Gaaffii Kiristaanonni Gaafataniifi Deebii

Description
Gaaffii Kiristaanonni Gaafataniifi Deebii
Advertising
We recommend to visit

Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !

My Channel Link
https://t.me/Baadshah

For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah

Last updated 2 months, 1 week ago

Telegram irraa qarshii argachuuf link kana fayyadamaa.

https://telega.io/?r=l9NDCHx-

Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot

Last updated 1 month, 1 week ago

Kaayyoon chanali kanaa faarfannaa haaraa fi kan durii isin biraan ga'uudhaafi
Dabalataan seenaalee garaa garaa isin biraan ga'uf
@Burqaa43

Last updated 1 year ago

3 months, 3 weeks ago

???? ????????????

??????????? ????? ?????????? ???????????? ??????????????? ??'?? ??????? ???????? ??????????? ???????? ??????????? ????? ?????????? ????????? ??????? ???????? ??????????? ???????? ???? ??????????? ?? ????????.

??????????: ?????????? ????? ?????? ??'?? 3? ?? ???? ?????? ??? ???????? ??'?? ???????? ????? ????? ????????? ?????? ????? ?? ????????

??????? ????? ?????? ???? 3?+
???? ????????: @Rafiiqul_Islaam2

https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8
https://t.me/+zOTmz0fXj3pkMTk0
https://t.me/+HzNEski01TRkN2Jk

3 months, 3 weeks ago

[??????? ????????? ?? ??????????????? ??'??  ????????? ????????? ?????????? ????????????? ??????!

?????????
?????????
?????????
?????????
?????????

???? ?? ???? ?????????
          ??????????? ????????
             ????????/??????](https://t.me/addlist/T85zGlmZjLIzYjdk)

??? ???? ???????

3 months, 4 weeks ago

**YESUUS YEROO BIYYA LAFAA IRRA TURE AKKAM TURE?

By Tofiq Abarashaad
Share waliif godhaa

Barakallaahufikum
???**@Tofik_Abarashad_channel
https://t.me/Rafiiqul_Islaam/489

4 months ago

????????? ???????? ??????????????? ??????????????

Makkaatti ergamaa Rabbitti (S.A.W)
аапее (booda) sahaabiin Qur'aana sagalee
olfuudhuudhaan dubbise eenyu?

Ads:??
https://t.me/+wTeVbwiLiAs2MGE0

4 months, 1 week ago

"Namoonni gara mana keetti adeemuu garaa keessaa qabaatanii si biraa humna argatan, haa gammadan! Isaan yeroo dachaa gogee nama boossisu keessa adeeman, iddoo sana lafa bishaan burqu in godhatu; bokkaan inni dura roobus eebba isa irra in diriirsa." [Faarfannaa 84:5-6] (Qur’aana 3:96).... 2:125~127,

● Utubaa Islaamaa 5 Macaafa Qulqulluu fi Qur'aana keessatti kan kaa'ame kana osoo arganii Islaamummaa maaliif hin fudhannee ...?

???????????:
© Ifaa Dhugaa

https://t.me/Rafiiqul_Islaam/468
https://t.me/Rafiiqul_Islaam/468

Telegram

𝐑𝐀𝐅𝐈𝐈𝐐𝐔𝐋 𝐈𝐒𝐋𝐀𝐀𝐌 🇸🇩

"Namoonni gara mana keetti adeemuu garaa keessaa qabaatanii si biraa humna argatan, haa gammadan! Isaan yeroo dachaa gogee nama boossisu keessa adeeman, iddoo sana lafa bishaan burqu in godhatu; bokkaan inni dura roobus eebba isa irra in diriirsa." [Faarfannaa…

4 months, 1 week ago

“Utubaalee Islaamaa shanan Macaafa qulqulluu keessatti ...” Al-tokko xiinxilaan dubbisaa ajaa'iba kana ...

Qabxiiwwan Bu’uuraa kan amantaan Islaamaa irratti ijaarame shanii 5 dha. Isa kanas hadiisa Bukhaarii fi Muslim gabaase keessatti akkana jechuun ergamaan Rabbii ibsanii jiru:

عن ابن عمر -رضي الله عنهما- أن رسول الله ﷺ قال: بني الإسلام على خمس شهادة أن لا إله إلا الله، وأن محمدًا عبده، ورسوله، وإقام الصلاة، وإيتاء الزكاة، وحج البيت، وصوم رمضان [متفق عليه] .

Hiika isaa;
“??????????? ??? ???? ????? ?????????, ??????? ????? ??????? ??? ????????? ??? ???? ??????? ????? ?????, ???????? ??????? ??????? ??????? ????? ?????, ??????? ???????, ????? ??????, ?????? ??????, ??'? ?????????? ?????? ???.” ❋ Bukhaarii fi Muslimtu gabaase ❋

Haaluma kanaan utubaan shanan kun Macaafa Qulqulluu keessattis kaa'amee jira.

