ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa ❤𓆩♡𓆪

Description
😍🥰Jaalalaafii ergaalee jaalalaan wal qabatan gaggabaaboo as jalaa argattu❣😘🤩🥰😍😜❣️❤️‍🔥
😁😅🤣😂Dabalataan Qoosaa Bohaarsoo😇😋
Advertising
We recommend to visit

Supporters of the greatest President of our lifetimes, @real_DonaldJTrump!

Last updated 2 weeks, 4 days ago

Official Telegram channel✔️

🔛Nutti dhihaatta 🚶
🔛Jaalalaan nurraa qabamta💓
🔛Garmalee Koflaan Fincaan ofirrati buusta😀
🔛asuman waliin taane Afaan fi artii keenya gudifanna.
Any comments or messages:- @Orosarca_commentobot

Last updated 2 years, 10 months ago

😍🥰Jaalalaafii ergaalee jaalalaan wal qabatan gaggabaaboo as jalaa argattu❣😘🤩🥰😍😜❣️❤️‍🔥
😁😅🤣😂Dabalataan Qoosaa Bohaarsoo😇😋

Last updated 1 week, 1 day ago

1 week, 2 days ago

''''''''’'''''       ''''''''''''''''''''        ''''''''''''''''           '''''''''''''
Ajab damma koo
damma daamu kiyya
Suma barbaachaaf
garaan koo na iyya

Anaan na jaalattee
dhiira meeqa diddee
kan kee na taasiste
Gammachuutti na fiddee

anis eenyuufuu tolen jedhu
siin alas waa tokkon fedhu

Sumaaf na dhiittata
onneen ciisa didee
maafan rafa jedha
dubbii natti fidee

ati kan koo qofa si
taasifadheera giiftii
yoo akkas ta'e qalbiin
kan koo na ciistii

Adda taasiseen si ilaala
hundumaa si caalchisee
Naaf hubadhuu jedheen onnee
kan koo si dhaalchisee

Garaan koo suma yaada
na dideera bar nyaata
Qalbiis ta'ee Onneenis
Kunoo Suma baata.

Jaalalan siif qabu
Barreessee hin fixu
Ati amala addaa qabda
eenyumtuu sin gituu

Baay'en si jaaladha an
yooman si Quufaa?
Daqiiqaa Daqiiqaatti  qalbiin
koo sibira na dhufa!

Qabeenyi koo suma innii
onnees ta'ee kan baankii
homtuu gargar nun baasuu
Osuma ta'ee taankii

:¨·.·¨: ❤️ 
 `·.  @jireenya_jaalalaa 🎁

1 week, 2 days ago

Sijibbee nadhiisii
Fagaadhu nabiraa
Ammarraa eegalii
Jaaladhu kan biraa

Dhungoon si dhungadhe
Isa ammaan duraa 😘
Amma na dhungadhuu 😘
Naaf deebisi mara 💋
Kana ergoote "garuu"
Argaa ke hin fadhuu 🙈
Fagaadhu nabiraa
😭😍*__

:¨·.·¨: ❤️ 
 `·.  @jireenya_jaalalaa
🎁*

1 week, 2 days ago

Ana jechuun sidhaa
Si jechuun anadhaa
Irbuu walitti hidhaa
Waadaatu kanadhaa!
~
Hunda waliin qabnaa
Adda adda hin baanuu
Anaaf ati wal wajjin
Malee hin bareednu
~
Sin dhoksu tasumaa
Dhugaan sittimaatii
Anaaf ati akkumaa
Fuula saantimaati..!
~
Utuu daandii hundaa
Jaalalaan naaf bantuu
Anaan na dhukkubaa
Gaafati miidhamtu.!

:¨·.·¨: ❤️ 
 `·.  @jireenya_jaalalaa 🎁

2 weeks ago

JECHOOTA ajaa'ibaa taaksii keessatti barreefamanii jiran.

