Dhugaa Dhokate

Description
Dʜᴜɢᴀᴀ ᴅʜᴏᴋᴀᴛᴇ
Advertising
We recommend to visit

Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !

My Channel Link
https://t.me/Baadshah

For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah

Last updated 3 days, 11 hours ago

Telegram irraa qarshii argachuuf link kana fayyadamaa.

https://telega.io/?r=l9NDCHx-

Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot

Last updated 2 months, 2 weeks ago

Kaayyoon chanali kanaa faarfannaa haaraa fi kan durii isin biraan ga'uudhaafi
Dabalataan seenaalee garaa garaa isin biraan ga'uf
@Burqaa43

Last updated 1 year, 1 month ago

2 months, 3 weeks ago
2 months, 3 weeks ago

Akka amantii Islaamaatti; Ayyaana amantii biraa kabajuun akkamitti ilaalama?

✍️. Yeroo amma kana namni aadaa dur hafe, sababa jireenyaan (social life) wal qabsiisee agarsiisaa jira. Kana keessaa tokko ayyaana kiristaanotaa eebbisuudha. Kun daangaa amantii ofii ofumaa dhiibuudha. Ajaja Rabbii diduudha. Kana malees; Yeroo amma ''baga geessan'' jechuun akka beekumsaatti fudhatamee, baga geessan hin jedhinaa'' jechuun immoo, akka wollaalumaatti ilaalamaa jira. Kun kufrii keessa nama galcha.

?. Ayyaanni kan akka; Qillee, #Masqala, #Faasikaa, cuuphaa, bara haaraa ykn #እንቁጣጣሽ fi kkf akkasumas ji'a keessa yeroo tokko kan kabajamu baay'eetu jira. Ayyaanuma tokko guyyaa garaa garaatti bakka garaa garaatti kan kabajan fa'atu jira.

Kanaafuu; ayyaana kaafiroonni tolfatan kana, ''baga geessan'' jechuun, affeerraa owwaachuun, bakka jarri ayyaanicha kabajanutti argamuun, wajjin kabajuun, fakkaachuun, kennaa garaa garaa kennuun, hojii gargaaruun, yoo lafa/bakka ayyaanichi kabajamu qulqulleessuun illee ta'e, akka sheri'aatti akkamitti ilaalama yaada jedhuuf, wajjin ilaalla.
1. Waan ajaa fokkisaa irratti wal gargaaruu hin qabnu. Amantiin keenya guutuudha. Jara jaalallee godhatanii qabachuun hin danda'amu.

وَتَعَاوَنُوا۟ عَلَى ٱلْبِرِّ وَٱلتَّقْوَىٰۖ وَلَا تَعَاوَنُوا۟ عَلَى ٱلْإِثْمِ وَٱلْعُدْوَٰنِۚ وَٱتَّقُوا۟ ٱللَّهَۖ إِنَّ ٱللَّهَ شَدِيدُ ٱلْعِقَابِ
(.... Toltuufi sodaa Rabbii irratti wal gargaaraa. Badii fi daangaa dabruu irratti wal hin gargaarinaa. Rabbiin sodaadhaa. Dhugumatti Rabbiin adabbiin isaa akkaan cimaadha.) (5:2)

ٱلْيَوْمَ أَكْمَلْتُ لَكُمْ دِينَكُمْ وَأَتْمَمْتُ عَلَيْكُمْ نِعْمَتِى وَرَضِيتُ لَكُمُ ٱلْإِسْلَٰمَ دِينًاۚ فَمَنِ ٱضْطُرَّ فِى مَخْمَصَةٍ غَيْرَ مُتَجَانِفٍ لِّإِثْمٍۙ فَإِنَّ ٱللَّهَ غَفُورٌ رَّحِيمٌ

(... Amantii keessan har'a isiniif guuteera, ni’imaawwan kiyyas isin irratti guuteera. Amantiis Islaama isiniif jaaladheera. Namni beela keessatti dhiphifame, kan gara badii dabuu hin yaadin (isaaf dhiifama). Rabbiin araaramaa, rahmata godhaadha.) (5:3)

يَٰٓأَيُّهَا ٱلَّذِينَ ءَامَنُوا۟ لَا تَتَّخِذُوا۟ ٱلْيَهُودَ وَٱلنَّصَٰرَىٰٓ أَوْلِيَآءَۘ بَعْضُهُمْ أَوْلِيَآءُ بَعْضٍۚ وَمَن يَتَوَلَّهُم مِّنكُمْ فَإِنَّهُۥ مِنْهُمْۗ إِنَّ ٱللَّهَ لَا يَهْدِى ٱلْقَوْمَ ٱلظَّٰلِمِينَ
(Yaa warra amantan! Yahuudotaafi Kiristaanotas jaalallee keessoo hin godhatinaa. Gariin isaanii jaalallee gariiti. Isin irraa namni jaalallee isaan godhate, inni isaanuma irraayyi. Dhugumatti, Rabbiin ummata miidhaa hojjattoota hin qajeelchu.) (5:51)