? 1. Tokkichummaa Rabbii.
"Yesus deebisee, “Inni hundumaa irra caalu, ‘Dhaga'i, yaa Israa'el! Gooftichi Waaqayyo keenya kophaa isaa gooftaa dha.” [Maarqos 12:29]

"Yaa Israa'el dhaga'i! Waaqayyo gooftaan keenya Waaqayyo isa tokkicha!"
[Keessa Deebii 6:4]

? 2. Salaata.
"Yommus Yesus immoo, “Seexana nana, argaa koo duraa turi! ‘Waaqayyo kee gooftichaaf jilbeenfattee sagadi isa duwwaafis hojjedhu!’ kan jedhu caafameera” jedheen."
[Maatewos 4:10]

"Kana irratti Museenii fi Aaron fuula waldaa duraa ba'anii gara balbala dunkaana itti wal ga'anii dhaqanii, adda isaaniitiin lafatti in gombifaman; ulfinni Waaqayyoos isaanitti in mul'ate."
[Lakkoobsa 20:6]

"Xinnoos irraa hiiqee adda isaatiin gombifamee, “Yaa abbaa ko! In danda'ama yoo ta'e xoofoon dhiphinaa kun ana irra haa darbu, garuu akka jaalala koo miti, akka jaalala kee haa ta'u malee” jedhee kadhate." [Maatewos 26:39]

"Musee fi Aaron, ilmaan isaaniis harka isaanii fi miilla isaanii ittiin in dhiqatu turan. Yeroo gara dunkaana itti wal ga'anii dhaqan hundumaa yookiis yeroo iddoo aarsaatti dhi'aatan hundumaa Waaqayyo akka Musee abboometti in dhiqatu turan." [Ba'uu 40:31-32]

? 3. Zakaa.
"Kanaaf yommuu warra rakkataniif kennitan, akkuma fakkeessitoonni mana sagadaa fi daandii irratti godhan, namootaan akka kabajamaniif xurumbaadhaan hin labsinaa! Dhuguman isinitti hima, isaan kun gatii isaanii argataniiru. Ati garuu yeroo arjoomtu, waan harki kee mirgaa godhu harki kee bitaa iyyuu hin beekin! ."
[Maatewos 6:2-3]

"Baay'inni cubbuu akka deebi'ee hin argamne kan godhu jaalala waan ta'eef, hundumaa dura immoo jaalala ho'aa waliif qabaadhaa!"
[1 Phexros 4:8]

? 4. Sooma (FASTING).
"Yehoyaaqiim ilmi Yosiyaas mootiin Yihudaa, mootii ta'ee waggaa shanaffaa isaatti, waggicha keessaa ji'a salgaffaatti, sabni Yerusaalem keessa jiraatan hundinuu, warri mandaroota Yihudaa warra kaan keessaa gara Yerusaalem dhufan hundinuus yeroo itti soomuudhaan Waaqayyo duratti dhi'aatan in labsan."
[Ermiyaas 36:9]

"Inni guyyaa afurtamaa fi halkan afurtamaaf erga soomee booddee beela'e."
[Maatewos 4:2]

"Yesus, “Yeroodhuma soomtanitti immoo, akka warra of argisiiftuu nyaara keessan hin guurinaa! Isaan soomuun isaanii namootatti akka mul'atutti, fuula isaanii in boosomsu; dhuguman isinitti hima, isaan gatii isaanii fudhataniiru. Ati garuu yeroodhuma soomtutti, mataa kee dibadhu, fuula kees dhiqadhu! ”
[Maatewos 6:16-17], (Qur'aana 2:183-185)

? 5. Hajjii godhuu.
"bara booddeetti tulluun manni qulqullummaa inni kan Waaqayyoo irra jiru, tulloota hundumaa keessaa akka isa caaluutti jabaatee in dhaabata, gaarota hundumaa gararraattis ol in ka'a;
sabni lafa irraa hundinuus gara isaatti in yaa'u. Sabni lafa irraas baay'atanii in dhufu, Xiyoon keessaa seerri, Yerusaalem keessaas dubbiin Waaqayyoo waan ba'uuf, “Karaa isaa akka inni nu barsiisuuf, nus daandii isaa irra akka adeemnuuf, kottaa gara tulluu mana Waaqayyootti, gara mana Waaqayyoo isa kan Yaaqoobitti ol in baanaa!” in jedhu." [Isaayaas 2:2-3]

https://t.me/Rafiiqul_Islaam/467
https://t.me/Rafiiqul_Islaam/467

4 months, 1 week ago

?????????? ??????? ??????????⁉️
???? ??????? ?? ???? ????⁉️

Chaanaalii Akkamii Barbaaddu⁉️ Chaanaalota Barbaachisoo ta'an hundaayyuu isiniif qabannee dhufneerra join godhaa itti fayyadamaa

