โ ๐ถ๐คRDE๐ซ๐จ๐ญ๐ด๐ฒ
โโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโ
๐ince 2O24, @๐พ๐ฌ๐น๐ซ๐ฌ๐ณ๐ฐ๐ต๐ผ๐บ will make changes from system to ๐๐๐๐พ๐๐๐๐๐ in order to keep up with the times. More ๐จ๐๐ฟ๐๐๐๐บ๐๐๐๐ in here ::
โข @ofcwerdelinuss_bot
Last updated 3ย days, 20ย hours ago
KKIPH. Assalamualaikum & salam sejahtera buat sahabat semua. Selamat datang ke channel perkongsian kata-kata hikmah, motivasi dan doa harian. Jangan lupa tekan Join Channel ๐โค
Last updated 1ย month ago
ใ
ค๐๐ฑ. a devise product, fabricate out
ใ
คใ
คใ
คใ
คof a rufescent blooming cherry
ใ
คใ
คใ
คใ
คtreacly akin sweetmeatsm.
ใ
คใ
คใ
คใ
ค @soomiin โน @pwoppo
ใ
ค
Last updated 1ย year, 1ย month ago
โคโคโคโค @jaalala โคโคโคโค
NAN GAABBE !
Walirraa adda hin baanu
Kakannee erga jennee
Onnee kiyya qulqulluus
Ergan banee siif kennee
๐๐
Hanga lubbuu kiyyaatti
Si qofa ergan yaadee
Abiddi jaalalakees
Guggube erga na waadee
๐
Garuu,
Jaalallikee dhimmisuu
Amma ergan laalee dhaaphee
Sobdee na jaallachuunkee
Reefuu naaf galeen gaabbe!
๐๐๐
ATII...!
Kakuuf irbuu onneekoo
Qaratti dhidhimsitee
Qoodan dhugaan si jaalle
Jibbakoo liqimsite
๐
Gulantaa jaalalaatiin
Gola onneekoo teessee
Onneekee keessa garuu
Jibbakoo hammartee keesse !
๐๐๐
Eenyummaakoo siif kennee
Si godhus hunda duree
Gola onneekee keessa
Bakka homaa hin qabun ture
๐๐
Na ooddee na jibbitee
Ofii keettii na murtee
Gola onneekee keessaa
Kakuu kiyya gurgurte!
๐
Ani garuu...!
Homaa sitti hin waakkanne
Gola onnee kiyyaa teessee
Kan hangana na gantu
Maalan sitti balleessee ?
Osoon dhugaan si jaalluus
Maaliif jibba naaf keessee?
๐๐
Egaa...!
Erga na gantee deemtee
Natti taatee eelaakoo
Anis lamuu sin jeequ
Deebise qubeelaakoo
๐
Maallaqnis si gowwoomsee
Erga sitti aanee dhibbuu
Egaa nagaadhaan deemi
Ani garuu sin jibbu
๐
Yaadannoo jaalalakees
Erga onneekoo hin yaallee
Anis faana deeffadhe
Nagaatti yaa jaalalle !
โค๏ธโ
โ
โ
@jaalala โ
โ
โ
โค๏ธ
๐Waan #Dubbistaniif galatoomaa
โ Belina Wakjira
Yaada keessan nuuf qoodaa
๐๐๐๐
@jaalalabot
๐๐๐๐
๐น @jaalala ๐บ share godhaa
#Si_yaa_michuu_Dhugaa
โโโโ @jaalala โโโโ
Ani barbaacha keef
Gad hin teenye takkaa
Na jalaa Owwaadhu
Dhufeetan si Argaa
โโโโ @jaalala โโโโ
Si Barbaacha yaadaan
Addunyaa Naanna'ee
Michu sin dhungadha
Yoon si bira gahee
โโโโ @jaalala โโโโ
Eessa jirtaa maaloo?
Sin waama lallabee
Faana si dhaheetan
Si Argachuu dhabee
โโโโ @jaalala โโโโ
Ati jaalalleen koo
Faaya biyya lafaa
Barbaacha kee hin hilu
Maafan sirraa hafaa?
โโโโ @jaalala โโโโ
Yaa furmaata jiruu
Yaa tasgabbii sammuu
Sii yaa michuu dhugaa
Ani sirraa hin sarmuu
โโโโ @jaalala โโโโ
Jaalala eegalleem
Bareechinee kolfaa
Wal malees hin teenyuum
Dideetu nu horfaa
โโโโ @jaalala โโโโ
Ati na jaallatta
Akka lubbuu keetii
Anis sin jaalladha
Yoomuu michuu keetii
โโโโ @jaalala โโโโ
Jaalalli inni dhugaa
Inni akka Aannanii
Dammarra kan caalu
Nu wal Qabaannaanii
โโโโ @jaalala โโโโ
Lapheekoo naaf qabii
Naaf godhi wal'aansaa
Narraa fagaachuunkee
Garaakoo na raasaa
โโโโ @jaalala โโโโ
Anaaf ati yoomuu
Waliin dhugnee nyaannaa
Walirraa adda hin baanu
Furtuu waliif taanaa
โค๏ธโ
โ
โ
@jaalala โ
โ
โ
โค๏ธ
๐Waan #Dubbistaniif galatoomaa
Kan fudhatame (galaana walaloo) irraa
Yaada keessan nuuf qoodaa
๐๐๐๐
@jaalalabot
๐๐๐๐
๐น @jaalala ๐บ share godhaa
โ ๐ถ๐คRDE๐ซ๐จ๐ญ๐ด๐ฒ
โโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโโ
๐ince 2O24, @๐พ๐ฌ๐น๐ซ๐ฌ๐ณ๐ฐ๐ต๐ผ๐บ will make changes from system to ๐๐๐๐พ๐๐๐๐๐ in order to keep up with the times. More ๐จ๐๐ฟ๐๐๐๐บ๐๐๐๐ in here ::
โข @ofcwerdelinuss_bot
Last updated 3ย days, 20ย hours ago
KKIPH. Assalamualaikum & salam sejahtera buat sahabat semua. Selamat datang ke channel perkongsian kata-kata hikmah, motivasi dan doa harian. Jangan lupa tekan Join Channel ๐โค
Last updated 1ย month ago
ใ
ค๐๐ฑ. a devise product, fabricate out
ใ
คใ
คใ
คใ
คof a rufescent blooming cherry
ใ
คใ
คใ
คใ
คtreacly akin sweetmeatsm.
ใ
คใ
คใ
คใ
ค @soomiin โน @pwoppo
ใ
ค
Last updated 1ย year, 1ย month ago