وَمَن يَبْتَغِ غَيْرَ ٱلْإِسْلَٰمِ دِينًا فَلَن يُقْبَلَ مِنْهُ وَهُوَ فِى ٱلْءَاخِرَةِ مِنَ ٱلْخَٰسِرِينَ
(Namni Islaamaan alatti amantii barbaade isarraa hin qeebalamu. Aakhiraattis inni warra hoonga’an irraayi.) (3:85)

"وَالَّذِينَ لَا يَشْهَدُونَ الزُّورَ"
Keyyata Qur'aanaa kana; Mujaahud, Rabi'i Ibnu Anas, Qaadi Aba Ta'a fi kkf,
"هو أعياد المشركين،"
''Inni ayyaana Mishrikotaati'' jedhanii hiikaniiru. (Al-Jaami'i (Hilaal))

Umar (RA); akkana jedhe;
"اجتنبوا أعداء الله في عيدهم"
"Diinota Rabbii guyyaa ayyaana jaraa irraa fagaadhaa'' ((Bulaarii fi Beyhaaqiitu gabaase))

2. Dhimmi kun; jara wajjin wal fakkaachuudha. Jara fakkaachuun immoo tasuma dhorkaadha.
« من تشبه بقوم فهو منهم »
"Ummata tokkotti namni of fakkeesse, Inni jara irraayi''
(Abu Dawud:- 3512)

"لكل قوم عيد و هذا عيدنا"
"Ummatni hunduu guyyaa Iidaa (ayyaana) qaba. Iidni keenya immoo kana'' jechuudhaan Abu Bakriif dubbatani. (Bukhaarii 904)

3. Ibnu Useeymiin:- akkana jedha;
"تهنئة الكفار بعيد الكريسمس أو غيره من أعيادهم الدينية حرام بالاتفاق ....
وتهنئتهم بذلك حرام سواء كانوا مشاركين للشخص في العمل أم لا . ..
وإذا هنؤنا بأعيادهم فإننا لا نجيبهم على ذلك لأنها ليست بأعياد لنا ، ولأنها أعياد لا يرضاها الله تعالى ، لأنها إما مبتدعة في دينهم وإما مشروعة لكن نسخت بدين الإسلام الذي بعث الله به محمداً إلى جميع الخلق.

2 months, 4 weeks ago

#Saawuryoos inni Anxokiyaa; "uumamni Uumaa wajjin tokko ta'e" yaada jedhu qaba. Haymanot Abew Boqonnaa 112 Lakkoofsa 32 "Uumamni Uumaa wajjin tokko ta'e". Barumsi "uumaa fi uumamni tokko" jedhu Islaamummaan "Wahdetul Wujud" وَحْدَة الوُجُود yemmuu jedhamu, Islaamummaa keessatti kufaa fi didameera. Kana irra; Yesuus Masiihichi uumama gadameessa Maariyaam keessatti uumamee fi maalummaan isaas #nama qofa kan ta'eedha.

قَالَتْ رَبِّ أَنَّىٰ يَكُونُ لِى وَلَدٌ وَلَمْ يَمْسَسْنِى بَشَرٌۖ قَالَ كَذَٰلِكِ ٱللَّهُ يَخْلُقُ مَا يَشَآءُۚ إِذَا قَضَىٰٓ أَمْرًا فَإِنَّمَا يَقُولُ لَهُۥ كُن فَيَكُونُ
[Maryamis] “yaa Gooftaa kiyya! Odoo namni tokkollee ana hin tuqne akkamitti ilmi naaf argama?” jette. [Rabbiinis] “Akka kanatti #Rabbiin #waan #fedhe #uuma. Inni yeroo waan tokko murteesse #‘ta’i!’ qofa isaan jedha; yeroma san ta’a” jedhe. [3:47]

#Obboleewwan keenya #kiristaanaa!
Daa’ima gadameessa dubartii keessatti uumame fi guddate kana waaqeessuu dhiisaa. Gara tokkichaa gabbaruutti towbaadhaan akka deebitan isin kadhanna. Rabbiin qajeeluma isiniif haa kennu! Obsa gaarii nuuf haa kennu! Aamiin.

