OR01 TECHNOLOGY NEWS
🖲 Odeefannoo waqtawaa teeknooloojiin walqabatan
🖲 seenaa teeknooloojii bara kanaag bu'ura ta'an tokko tokko
🖲 jireenya guyya guyyatti haala salphaan teeknolojii ofii keenya fayyadamuu dandeenyu..
❤️ ❤️❤️Chanaaloota Babareeddoo Lama isiinif qabaane dhihaane jiraa 😎💕💕💕💕 JOIN JECHUUN BOHAARA BASHAANANAA ☺️☺️☺️

Google Pixel 5 Gadi Dhiifame
-6” Full HD OLED
-4080mAh battery with 18W fast charging
-Snapdragon 765 5G
-12MP Primary Camera
-16MP Ultrawide
-8MP selfie
128GB/8GB
👉🏾Qaamni isaa Aluminum irraa kan hojjetame
👉🏾Humna wireless gutuu kan danda'amuu
👉🏾Bishaan kan hin seenne.

Teeknolojii fi dhukkuba baraa
Google Map bakka(iddoo) COVID-19 itti baay'atee argamu mul'isuu eegalee jira
Namoota 100,000 kessaa hammam akka dhykkubsatan bakka tokkotti codii-halluutiin agarsiisuu egaleera.

Odeefannoo gadi fageenya isa Engiliffan

NOKIAn bilbila ammayya(smart phone) 2.4 jedhamu gabaaf gad lakkise

Torban dhufu kana keessaa mosaajonni(apps) lama store kessaa ban ta'u yookan dhorkamu.
Roadmap IBM Kompiiteroota kuantamii ilaalichisee baase
IBM roadmap quantum(Kuantamii) Isaa maxxansiisee jira.
Akka ifoomsanitti yoo ta'e bara 2023(A.L.A) tti maashinoota qubit(quantumbit) dhaan hojjetan 1000 (kuma tokko) kan qabaatu ta'uu isaa ifoomseera.

Mosajiin beekamaa addunyaa kana fi hordoftoota mill. 100 ol kan qabu TikTok; hasaa dheengadda Trump dubbateen booda sodaan Ameerikaa kessatti dhaabuu(ban) ta'uu jalaa bauuf jecha Microsoft diduudhaan Oracle waliin walii galuu idaa beeksisee jiraa.


LG wing
Kana fakkesaniruu. Bilbila harayaan dhiyaataniiru ..😍😍