ᴀʟ ʀᴀʏʏᴀᴀɴ ᴏꜰꜰɪᴄɪᴀʟ🌷

Description
🔊 ᴋᴀᴀʏʏᴏᴏ ᴄʜᴀᴀɴᴀᴀʟɪᴄʜᴀᴀ🎧

⛤NESHIIDAA HAARAYA
⛥ ɢᴏʀsᴀ
⛤ᴏᴅᴜᴜ ʜᴀᴀʟᴀ ʏᴇʀᴏᴏ ɪsʟᴀᴀᴍᴀᴀ
⛤Da'awaa ꜰi kan biroos......
          
   @Caayaa_Marii_Islaamaa  👈 #Gruop
🌿ᴄʜᴀɴɴᴇʟ ᴋᴀɴᴀ ᴏʙʙᴏʟᴇᴇssᴀ ᴋᴇᴇ ᴍᴜsʟɪᴍᴀᴀꜰ #sʜᴇʀ ɢᴏᴅʜɪ!        

ʏᴀᴀᴅᴀ ᴋᴇɴɴᴜᴜꜰ👇
@MURAAD111
Advertising
We recommend to visit

Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !

My Telegram Channel Link
https://t.me/+S9lLIcfDkRrhG-VZ

For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah

Last updated 1 week, 4 days ago

Youtube Irraattis nu Argattu

https://www.youtube.com/c/KaachuuEntertainment

Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot

Last updated 1 month, 2 weeks ago

𝗝𝗶𝗿𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮 𝗺𝗶𝗹𝗸𝗮𝗮'𝗮𝗮 𝗷𝗶𝗿𝗮𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂𝗳 𝗸𝗮𝗸𝗮'𝘂𝘂𝗺𝘀𝗮 𝗬𝗔𝗔𝗗𝗔𝗔 𝗳𝗶 𝗗𝗔𝗡𝗗𝗘𝗘𝗧𝗧𝗜𝗜 𝗱𝗵𝗼𝗸𝗮𝘁𝗮𝗮 𝗼𝗳𝗶𝗶𝘁𝘁𝗶 𝗳𝗮𝘆𝘆𝗮𝗱𝗮𝗺𝘂𝘂𝗳 𝗾𝗼𝗽𝗵𝗶𝗶 𝘁𝗮'𝘂𝘂 𝗯𝗮𝗿𝗯𝗮𝗮𝗰𝗵𝗶𝘀𝗮!
💥 @Oromoo_Inspire_YaadaafBot 💥

Last updated 1 week, 5 days ago

3 months ago

Waan Hin taane meeqa laaluuf jerjerta Dhiisi Waan gaarii laali, dhaggeeffadhu!

Follow Godhi👇

https://www.facebook.com/muraad.huseen.98?mibextid=ZbWKwL

┏━━━━━━━━━━━━━┓
⭕️  ➡️ #SHARE GODHAA!
┗━━━━━━━━━━━━━┛

J‌O‌I‌N‌☟︎︎︎❂✪❂✪❂✪❂✪
❂✪ @ija_milkii
❂✪ @ija_milkii
❂✪ @ija_milkii

Facebook

Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.

3 months, 1 week ago

KAROORRI KEE MAALI ?
•••••••••••••••••••••••••

Yeroo heddu gaafii tana gaafatamuun keessan hin oolu. Anilleen yeroo heddu gaafatamee deebii kennee jira. Dhugaa dubbachuuf deebii yeroo san kenne amma yoon deebi’ee laalu ajaa’iba natti ta’e. Deebiin namoonni hedduu karoora fuulduraa irratti qabnu wal fakkaataadha.

“Baradhee, baruumsa fixee, dalagaa gaarii qabadhee, bultii ijaarradhee, maatii kiyyaa fi ummata kiyya gargaaruu. Akkasumas jireenya gaarii jiraachuu” jedha karoorri hedduun keenya qabnu. Waanuma xiqqoo garaagarummaa yoo qabaate malee, waan kanarraa fagaatuu miti. Garuu…
Garuu, bor jiraachuu keenya eenyutu waadaa nuuf seene? Bor jiraachuu keenya kan beeku Rabbii qofa. Garuu anis, atis, hundi keenya waan takka ni beekna. Innis du’a keenya. Namni ni du’a jedhee hin karoorfatu. Garuu du’aaf of qopheessuun barbaachisaadha.