?Fuula Facebook
https://www.facebook.com/profile.php?id=100091833153467&mibextid=ZbWKwL
?Telegram channel
https://t.me/+VEf9ngIGA3DPgg3d

Facebook

Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.

3 months ago

NAMA GUUTUU FI WAAQA GUUTUU(ፈፁም ሰው ፈፁም አምላክ)

Maqaa Rabbii Akkaan mararfataa ; akkan Rahmata godhaa taheetiin jalqaba.
HANGA DHUMAATTI DUBBISII HUBADHU !

Akkuma nuti beeknuuf dhageenyu Obbolootni keenya Kiristaanaa Yesuus(Ilmi maryam) nama guutuufi waaqa guutuudha jedhanii amanu. Kana jechuun amala namummaa guutuufi amala waaqummaa guutuu kan qabudha jechuu isaaniiti.
Garuu jecha kan sammuu dhugaa yaaduufi sammuu bilisa taheen yeroo yaadnu dogongora guddaadha. Sababnis amalli wol faallessu lama yeroo tokkotti(walfakkaataatti) amala nama tokkoo tahuu hin danda'u. Kana jechuun nama guutuu yeroo jedhanu, 100% nama malee waan biraa miti jechuudha. Amala waaqummaas hin qabu, amala bineensota biraas kan hin qabne nama qulqulluu akka tahe Ibsaa jira.
? Waaqa guutuu jechuun immoo, 100% waaqa kan tahe, amala namummaafi amala bineensota biroo kan of keessaa hin qabneedha. Akkuma duraan jenne kun immoo dhugaa ta'uu hin danda'u.

#Fakkeenyaaf jechi Ahmed baay'ee dheeraa fi baay'ee gabaabaadha jedhu wol faallessa waan ta'eef sirrii miti.
Kanaafuu jechi nama guutuuf waaqa guutuu jedhu kun barsiisa beektonni amantaa ofumaaf uumaniidha malee Macaafa isaanii keessatti Yesuus ani nama guutuuf waaqa guutuudha ofiin hin jenne.
Ammas jechi kuni baayee dogongora kan taheefi kan wol faallessuudha.

QABXIILEE MURAASA YASUUS NAMA MALEE WAAQA AKKA HIN TAANE MIRKANEESSAN HA ILAALLU!
=================================.
A/ Wongeela Yohannis 8:28 Ilma namaa kana eega mukarratti Ol fuutanii Eenyu akkan tahe; Ani Isa abbaan na barsiise akkan dubbadhu malee ofiin homaa akkan hin hojjannes ni hubattu.
? yasuus Afaan ofiitiin Ilma namaa akka tahe kunoo sirriitti Ibseera.
Wongeelli yohannis 8:28 kan Amaariffaafi Oromiffaa jechi isaa walfakkaataa miti. Jijjiirameera??. Inni Amaariffaa akkas jedha.
ዮሐንስ ወንገል 8:28 ስለዚህም እየሱስ፣የሰውን ልጅ ከፈ ከፈ ባደረጋችሁት ግዜ እኔ እሆን ዘንድ አባተም እንዳስተማረኝ እነዝህን እናገረ ዘንድ እንጂ ከራሴ አንዳች እንዳላደረግ በዚያን ግዜ ታውቃላችው

B/ Wongeela yohannis 8:40. Ani dhugicha Isan waaqayyo Irraa dhagahe Isinitti himeera. Isin garuu ana NAMA akkasii hajjeesuu barbaaddu. Abraham Akka kana hin hojjanne.
? Ana nama akkasii ajjeesuu barbaaddu jechuun nama tahuu isaa ifatti dubbateera.

? Waaqayyo garuu waaqa male nama miti.
A/Macaafa Hosea Raajicha 11:9 Ani dheekkamsakoo boba'aa gad hin dhiisu.deebiyee Efiramiin hin balleessu.Ani WAAQAYYOOdha malee NAMA MITI.Ani isa qulqulluu si gidduu jiruudha.ani ija haariitiin hin dhufu.
? kunoo Waaqayyo ani waaqayyo malee nama miti osoo jedhuu, Yesuus immoo nama akka tahe utuu dubbatuu akkamitti Namni waaqa ta'aa???????

? Namoonni kiristaanaa baayeen Yesuus yeroo gara lafaa dhufu foon uffatee waan dhufeef nama tahe male Eega gara samiitti ol bahee inni waaqa jettu, jecha keessan kana wongeelli ni kijibsiisa. eessatti yoo jettan immoo..

