- ο·½ -
πΊπ―πΆπ· π¨π΄π°πΉπΉπ¬ππ¨
------------β€----------
Last updated 3Β months, 1Β week ago
Kaayyoon Channel kanaa
Kaleessa Wal Yaadachisaa
Boruuf wal Qopheessuudha.
https://t.me/seyfal_islaam
Last updated 2Β days, 5Β hours ago
αα°αα₯
Dubarri tokko Dubrummaa ishee eeggachuun Fedha ishee osoo hin taane Dirqama isiiti Hanga Heerumtutti.
βοΈ
An fakkeessuun beeku
Dhugaan sitti hima
Si godhachuuf ture
Michuu kiyya cimaa
Kabajaan siif qabu
Ija biroon laaltee
Gaarii An siif godhe
Gowwummaa koo seete
Gaafan An siif yaadu
Ati natti qooste
Gaafan sitti siqu
Ati narraa fagaatte
Wanta dhugaan taane
Soba fafakkaattee
Irra keessa Kolfaa
Miira kootiin xabatte
Ati addaan hin beektu
Kabajaa fi sodaa
Nattin siqin gonkumaa
Ati Arra booda
β Dubarri tokko onnee ishee
irraa yoo si jaallatte
Waan hundumaatti hinaafti
Hirriba keettìllee.
- ο·½ -
πΊπ―πΆπ· π¨π΄π°πΉπΉπ¬ππ¨
------------β€----------
Last updated 3Β months, 1Β week ago
Kaayyoon Channel kanaa
Kaleessa Wal Yaadachisaa
Boruuf wal Qopheessuudha.
https://t.me/seyfal_islaam
Last updated 2Β days, 5Β hours ago