❶Ni jiraanna jenneeti malee balleesinee baduun nun dhibu.
❷Umurii nuti qabnu jeequmsaaf miti jaallachuufuu nun geessu.
❸Qophummaan kan bareedu mana fincaanii keessatti qofa.
❹Aangoon kan ittiin uummata bulchan malee kan ittiin uummata doorsisan miti.
❺Kanan rafuuf kan hin rafne gooftaa waanan qabuufi.
❻Hangam yoo tureyyuu harmii fi mootummaan kufuunsaa hin oolu.
❼Fuula inaaffaan guraachesse dibatni hin cululksu!
❽Utuu durbi lafa qotuun argamti ta'ee dhiirri
hunduu qote bulaa ta'ee dhuma.
❾Nama hin tuffatin inni jiraanniyyuu surree nama hiikachiisti.
❿Bara re'ee ta'aamutti hoolaa hin ta'in.
⓫Utuu barnootni uleedhaan namaa gala ta'e harreen piroofeesera taati turte.
⓬Utuu baalli mukaa qarshii ta'ee dubarri qalamee jaallatti!
⓭Anaan hiyyeesa nan jette atimmoo boorsaa duwwaaf daalleekee malee maal qabda.
⓮Utuu daawitii (of ilaallee) dhaaf ni kaffalama ta'ee dubartootni meeqa kaffalu?
⓯Hangafti tooftaa jireenyaa wal
danda'uudha!!

:¨·.·¨: ❤️ 
 `·.  @jireenya_jaalalaa 🎁

3 weeks, 4 days ago

Bareedina nama tokko gubbamarra laaltee jaalalaan irraa qabamuu ni Malta.
Garuu hubadhu! Kan waliin jiraattuu haalaaf Amala malee fuulaa miti.

Uffata kee caala onneen kee akka hin xuroofne of eeggannoon qabi. Onneen takka xurooftu hin miicamtu waan ta'eef.

:¨·.·¨: ❤️ 
 `·.  @jireenya_jaalalaa 🎁

3 weeks, 4 days ago

Bareedduu too, Yoo sitti tole Halayyaa(Qilee) Seeni Gammachuu kee Gammachuu kooti. 😄😳😂😁😘

:¨·.·¨: ❤️ 
 `·.  @jireenya_jaalalaa 🎁

3 weeks, 4 days ago

wantoota Argachuuf namatti ulfaatan⁉️

📶 WiFi password hin qabne

👩‍💼 Dubartii Jaalallee hin qabne

🙍‍♂ Dargageessa suusi hin qabne
😍😳😂😂😁😁
:¨·.·¨: ❤️ 
 `·.  @jireenya_jaalalaa 🎁

3 weeks, 4 days ago

Amma Yeroon kan Amalaati wantoota biraa hunda faashinni itti dabreera.

:¨·.·¨: ❤️ 
 `·.  @jireenya_jaalalaa 🎁

3 weeks, 4 days ago

Gammadaa ta'uuf 🗣Hafuura Baafachuun gahadha.

:¨·.·¨: ❤️ 
 `·.  @jireenya_jaalalaa 🎁

2 months, 3 weeks ago

1.Shammaran jaalalan qabamuuf guyyaa 15 itti fudhata.Faallaa kanammoo,dhiirotatti Secoondii 8 qofa itti fudhata.
2.Namni rifeensi isaa moluu ta'e,carraan jalqabatti dhiira godhachuu isaa guddaadha(yoo fudheef
3.Shammaran sa'aatii 47 caalaa iccitii hin qabatan.Hiriyoota isaaniitti himu.
4.Namni guyyaa irra halkan salphaatti boo'a.

😁DHUGAAWWAN SAAYIKOOLOOJII😅🤣

❤️ @jireenya_jaalalaa ❤️

We recommend to visit

Supporters of the greatest President of our lifetimes, @real_DonaldJTrump!

Last updated 2 weeks, 4 days ago

Official Telegram channel✔️

🔛Nutti dhihaatta 🚶
🔛Jaalalaan nurraa qabamta💓
🔛Garmalee Koflaan Fincaan ofirrati buusta😀
🔛asuman waliin taane Afaan fi artii keenya gudifanna.
Any comments or messages:- @Orosarca_commentobot

Last updated 2 years, 10 months ago

😍🥰Jaalalaafii ergaalee jaalalaan wal qabatan gaggabaaboo as jalaa argattu❣😘🤩🥰😍😜❣️❤️‍🔥
😁😅🤣😂Dabalataan Qoosaa Bohaarsoo😇😋

Last updated 1 week, 1 day ago