ምን ቻናል ይፈልጋሉ⁉️  እንድትቀላቀሉ እና እንድትጠቀሙባቸው ሁሉም አስፈላጊ ቻናሎች አሉን።

???? ?? ???? ?????????
         ??????????? ????????
          ????????//??????
@Rafiqul_Islaam

???: ?
@Hope_promotions
@Chaanaalii_Gurgurtaa

4 months, 1 week ago
4 months, 2 weeks ago
4 months, 2 weeks ago

Sadarkaa Hajjiin Qabdu Keessa

1, Namni Hajjii Godhuuf Bahe Tika Rabbii keessa Jiraa

Ergamaan rabbii صلى الله عليه وسلم Akkana je'an " Namni Sadi Tika Rabbii Keessa Jiraa: Namticha Mana Isaa Irraa Kara Masjiida Masjidoowwan Rabbii Bahe, Namticha Karaa Rabbii Keessatti Duuluuf( Qabsaawuuf) Bahe, Namticha Hajjii Godhuuf Bahe." صحيح الجامع 3051

Hadiisa Biraa Keessatti Akkana je'e
" Namni Hajjii Godhuuf Bahe Duuba Du'e Hanga Guyyaa Qiyaamatti Ajriin Hajjiidha Isaaf Barreeffama, Namni Umraa Godhuuf Bahe Duuba Du'e Hanga Guyyaa Qiyaama Ajriin Umraadha Isaaf Barreeffama." صحيح الترغيب والترهيب 1114

2, Namni Hajjii Ykn Umraa Godhu Keessuma Rabbiiti.

Ergamaan rabbii صلى الله عليه وسلم akkana je'an " Warri Hajjii Fi Umraa Godhu Keessumma Rabbiiti, Rabbiin Isaan Yaame Ni Awwaatan, Rabbii Isaani Kadhatan Kadhaa Isaani Isaaniif Kenne." صحيح الجامع 3173

Hadiisa Biraa Keessatti Akkana Je'anii
" Keessumman Rabbii Sadii: Namticha Karaa Rabbii Keessatti Qabsaawu, Nama Hajjii Godhu, Nama Umraa Godhu." صحيح الجامع 7112

3, Hajjiin Dilii Namarra Hayxii

Ergamaan Rabbii صلى الله عليه وسلم akkana je'an " Hajjii Fi Umraa Wal-Faana Oofa, Isaan Lamaan Miskiinumma Fi Dilii Namarra Oofan Akka Buuftuun Wasaka Sibiila Fi Ziqayaa Fi Meeta Irraa Deemsiftutti, Hajjii Qulqulluuf Jannata Malee Sawwabni Hin Taane." صحيح الجامع 2901

Hadiisa Biraa Keessatti Akkana Je'anii
" Namni Hajjii Godhe Badii Hin Dalagin Akkasuma Qaali Rabbii Irraa Waan Isa Baasu Hin Dalagin Akka Guyyaa Haati Isaa Isa Dhaltetti Deebi'aa." متفق عليه

Hajjiin Sababa Ibidarra Bilisa Ittiin Bahanii

Ergamaan Rabbii صلى الله عليه وسلم Guyyaa Arafaa Rabbiin Gabroottaan Hedduu Ibidrraa Bilisomsa Akkasuma Isaanitti Gad Dhihaate Isaaniin Malaaykatti Dhaata. صحيح مسلم

5, Hajjiin Irra CaalaJihaada Dubartii Fi Nama Laafati

Ergamaan Rabbii صلى الله عليه وسلم akkana je'an " Hajjii Fi Umraan Jihaada Nama Guddaa Fi Nama Laafaa Fi Dubartiiti." صحيح الترغيب والترهيب 1100

Hajjii Fi Umraa Rabiin Nuuf Haa Laaffisu

https://t.me/KaraandhugaaIslaamummaaqofa

Telegram

Gaaffii Kiristaanonni Gaafataniifi Deebii

Gaaffii Kiristaanonni Gaafataniifi Deebii

Sadarkaa Hajjiin Qabdu Keessa
We recommend to visit

Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !

My Channel Link
https://t.me/Baadshah

For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah

Last updated 2 months, 1 week ago

Telegram irraa qarshii argachuuf link kana fayyadamaa.

https://telega.io/?r=l9NDCHx-

Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot

Last updated 1 month, 1 week ago

Kaayyoon chanali kanaa faarfannaa haaraa fi kan durii isin biraan ga'uudhaafi
Dabalataan seenaalee garaa garaa isin biraan ga'uf
@Burqaa43

Last updated 1 year ago