ዮሐንስ ወንገል 3:13. ከሰማይም ከወረደ በቀረ ወደ ሰማይ የወጣ ማንም የለም፣እረሱም በሰማይ የምኖረው የሰው ልጅ ነው፣
Hiikaan .. Ilma namaa isa waaqarraa gad bu'e malee homtinuu gara waaqaatti ol hin baane. Innis samiirra kan jiraatu Ilma namaati.
wongeela Afaan Oromoo keessaa jechi "Innis samiirra kan jiraatu Ilma namaati" jedhu haqameerayookiin jijjiirameera???.

?Yaa saba kiyya Yesuus lafa irrattis samii Irrattis nama malee waaqa akka hin taane kunoo Ragaan Macaafuma keessani.
Eessattiree waaqummaan yasuus?? tarii utuu hin dhalatin dura yeroo gadameessa haadha isaa keessa jiruu laata????

Hadhaaf xumureera!
Dhaamsi ani obboloota koo Kiristaanaatiif qabu, Adaraa mee Macaafuma keessan kana dubbisaa! Dhugaan isiin jedha osoo macaafa keessanitti amantanii Islaama tahuu malee filannoo biraa hin qabdanu.

Isinin jaalladha, Isinin kabajas. Gara Amantaa uumamaatti, gara Amantaa jireenyaattin isin waamaa.

Barnoota amantii Islaamaa fi Kiristaanaa walbira qabdanii barachuu yoo barbaaddan Chaanaalii keenya armaan gadii join godha!
????
@Saahibuddiin28

3 months ago

Dhiirri niitii rafte dhungatu fi Namni Yesuusiin gabbaru galata hin qabu.

Sababa akka hin gaafanne ???

3 months, 1 week ago

?????????? ??????? ??????????⁉️
???? ??????? ?? ???? ????⁉️

Chaanaalii Akkamii Barbaaddu⁉️ Chaanaalota Barbaachisoo ta'an hundaayyuu isiniif qabannee dhufneerra join godhaa itti fayyadamaa

ምን ቻናል ይፈልጋሉ⁉️  እንድትቀላቀሉ እና እንድትጠቀሙባቸው ሁሉም አስፈላጊ ቻናሎች አሉን።

???? ?? ???? ?????????
         ??????????? ????????
          ????????//??????
@seyfal_islam

3 months, 1 week ago

Subhaanallaah

3 months, 1 week ago
6 months ago

﴿إِنَّ اللهَ وَمَلَائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى النَّبِيِّ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا صَلُّوا عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيمًا﴾.

«اللَّهُمَّ اجْعَلْ صَلَوَاتِكَ وَبَرَكَاتِكَ وَرَحْمَتَكَ عَلَى سَيِّدِ المُرْسَلِينَ وَإمَامِ المُتَّقِينَ وَخَاتَمِ النَّبِيِّينَ مُحَمَّدٍ عَبْدِكَ وَرَسُولِكَ إمَامِ الخَيْرِ وَقَائِدِ الخَيْرِ وَرَسُولِ الرَّحْمَةِ ، اللَّهُمَّ ابْعَثْهُ مَقَامًا مَحْمُودًا يَغْبِطُهُ بِهِ الأوَّلُونَ وَالآخِرُونَ ، اللَّهُمَّ تَقَبَّلْ شَفَاعَتَهُ الكُبْرَى وَارْفَعْ دَرَجَتَهُ العُلْيَا وَآتِهِ سُؤْلَهُ فِي الآخِرَةِ وَالأُولَى كَمَا آتَيْتَ إبْرَاهِيمَ وَمُوسَى .. اللَّهُمَّ صَلِّ عَلَى مُحَمَّدٍ وَعَلَى آلِ مُحَمَّدٍ كَمَا صَلَّيْتَ عَلَى إبْرَاهِيمَ وَعَلَى آلِ إبْرَاهِيمَ إنَّكَ حَمِيدٌ مَجِيدٌ ، اللَّهُمَّ بَارِكْ عَلَى مُحَمَّدٍ وَعَلَى آلِ مُحَمَّدٍ كَمَا بَارَكْتَ عَلَى إبْرَاهِيمَ وَعَلَى آلِ إبْرَاهِيمَ إنَّكَ حَمِيدٌ مَجِيدٌ».

We recommend to visit

Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !

My Channel Link
https://t.me/Baadshah

For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah

Last updated 3 days, 11 hours ago

Telegram irraa qarshii argachuuf link kana fayyadamaa.

https://telega.io/?r=l9NDCHx-

Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot

Last updated 2 months, 2 weeks ago

Kaayyoon chanali kanaa faarfannaa haaraa fi kan durii isin biraan ga'uudhaafi
Dabalataan seenaalee garaa garaa isin biraan ga'uf
@Burqaa43

Last updated 1 year, 1 month ago