Dive into the Ultimate Free Library: Your One-Stop Hub for Entertainment!

D͙hugaa Jarri Dhoksan

Description
Dʜᴜɢᴀᴀ ᴅʜᴏᴋᴀᴛᴇ
Advertising
We recommend to visit

Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !

My Telegram Channel Link
https://t.me/+S9lLIcfDkRrhG-VZ

For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah

Last updated 1 week, 4 days ago

Youtube Irraattis nu Argattu

https://www.youtube.com/c/KaachuuEntertainment

Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot

Last updated 1 month, 2 weeks ago

𝗝𝗶𝗿𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮 𝗺𝗶𝗹𝗸𝗮𝗮'𝗮𝗮 𝗷𝗶𝗿𝗮𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂𝗳 𝗸𝗮𝗸𝗮'𝘂𝘂𝗺𝘀𝗮 𝗬𝗔𝗔𝗗𝗔𝗔 𝗳𝗶 𝗗𝗔𝗡𝗗𝗘𝗘𝗧𝗧𝗜𝗜 𝗱𝗵𝗼𝗸𝗮𝘁𝗮𝗮 𝗼𝗳𝗶𝗶𝘁𝘁𝗶 𝗳𝗮𝘆𝘆𝗮𝗱𝗮𝗺𝘂𝘂𝗳 𝗾𝗼𝗽𝗵𝗶𝗶 𝘁𝗮'𝘂𝘂 𝗯𝗮𝗿𝗯𝗮𝗮𝗰𝗵𝗶𝘀𝗮!
💥 @Oromoo_Inspire_YaadaafBot 💥

Last updated 1 week, 5 days ago

1 month, 2 weeks ago

𝐀𝐭𝐢 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐝𝐚𝐚⁉️

[»»» Click Here «««
      »»» Click Here «««
      »»» Click Here «««
      »»» Click Here «««
      »»» Click Here «««
      »»» Click Here «««

• Join • Share • Comment •](https://t.me/Coba_Qalamaa1)

1 month, 2 weeks ago

🧶Chaanaalota   Akkamii  barbaadduu
Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa

🧶ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ
ከታች የተመረጡትን ቻናሎች ይቀላቀሉ

𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 10k fi isaa ol bilisaan isiniif beeksifna.

Na qunnamaa @seyfal_islam

1 month, 2 weeks ago

𝐀𝐭𝐢 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐝𝐚𝐚⁉️

[»»» Click Here «««
      »»» Click Here «««
      »»» Click Here «««
      »»» Click Here «««
      »»» Click Here «««
      »»» Click Here «««

• Join • Share • Comment •](https://t.me/Coba_Qalamaa1)

