Dive into the Ultimate Free Library: Your One-Stop Hub for Entertainment!

Ammar Ababiya - አማር አባቢያ

Description
Kottaa kayrii woliif dhamnee Hamtuurraa wol dhorkinaa waan beeknurraas wooli qoodaa Diniittii tola oollaa

"Yaada keessan nuuf dhaama
hamlees nu jajjabeessaa maal
jettumee yaannii keessaan Nasiihaa maal naaf dhaamtanii"

||Yaadaaf📩 @Amaar70_Bot
Advertising
We recommend to visit

بســــــــــــم الله الرحمن الرحيــــــــــــم
Ku Dhawaad 3000 Buug-Somali
Free Ah
Youtube:
https://shorturl.at/auGJZ
Diclamer:
https://telegra.ph/HA-DEG-DEGIN-AKHRI-11-15
© Somalibooks Pro Inc
- All Rights Reserved-⤵️
@Cabasho_Bot
@Tusmobook

Last updated 5 months, 3 weeks ago

Somali National Television is the principal public service broadcaster in Somalia.

Headquartered in Mogadishu.

Last updated 1 month, 2 weeks ago

Kala soco Xikmad iyo Qormooyin Markasta Io Meelkasta.

Last updated 5 days, 7 hours ago

6 days, 14 hours ago

★. Anas Ibn Maalik Radiyallaahu anhu akkana jedha " ilaalcha Nama ajaa'ibu kan ilaalcha fuula Rasuulaa ﷺ Caalu tokkollee hin agarre ". Subhaanallaah.
رواه البخاري
★. Dhimma Jannata Na hawwisiisan kheeysaa tokko Fuula Rasuulaa ﷺ Bareedaa isaa fuulli Makhluuqaa bareedaan hin hafin khana arguudha.
اللهم لا تخرمنا رؤيته وفي الدنيا بالمنام وفي الآخرة

1 week ago

|[ Milkiin Waan hunda argachuu Miti. Milkiidha jechuun Rabbiinﷻ Waan siif kenneen si gammachiisee wanticha siif kenne Si jaalachiisuudha. 💛*

1 week ago


اَلسَلامُ عَلَيْكُم وَرَحْمَةُ اَللهِ وَبَرَكاتُهُ‎
Bilbilli keessan tawhiidaa fi sunnaa facaasuuf kan isin hin qarqaarre yoo ta'e kan kheeyrii kakaasuu fi hamturraa wal dhoogguuf isin hin tajaajille yoo ta'e kheyrii isiniif hin qabu
Bilbila keessan haraama keessaa dhiqaa.......

Rabbiin kheyrii isiitiifi kheyrii isiin uumamteef hunda isiniif haa hiru.....🤲
hamaa isiitii fi hamaa isiin tolfamteef irraa rabbiin isin haa baraaru

2 months, 1 week ago
ስለ "Halal Jobs" ሰምተዋል?

ስለ "Halal Jobs" ሰምተዋል?

ይህ ፕላትፎርም የተከፈተው ሐላል የሆኑ የስራ ማስታወቂያዎችን ለሙስሊሙ ማህበረሰብ ለማድረስ ሲሆን፥

አዲስ ስራ ለሚፈልጉ፣ ስራ መቀየር ላሰቡና እንዲሁም ቀጣሪዎች የስራ ማስታወቂያቸውን በነፃ እንዲለቁበት በማሰብ የተዘጋጀ ፕላትፎርም ነው!።

ይወዳጁን! ይከታተሉን! ወዳጅዎንም ይጋብዙ! ያተርፉበታል!

እርስዎም ለወዳጅዎ በማጋራት የአላማችን ተካፋይ ይሁኑ።
ቻናል👉https://t.me/HalalJobsEth

2 months, 1 week ago

📌osoo hardha duunee dalagaa gaarii nurraa hin cinne maal qabna?

Ergamaan rabbii (SAW) akkana jedhan :-

"ilmi namaa yoo du'e dalagaan isaa ni dhaabbata. Waa sadi malee.

① sadaqaa walitti dhaabataa ta'e.

② yookin beekumsa namoonni itti fayyadaman.

③ yookaa ammoo ilma gaarii du'aa'ii namaa godhu."[Muslim]

Isin essa bira jirtan?

① yoo dandeenne sadaqaa nama fayyadu dhiisne haa dabarruu

② yookii barannee haa barsiisnu. Yookii barumsa Ulamaa'ii haa facaasnu.

③ ijoollee teenya immoo haala gaarirratti haa guddisnu. Mararraa ta'uu dhabuun garuu kasaaraa guddaa dha.

2 months, 1 week ago
2 months, 1 week ago

“ነገር አዋሳጅ ጀነት አይገባም።”

ረሱል (ﷺ)

2 months, 1 week ago
2 months, 1 week ago

Iyyasuus waaqayyoodha nuun jedhan. Hayyee 'Abbaan' (the father) hoo eenyu jennee, isaanis 'Abbaanis' Waaqayyoodha nuun jadhan.
Ammas 'Hafuurri Qulqulluun hoo' ? Jennee gaafanne.

Sababnis Waaqayyoon heddumaatuu hoggaa garruu "Kun siif hubatamuuf amanuu qabdaa" nuun ja'an.

#Alhamdulillaah
على نعمة الإسلام
Jennee ifirraa biraa yaane
@Abu_Amaar12

2 months, 1 week ago

“እጁ አመድ አፋሽ ይሁን ሰውዬው ረመዳን በሱ ላይ ገብቶበት ወንጀሉ ሳይማርለት በፊት ረመዳኑ የወጣበት።”

ረሱል (ﷺ)

We recommend to visit

بســــــــــــم الله الرحمن الرحيــــــــــــم
Ku Dhawaad 3000 Buug-Somali
Free Ah
Youtube:
https://shorturl.at/auGJZ
Diclamer:
https://telegra.ph/HA-DEG-DEGIN-AKHRI-11-15
© Somalibooks Pro Inc
- All Rights Reserved-⤵️
@Cabasho_Bot
@Tusmobook

Last updated 5 months, 3 weeks ago

Somali National Television is the principal public service broadcaster in Somalia.

Headquartered in Mogadishu.

Last updated 1 month, 2 weeks ago

Kala soco Xikmad iyo Qormooyin Markasta Io Meelkasta.

Last updated 5 days, 7 hours ago