Sammuu kee jijjiiri

Description
Daily inspirational quotes to change your life.

Milkaa'ina ilma namaatif 85% ilaalcha sammuu isaati

Mataa ke jijjiiri jiruu ke ni jijjiirta!


@oroquotes join godhi

Na qunnamuuf @ilmanesruu @Nesrujr
Advertising
We recommend to visit

Join Us to get alerted with :-

● Internships
● Scholarships
● Volunteering
● Job Advertisement
● Education Updates

For other more info visit www.uniforumtz.com

Share Our Channel https://t.me/uniforumtz

Last updated 3 weeks, 5 days ago

Actress
Actress Hot Latest Photos ,GiFs, spicy hot Videos Follow us
🔞
For fun 💯💫

https://t.me/actressaddahot


Other channel
https://t.me/actresshot76
https://t.me/kiaraadvanilovely
https://t.me/kritisanonlovely
Dm for cross socky

Last updated 1 week, 4 days ago

Daily inspirational quotes to change your life.

Milkaa'ina ilma namaatif 85% ilaalcha sammuu isaati

Mataa ke jijjiiri jiruu ke ni jijjiirta!


@oroquotes join godhi

Na qunnamuuf @ilmanesruu @Nesrujr

Last updated 1 month, 1 week ago

1 month, 1 week ago

Iccitiin Milkaa'ina keetii gocha Ati irra daddeebin guyyarraa gootu keessa Jira.

@oroquotes
@oroquotes

1 month, 1 week ago

Namticha tokkootu taksii keessatti mucaa isa biraan taa'ee chocolate nyaatu jiruun "mucaa maal godhu jirta ilkee ke sirraa balleessaa dhiisi" ja'en
Mucaanis "akaakayyuun kiyya waggaa 110 jiraate" ja'een
Namtichi dubbiin tun isa dhibdee "maaltu walitti fide ree, moo chocolate nyaatudhaan hangas jiraatee?" Ja'ee gaafate.
Mucaan "Lakkii inni dhimma isa naqu malee waan isa hin laallanne seenuu dhabuuni" ja'ee deebiseefii namticha afaan qabachiise.

An @ilmanesruu ti
Yaadni keessan nu jabeessa waan ta'eef yaada keessan nun gaha.

@oroquotes
@oroquotes

2 months, 1 week ago

karaatti hin dhaabin, amma itti dararamii boru injifataa ta'ii jiraadhu.

@oroquotes

3 months ago

Yoo kuftes fuula duratti kufi.

@Ilmanesruu
@oroquotes

8 months, 2 weeks ago

OF BEEKUUN HIN QABU FOORMULAA HIN QABU.
https://sammuujijjiiri.blogspot.com/2023/09/of-beekuun-hin-qabu-foormulaa-hin-qabu.html

Blogspot

OF BEEKUUN HIN QABU FOORMULAA HIN QABU.

Sammuujijjiiri kitaaba Afaanoromoo

1 year ago

Watch "Dirqama jiruu tana keessatti beekuu qabdu lakk1 #afaan_oromoo #short" on YouTube
https://youtube.com/shorts/UdR-XohWKIc?feature=share

YouTube

Dirqama jiruu tana keessatti beekuu qabdu lakk1 #afaan_oromoo #short

#ethiopia #inspiration #oromia\_entertainment

Watch "Dirqama jiruu tana keessatti beekuu qabdu lakk1 [#afaan\_oromoo](?q=%23afaan_oromoo) [#short](?q=%23short)" on YouTube
1 year ago
1 year ago

Gaaffii kana of gaafadhu mee

Ati ilma namaa hunda ni jaalattaa??

Hin jaalattu nin beekaa..

Duuba ati maalif nama hunda biratti jaalatamuuf cinqii of keessa. Hanga feete dhamaatus Na amani Kun waanuma ta'uufillee hin teenye hundaan jaalatamuu hin dandeessu.

Ammas ammoo Namoonni gariin si jaalachuu dhaban jechuun ati rakkoo qabda jechuu miti.

Gaafa jaalala namaa argachuuf jattee eenyummaa fi amala ke dhistee nama biraa fakkaachuu egalte jaalala barbaaddu san qofaa miti kabajalle dhabda.

Santu rakkoo guddaadha jaalala namaa barbaaduu dhiisii off ta'ii jiraadhu.

@ilmanesruu
@oroquotes

1 year ago

"Borun godha ykn yeroo birootin godha" jechaa oolun Dhukkuba.
Dhukkubni hamaan abjuu kee ajjeesu isa.

@ilmanesruu
@oroquotes

We recommend to visit

Join Us to get alerted with :-

● Internships
● Scholarships
● Volunteering
● Job Advertisement
● Education Updates

For other more info visit www.uniforumtz.com

Share Our Channel https://t.me/uniforumtz

Last updated 3 weeks, 5 days ago

Actress
Actress Hot Latest Photos ,GiFs, spicy hot Videos Follow us
🔞
For fun 💯💫

https://t.me/actressaddahot


Other channel
https://t.me/actresshot76
https://t.me/kiaraadvanilovely
https://t.me/kritisanonlovely
Dm for cross socky

Last updated 1 week, 4 days ago

Daily inspirational quotes to change your life.

Milkaa'ina ilma namaatif 85% ilaalcha sammuu isaati

Mataa ke jijjiiri jiruu ke ni jijjiirta!


@oroquotes join godhi

Na qunnamuuf @ilmanesruu @Nesrujr

Last updated 1 month, 1 week ago