Hedduun keenya jireenya dachii tanarraa tolfachuudhaaf akka ajaa’ibaa karoorffannee jirra. Garuu isa aakhiraa irraanfannee jirra. Namnummaan, guyyatti, Sunnaa hagana salaata, Qur’aana hagana qara’a, Sadaqaa nin kennadha. Masjiida keessa sa’aa haganaaf taa’a. Ji’a keessatti guyyaa haganaa nin soomana jedhee karoorfate hin jiru.

Dhaamsi kiyya…

Waan san raawwachuu fi raawwachuu dhabuun haa hafuutii, mee karooruma keenya kan guyyaa keessa, ibaadaa itti haa daballu. Aakhiraaf of haa qopheessinu. Hedduun keenya Jannatni ni jira jechuu malee, ni’maa jannata keessa jiru haalaan hubannee jirra natti hin fakkaatu. Azaabas waa’ee isaa dhageenye malee, hammeenya isaa xiyyeeffannaa keessa waan galchine hin sehu. Mee of haa yaadannu. Ammuma kaanee haa karoorfannu. Mee hundumti keessan karoorri keessan maal akka ta’e ofuma of gaafadhaa. Karoora keessan keessa, JANNATA kan jedhu yoo jiraate, milkooftanii jirtan. Garuu Jannatni karoora keessan keessa yoo hin jirre…

Namni aakhiraaf karoorfate hin jiru jechuu kiyyaa miti, garuu hedduu namaa yoo arginu, addunyama tanaan hidhamee manatti hafee jira.

YAA RABBI
► Nama jannataaf karoorfatu nu taasisi
► qubsuma keenya caffee jannataa nuu taasisi.

┏━━━━━━━━━━━━━┓
⭕️  ➡️ #SHARE GODHAA!
┗━━━━━━━━━━━━━┛
J‌O‌I‌N‌☟︎︎︎❂✪❂✪❂✪❂✪
❂✪ @ija_milkii
❂✪ @ija_milkii
❂✪ @ija_milkii

3 months, 1 week ago

🥲Gaafa dargaggeessii Islaamaa taphataafii weelliftoota hedduu maqaafii seenaa isaanii beekee,Seenaa  Nabiyyii SAW  Sahaabotaafii Taabi'ootaa wallaalu...!!
😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Yaa rabbi rahmata Kee!!
┏━━━━━━━━━━━━━┓
⭕️  ➡️ #SHARE GODHAA!
┗━━━━━━━━━━━━━┛

J‌O‌I‌N‌☟︎︎︎❂✪❂✪❂✪❂✪
❂✪ @ija_milkii
❂✪ @ija_milkii
❂✪ @ija_milkii

5 months ago

BAATII RAMADAANAATIIF GUYYAA 97 QOFAATU HAFE !!!
•••••••••••••••••••••••••••••

Mee yaa obboleeyyan Islaamaa Baatii Kabajaa Qabdu tanaaf sirritti if haa qopheessinuu.

Warri nu dura dabran Waggaan isaanii guutuun Ramadaana ture, akkas jechuun

1: ji’a 6 yaa Rabbi Ramadaanaan nu Fati ja’anii Rabbii Isaanii kadhatan

2: ji’a 6 ammoo yaa Rabbi soomana keenya nurraa qeebali ja’anii rabbii isaanii kadhatan.

Kanaafuu nutiis mee akka warra nu dura Dabree San Haa taanuu.

Rabbiin warra baatii Ramadaanaa gayee soomanee ajrii soomanni qabu arkatu nu haa taasisuu.

┏━━━━━━━━━━━━━┓
⭕️  ➡️ #SHARE GODHAA!
┗━━━━━━━━━━━━━┛

J‌O‌I‌N‌☟︎︎︎❂✪❂✪❂✪❂✪
❂✪ @ija_milkii
❂✪ @ija_milkii
❂✪ @ija_milkii

5 months, 1 week ago

[AS Wr WB

Obboleewwan Keenya Jirtuu Nagumaa?