1 month, 3 weeks ago

𝐌𝐮𝐬𝐥𝐢𝐦𝐚 Vs 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐚𝐚𝐧𝐚
~~~~~~
Gaaffii: Yesus fannoo irratti fannifamee du’eeraa?
Deebii: Eeyyeen
Gaaffii: Eenyutu du'aa isa kaase?
Deebii: Uumaa
Gaaffii: Uumaan eenyu?
Deebii: Yesus
Gaaffii: Yesus yeroo lafarra turetti waaqeffataa/kadhataa, gabbaraa turee?
Deebii: Eeyyee
Gaaffii: Eenyuun gabbaraa/waaqeffataa ture?
Deebii: Uumaa
Gaaffii: Uumaan eenyu?
Deebii: Yesus
Gaaffii: Uumaan jalqaba qabaa?
Deebii: Hin qabu Sheyik Ahmad Diidaat
Gaaffii: Eenyu ture 25ffaa baatii December keessa kan dhalate?
Deebii: Yesus
Gaaffii: Uumaan eenyu?
Deebii: Yesus
Gaaffii: Yesus amma eessa jira?
Deebii: Inni gara mirga Uumaa ta'aa jira
Gaaffii: Uumaan eessa jira?
Deebii: 'Mangista samaayaatii'
Gaaffii: Mangista samaayaatii keessa uumaa meeqatu jiru?
Deebii: Tokko qofa!
Gaaffii: Yesus eessa jira?
Deebii: Gara mirga Uumaa (kallattii mirgaatiin uumaa cinaa taa'ee)
Gaaffii: Uumaan eenyu?
Deebii: Yesus
Gaaffii: Yesus (manguddoo) araarsaadhaa?
Deebii: Eeyyee
Gaaffii: Eenyu waliin araarsa?
Deebii: uumaa wajjin
Gaaffii: Uumaan eenyu?
Deebii: Yesus
Gaaffii, Kan fannifame eenyu?
Deebii: Uumaa
Gaaffii: Yeroo fannifamu yaa gooftaa koo maaliif na dhiifte jedhee eenyuun ture kan kadhate?
Deebii, Uumaa
Gaaffii: Uumaan eenyu?
Deebii: Yesus

Yaa kiristiyaanotaa! Dhuguma barnoonni kun osoo sin hin dhibin, siniif liqimfamuu hin didin, osoo ifa siniif hin ta'en hafeetii? Kana hundarra tasgabbii sammuu kan itti argattan gara Islaamummaatti maaliif hin dhuftan? Uumaan gama mirga uumaa taa'ee jira, Uumaan dhalateera, Uumaan abbaa qaba, ilmas qaba, uumaan uumaadhaaf ilmas abbaadhas kan jedhu barsiisni wal dhahaafi walfaallessaan Islaamummaa keessa hin jiru. Uumaa tokko qofa jira, innis Allah dha. Dhala hin qabu, hin dhalannes. Kan isa fakkaatu homtuu hin jiru. (Qur'aan 112:1-4)

Amar Temam

1 month, 3 weeks ago

Yesuus Waaqa gabbaru Qabaachuu isaa:-

Yohannis:- 20:17
ኢየሱስም፦ ገና ወደ አባቴ አላረግሁምና አትንኪኝ፤ ነገር ግን ወደ ወንድሞቼ ሄደሽ፦ እኔ ወደ አባቴና ወደ አባታችሁ ወደ አምላኬና ወደ አምላካችሁ ዓርጋለሁ፡ ብለሽ ንገሪአቸው፡ አላት።
"Yesus immoo, "Ana hin qabin! Ani amma iyyuu gara abbaatti ol hin baane; gara obboloota koo dhaqii, 'Ani gara abbaa kootii fi abbaa keessaniitti, gara Waaqayyo kootii fi Waaqayyo keessanitti ol nan ba'a' jedhii isaanitti anaaf himi!" jedhee ishee abboome."

Gaaffiin asitti nu qabnu:-
1. Yesuus ol gara waaqaatti ykn gara Abbaatti bahuu, kiristaanotni ni amantuu?
2. Du'ee moo fayyaan ol bahe?
3. Eenyutu ol ofitti isa fuudhe?
4. Gara "obboloota koo" yeroo jedhu, Yesuus obbolaa qabaa? Obbolaa akkamiiti?
5. "Abbaa koo fi abbaa keessan" yeroo jedhu maal jechuu isaati? Obbolummaa amantii hin agarsiisuu?
6. "Waaqayyo koo fi Waaqayyo keessan" yeroo jedhu, Yesuus Waaqa qabaachuu fi Obboloonni isaas Waaqa qabaachuu hin agarsiisuu?
7. Waaqni Yesuus himate fi Waaqni uumaa hundaa gargarii? Waaqni tokkicha malee jiraa?
8. Yesuus "ol nan baha" jedhe. Fayyaan bahuu malee, du'ee ka'ee bahuu yoom dubbate? Namummaan isaa osoo hin jijjiiramin ol bahuun isaa akka hin duune ragaa mitii?
