twitter.com/kamelensan
پیج اینستاگرام
https://instagram.com/aristocracy101?igshid=YmMyMTA2M2Y=
پیج یوتیوب
https://youtube.com/@father369
Last updated 2 weeks, 3 days ago
Wanti Bu'aa siif hin Daballe
Ba'aa siif Dabala.
#Alhamdulillaah**....
✍ Guyyaa kankee keessatti homa Rabbii kankee irratti faarfattu ykn galateeffattu yoo arguu dadhabde, daqiiqaa muraasaaf qofa ija kankee dunuunfadhuu turi mee...
Ifaan ijaa kan Rabbiin siif kenne qofti, silaa sekondii hunda galata Rabbiif galchuu si gaafata.
Alhamdulillaah**
Ati Nama tokko
Garuu.....*
Anaaf waan Hunda 😍*
*✍" Bariin Kankee Kan Tolu Yoo Ganamaan Dhangaa siif sifaa,u Sooratteedha Ilmi Nama Woma Ganama Dhangiyame Fakkaata Jedhu Mitiire*....!!
Nama SI Yaade Qofa Yaadi Nama Sin
Yaanne Yaaduutti Yerookee Hin Gubin.🙂****
**Gaaffilee Jireenya Milkaa'inaa Jiraachuuf Nama Kakaasan:
❏ Gaaffileen jireenyatti hiika godhan kunniin nama milkaa’ina hawwu tokkoof baay’ee murteessoo dha.
⁃ Ani eenyu ?
⁃ Maalifan Uumame?
⁃ Ergamni koo maali?
⁃ Karoorri koo maali?
⁃ Mul'anni koo maali?
⁃ Kaayyoon koo maali?
√ Eessaan dhufe?
√ Eessan Jira?
√ Eessan Deema?
√ Har'a maalin hojjedhe?
√ Maal hojjechuun qaba?
√ Wanta haaraan hojjedhu maaltu jira?
❏ Jireenya kee keessatti wanta hojjettee itti gammadduu fi si hin gammachiifne tarreessuu dhaan addatti maal gochuu akka qabdu hundumaa dursuun sammuu kee waliin marii gaggeessi!
√ Your Future is on your hand!
√ Success is behind you!**
JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam ♡
**ሁለት ነገሮችን እንዳታምን
የሴት ልጅ እንባ እና የወንድን ልብ
ሁለት ነገሮችን እመን
የሴት ልጅ ልብ እና የወንድ ልጅ እንባ…!!
ያስማማል ወገን**
◇ Rabbiif gabra tahuun
Bilisummaa hunda caala!!JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam ♡
Kaayyoon Channel kanaa
Kaleessa Wal Yaadachisaa
Boruuf wal Qopheessuudha.
https://t.me/seyfal_islaam
Last updated 1 day, 23 hours ago
↺›️
★.ᴍʏ ʙᴏᴛ (@Disney_11_bot).𔘓 ◌
Last updated 7 months, 1 week ago
کانال اصلی خرد جمعی
@kherad_jamii
خرد نیوز
@kherad_jami
کانال آرشیو لایو ها
@kherad_jamiii
پیج توییتر
Twitter.com/kamelensan
پیج اینستاگرام
https://instagram.com/aristocracy101?igshid=YmMyMTA2M2Y=
پیج یوتیوب
https://youtube.com/@father369
Last updated 2 weeks, 3 days ago