Channel #NASHIIDAA Qofa Siniif Dhiyeessu banamee jira Seenaa Join, Sher Godhaa](https://t.me/+KRib4ogMPBxhZjc0)

5 months, 1 week ago
5 months, 2 weeks ago

Kebor Nashiidaa Haaraa [Sagaleen koo sumaa #keyron_9 Shashamane || #KMP

7:11/3,7 MB
⭕️  ➡️ #SHARE GODHAA!
┗━━━━━](https://t.me/ija_milkii)━━━━━━━━┛

J‌O‌I‌N‌☟︎︎︎❂✪❂✪❂✪❂✪
❂✪ @ija_milkii
❂✪ @ija_milkii
❂✪ @ija_milkii

5 months, 2 weeks ago

#Keeroon_9ffaa Baaylama dhugaa Munshid Ali Amin New Afaan oromoo nashiidaa || #KMP
4:09/2,3 MB
⭕️  ➡️ #SHARE GODHAA!
┗━━━━━━━━━━━━━┛

J‌O‌I‌N‌☟︎︎︎❂✪❂✪❂✪❂✪
❂✪ @ija_milkii
❂✪ @ija_milkii
❂✪ @ija_milkii

5 months, 2 weeks ago

Akka Rabbiin ibaadaa gabricha kamiittuu hin haajomne hubachuun dirqama ta’a. Inumaayyuu gabrichatu ibaadaa Rabbiitti haajoma. Isheedhaan lubbuu isaa sadarkaa ol korsiisee ishee qulqulleessa.
Xumura
Arkaanni Iimaanaafi Islaamaa dubbatamee tare wiirtuu Islaamaati.
Arkaana iimaanaafi Islaamaa tare kana raawwachuun dhimma ruuhii, qaamaa, nafsiifi hawaasaa kan jireenya namaa hunda keessa jiru baasa. Inni adeemsa jireenya gochaafi yaadaati. Kana irratti dabalata, inni isa qofatu adeemsa jireenyaa isa Rabbiin jaalatuufi qeebaluudha. Karaa isa gabrichi qabachuudhaan jannatatti dhaqqabuudha.
“Dhiiras ta’ee dubartii irraa nama mu’umina ta’ee dalagaa gaarii hojjate, dhugumatti jireenya gaarii isa jiraachifna; mindaa isaaniis irra gaarii waan isaan dalagaa turaniitiin isaan mindeessina.” (Annahl: 97)
pdf Siniifin dhiyeessa Inshaa'allaah

┏━━━━━━━━━━━━━┓
⭕️  ➡️ #SHARE GODHAA!
┗━━━━━━━━━━━━━┛

J‌O‌I‌N‌☟︎︎︎❂✪❂✪❂✪❂✪
❂✪ @ija_milkii
❂✪ @ija_milkii
❂✪ @ija_milkii

6 months, 4 weeks ago
We recommend to visit

Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !

My Telegram Channel Link
https://t.me/+S9lLIcfDkRrhG-VZ

For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah

Last updated 1 week, 4 days ago

Youtube Irraattis nu Argattu

https://www.youtube.com/c/KaachuuEntertainment

Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot

Last updated 1 month, 2 weeks ago

𝗝𝗶𝗿𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮 𝗺𝗶𝗹𝗸𝗮𝗮'𝗮𝗮 𝗷𝗶𝗿𝗮𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂𝗳 𝗸𝗮𝗸𝗮'𝘂𝘂𝗺𝘀𝗮 𝗬𝗔𝗔𝗗𝗔𝗔 𝗳𝗶 𝗗𝗔𝗡𝗗𝗘𝗘𝗧𝗧𝗜𝗜 𝗱𝗵𝗼𝗸𝗮𝘁𝗮𝗮 𝗼𝗳𝗶𝗶𝘁𝘁𝗶 𝗳𝗮𝘆𝘆𝗮𝗱𝗮𝗺𝘂𝘂𝗳 𝗾𝗼𝗽𝗵𝗶𝗶 𝘁𝗮'𝘂𝘂 𝗯𝗮𝗿𝗯𝗮𝗮𝗰𝗵𝗶𝘀𝗮!
💥 @Oromoo_Inspire_YaadaafBot 💥

Last updated 1 week, 5 days ago