9. Kiristaanotni fi pirootestaanotni maaliif ragaa kana argaa mormu laata?

Gaaffilee kanaa fi kkf deebisuun isaanii dirqama.

Rabbiin karaa qajeelaa irra nu deemsisu!! Obsa gaarii nuuf haa kennu!

👉 https://t.me/Dhugaa_Dhokate
👉 https://t.me/Qoranno_Amantii_Kiristanaa
👉 https://t.me/+VEf9ngIGA3DPgg3d
👉 https://www.facebook.com/profile.php?id=100091833153467&mibextid=ZbWKwL

Telegram

D͙hugaa Jarri Dhoksan

Dʜᴜɢᴀᴀ ᴅʜᴏᴋᴀᴛᴇ

**Yesuus Waaqa gabbaru Qabaachuu isaa:-**
1 month, 3 weeks ago

Dogoggora ji'a ramadaanaa keessa mudachuu danda'u keessaa

① Salaata osoo hin salaatin soomuu.
② Halkan caatii qaamaa yeroo dabarsuun subhiin yemmuu gahu rafuu.
③ Guyyaa irribaan dabarsuu Halkan immo filmii adda addaa ilaaluu.
④ Ji'a ramadaanaa eegachuun nashiidaa fi manzuumaa gadi lakkisuun nama qur'aana qara'uu irraa shaagaluu.
⑤ Salaata Taraahwii ishqiin Salaatuun, subhii immoo dadhabanii rafuu.
⑥ Salaata Tarahwii irratti gidduu gidduun shirkii fi kuraafata adda addaa galchuu.
⑦ Salaata Tarahwii irratti Imaamonni, Salaata irra qunuuxaaf bakka kennuu.
⑧ Salaata magribaa booda haala nama saalfachiisuun faxiriif fiiguu.
⑨ Halkan "Tasaaharu" jechuuf speaker fayyadamuu.
(10) Sa'aatiin suhrii osoo hin dhumin, eeggannoof dursanii Azaana baasuu.
(11) Suhrii irratti niyyaa Sagalee ol kaasuun niyyachuu.
(12) Mugaa Tarahwii salaatuu.
(13) Ijoolleen akka hin soomne jajjabeessuu.
(14) Dubartoonni nyaata qopheessa yeroo gubuu.
(15) Dubartoonni shittoo dibachuun Tarahwii deemuu.
(16) Tarahwii qabamee dhiirri fi Dubartoonni wal makachuu.
(17) Hamii fi komii.
(18) Fazirii irratti humnaa ol nyaachuu.
(19) Guyyaa tapha adda addaan dabarsuu.
(20) Muuziqaa dhaggeeffachuu.
(21) Hojjettoonni abbaa dhimmaa keessummeessuuf yeroon galuu dhabuu. Amaanaa ummataa eeguu dhabuu.
(22) Bakka hojiitti nashiidaa dhaggeeffachuu. Qur'aana ykn da'waa ykn zikrii fayadamaa.
(23) Laylatul qadrii barbaaduuf samii ilaaluu.
(24) Salaata Ishaa achi butuu.
(25) Masjiida keessatti caatii qaamuu.
(26) Nyaata adda addaa sababa adda addaa funaanuun nyaachuu.

©: Ibnu Munawwar

👉 https://t.me/Dhugaa_Dhokate
👉 https://t.me/Qoranno_Amantii_Kiristanaa
👉 https://t.me/+VEf9ngIGA3DPgg3d
👉 https://www.facebook.com/profile.php?id=100091833153467&mibextid=ZbWKwL

Telegram

D͙hugaa Jarri Dhoksan

Dʜᴜɢᴀᴀ ᴅʜᴏᴋᴀᴛᴇ

Dogoggora ji'a ramadaanaa keessa mudachuu danda'u keessaa***‼***
1 month, 3 weeks ago

😂😁😂😄😃😃😄😁😂

We recommend to visit

Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !

My Telegram Channel Link
https://t.me/+S9lLIcfDkRrhG-VZ

For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah

Last updated 1 week, 4 days ago

Youtube Irraattis nu Argattu

https://www.youtube.com/c/KaachuuEntertainment

Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot

Last updated 1 month, 2 weeks ago

𝗝𝗶𝗿𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮 𝗺𝗶𝗹𝗸𝗮𝗮'𝗮𝗮 𝗷𝗶𝗿𝗮𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂𝗳 𝗸𝗮𝗸𝗮'𝘂𝘂𝗺𝘀𝗮 𝗬𝗔𝗔𝗗𝗔𝗔 𝗳𝗶 𝗗𝗔𝗡𝗗𝗘𝗘𝗧𝗧𝗜𝗜 𝗱𝗵𝗼𝗸𝗮𝘁𝗮𝗮 𝗼𝗳𝗶𝗶𝘁𝘁𝗶 𝗳𝗮𝘆𝘆𝗮𝗱𝗮𝗺𝘂𝘂𝗳 𝗾𝗼𝗽𝗵𝗶𝗶 𝘁𝗮'𝘂𝘂 𝗯𝗮𝗿𝗯𝗮𝗮𝗰𝗵𝗶𝘀𝗮!
💥 @Oromoo_Inspire_YaadaafBot 💥

Last updated 1 week, 5 days ago