Unlock a World of Free Content: Books, Music, Videos & More Await!

Kaachuu Promotion

Description
Welcome to new era promotion. Thanks for choosing us. Contact me via @Walaloo_bot for rigster
Advertising
We recommend to visit

Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !

My Telegram Channel Link
https://t.me/+S9lLIcfDkRrhG-VZ

For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah

Last updated 3 weeks, 1 day ago

Youtube Irraattis nu Argattu

https://www.youtube.com/c/KaachuuEntertainment

Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot

Last updated 1 month, 3 weeks ago

𝗝𝗶𝗿𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮 𝗺𝗶𝗹𝗸𝗮𝗮'𝗮𝗮 𝗷𝗶𝗿𝗮𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂𝗳 𝗸𝗮𝗸𝗮'𝘂𝘂𝗺𝘀𝗮 𝗬𝗔𝗔𝗗𝗔𝗔 𝗳𝗶 𝗗𝗔𝗡𝗗𝗘𝗘𝗧𝗧𝗜𝗜 𝗱𝗵𝗼𝗸𝗮𝘁𝗮𝗮 𝗼𝗳𝗶𝗶𝘁𝘁𝗶 𝗳𝗮𝘆𝘆𝗮𝗱𝗮𝗺𝘂𝘂𝗳 𝗾𝗼𝗽𝗵𝗶𝗶 𝘁𝗮'𝘂𝘂 𝗯𝗮𝗿𝗯𝗮𝗮𝗰𝗵𝗶𝘀𝗮!
💥 @Oromoo_Inspire_YaadaafBot 💥

Last updated 3 weeks, 2 days ago

1 month, 1 week ago

Ed-Mubaarak

1 month, 1 week ago

Mee Maal barbaaddu?

[Ergaa Jaalalaa mimmiidhagoo Jaalala dachaadhan cimsan

Walaloo babbareedoo gurraaf mijatan

Dubartoota Oromoo aadaafi seenaa isaanin boonan

Odeeffannoo waltawaafi haaraa

Qoosaalee adda addaa fi kolfa

Hundumaa bakka tokkotti](https://t.me/joinchat/AAAAAEMWuvDZDuwJIld6Rg)

Yaada Qabdaniif Kaachaalluu

1 month, 1 week ago

Mana keessan teessanii beeksisa Telegiraamiin hojjachuun qofa qarshii argachuu barbaadduu? Deebiin keessan Eeyyenii taanan ergaan kun isiniifi! Dhaabbanni biyya kanaa hojii kana hojjisiisu fi kaffaltii karaa Telebirr taasisu jiraachuu isaan isinitti hima. Wanti isinirraa eegamu bot dhaabbanni kun qabu join gochuun beeksisa yeroo garaa garaatti lakkifaman share gochuudha. Wanti namatti tolu ammoo kaffaltiin isaa click tokkoon qarshii 1-3 dha. Abbaa qarshii 3 namni dhibbi tokko otuu click siniif godhee salphaamatti qarshij 300 ni argattu jechuudha. Haala kanaan otuu ji'a 1 hojjattanii galii qarshii 9000 ni qabaattu jechuudha.

Hubachiisa:- beeksisa kana eenyumtuu hojjachuu danda'a. Keessattuu warreen garee fi chaanaala qabaniif ammoo baayyee salphaadha. Odeeffannoo guutuu galgala qabadhee kanan dhiyaadhu ta'a.

#Share
@Kaachuupromotion

3 months, 1 week ago

Kanneen sin madaalan Chaanaalota Afaan Oromoo filatamoo ta'anii fi namoota filatamoof dhiyaatan. Namuu yoo chaanaalota kanneenitti makame ni fayyadama. Koottaa irraa baradhaa, itti bashannanaa, hojjadhaa, walbaraa.

3 months, 1 week ago

Namoota Instagram fayyadamtaniif carraa gaarii! Keessattuu dubbattoota Afaan Oromoo hundaaf carraawwan hojii yeroo dhiyootti dhufan, gaaffiiwwaan badhaasa argamsiisan fi bohaartii garaa garaaf Instagram irratti iddoo guddaan tokko qophaa'aa jira.

Link isaa 👇👇👇👇👇
https://www.instagram.com/kaachuu_yw

5 months, 3 weeks ago
Namni hundumtuu waan isa ilaallatuu fi …

Namni hundumtuu waan isa ilaallatuu fi isa irraa eeggamu dhibbantaa muraasa qofa otuu ba'atee, dhaloota keenyafis dhaloota nu booda dhufuufis agam tokko gaaridha seetan. Hunduu akka ogummaa isaatti wanta isa irraa eegamu otuu wal barsiisee yaadonni (content) nuti miidiyaalee hawaasaa irratti ilaallu ni baayyatu ture.

Egaa kunoo nutis waan barannee fi Ogummaa keenya ta'een dhaloota keenyaf hubannoo laachuuf, kallattii ogummichaa itti argisiisuf, carraalee hojii uumuf akkasumas Ogeessota faana wal barsiisuf garee Fiilmii fi Tiyaatira jedhu qabannee dhufneerra.

Gareen kun 100% dhimmoota Fiilmii fi Tiyaatira waliin wal qabatan qofa irratti kan xiyyeeffatudha. Yoo garee kanatti makamtan waan addaa argattu. Irraa barachaa itti bashannantu. Darbees ammoo carraalee hojii ogummaa kana keessan dhufan irratti hirmaachuu dandeessu. Miseensa keenya ta'aa. Namoota garee kanatti affeeraa. Yaada fi gaaffii qabdan maraa maxxansaa.

Fb
https://facebook.com/groups/fiilmii/
Tg
https://t.me/Fiilmiin

6 months, 2 weeks ago

6 months, 4 weeks ago

Dambalii Jaalalaa

Chaanaala Afaan Oromoo ergaawwan jaalalaafi walaloowwan jaalalaan guutame kanatti namni miseensa hin taane eenyu?

7 months ago