Hoyga Aflaanta Hindiga Afsomali ah Gaar ahaan Kuwii Hore ee 70aad Kii ilaa 90aadkii Jaceyl Waali @ALFAGHISTUDIO Halkan Ka Daawo
Buugaagta Somali ah? @Somalibooks
Waa mareeg lagu aruuriyo duruusta culimada soomaaliyeed.
Waxa ka masuul ah:
https://t.me/IshraqCenter
Kala xidhiidh maamulka halkan:
@Turaasculimobot
Waxaad ka heleysaa buugaag ku qoran Luqadaada Hooyo ee Af-Soomaaliga oo ka liyah
Fadlan wixii Su'alaha la xariir
@liibaanwaasuge
@Mfaratoon
#HAADHA_MANA_ZUBEYRI BINU_AWWAAM.....
➧Haati Mana (Jaartiin) Zubeyri ilma awwaam Rabbii isaan Lamaanuu irraa haa jaalatuu Nama Akkaan Bareedu Turte inniis Akkaan isii jaalata Ture innaawaa akkaan Ishee jaalatuu Keessa Kan akka isheen gara Masjiida hin deemne dhoowwuu Barbaadu Ture
➦Haa tahuu Malee Garuu ishee dhoorkuu hin Dandeenye Maalif Jennaan Nabiyyiin Muhammad (ﷺ) Akkana jedhanii waan jiraniif:"Gabroottan Rabbi Gama Masjida rabbii Deemuu Hin Dhoowwinaa jedhan. Kanaaf ishee dhoowwuun itti ulfaate
➦Yaroo akka isheen Gara Masjiida Hin Deemne irra Barbaadu Akka Hadiisa Ergamaa Rabbii kana dhageessee jirtu itti Himte isaanii Akkana Jadhu :"Gabroottan Rabbii Gama Masaajidaa Deemuu Hin Dhoowwinaa .isaanii jadhu Dhagayeen jira Jatteen ...
➧Akka Tasaa Guyyaa Tookko jaartiin isaa Salaatuuf Gama Masjidaa Baatee Turte
Akka isheen isa hin Beeknetti ishee moggaarra Dabaraa irree ishii tuqee Bira Kute ??
Maal Goote jettanii Yaaddan mee ?
➦Gara mana ishee Deebitee Eegas Gara Masjidaa Guyyoota Dheeraaf Hin Deemne turte
Yaroo Kana Abbaan Mana ishee Maalif Gama Masjiida Deemuu Lakkiste jedheenii?? isii Gaafate
➦ isheeniis Akkana Jatteen :"Yaa Abbaa Mana kiyyaa Nuti Yaroo Dheeraa Salaataaf Gara Masjiida Bahaa Turre Garuu zamana Sana Keessatti Ummanni Ummata Hayaa ykn Qaanfii Qabuu Turan Garuu Amma Yaa Abbaa Abdullaah ilmi Namaas waa Hin jiru waa Qaanfiiniis hin jirtu Salaanni Keenya Manuma Keenyatti Irra nuuf Caalti "... jatteen
Yaa Allaah Osoo Dubartoonni Keenya akka Jaartii ZUBEYRI tahanii Maaltu Hafe isiin Nama Gaarii turte Nama Haraamirraa Of Eeguu fi of Qabu Turte Ija ishee Nama Gaqqabatu Turte isiin Akkas Tahuu irratti Kan isii Tuqee Bira Kute abbaa mana ihsee tahuu hin beetu turte
Haraamii fi Ifqabuu isiirraa Gama mana isii Deebitee Turte akka lubbuu isii tiissituuf jechaa
Yaa Rabbi Dubartoota Zamana Keenyaa Kana Sirreessii Nuuf Qaceelchi
Yaa Rabbi Shamarran keenya akka shamarran sahaabootaa taasisi
?????????
Sher
#As wr wb Akkam ngy
##Ramadan Mubarak
###Afownaalillaah
1Yoo si hamadhee jiraadhe
2Yoo si Arrabsee jiraadhe
3Yoo si miidhee jiraadhe
4Yoo si Aarsee jiraadhe
5Yoo si waanyee jiraadhe
6Yoo si Tuffadhee jiraadhe
7Yoo Maqaa si Xureessee jiraadhe
8Yoo Waan hamtuu sitti yaadee jiraadhe
### RABBUMA si uume saanii jedhiitii dhifama naa godhi ilmi namaa ni dogongoraa
Ergamaan Rabbii( ﷺ) Hadhaa manaa kudha tokko qabu turan isaanis:-
1)``Khadiijaa bint Khuweylid (RA)
2)Sawudaa bint Zam'ah(RA)
3)Aa'ishaa bint Abubakri (RA)
4)Hafsaa bint Umar(RA)
5)Zaynab bint Khuzeymaah(RA)
6)Umu Salamaa(Hindi bint Abii umayyaa(RA)
7)Zeynab bint Jah\-shi(RA)
8)Juweeyriyaa bint Al\-haaris (RA)
9)Immu Habiibaa (Ramlaa bint Abuu sufyaan)(RA)
10)Safiyyaa bint Huyayyi (RA)
11)Maymuunaa Bint Haaris(RA)
Ergamaa Rabbii(ﷺ) Haadha Manaa sagal(9) irraa du'an Giifti Khadiijaa fi Zaynab bint Khuzeymaah (RA) ergamaa Rabbii ﷺ dura du'an.
♨️ AS WR WB ♨️
? ???????????? ?????????? ??????? ????????? ???????? ???? 1 ????????? ????? ?????????? ????? ???? ??????'??? ????? ?????? ?????? ?????? ???????? ????????? ???????? ??????????? ???????? ???? ??????????? ?????'??? ??'?????? ???????????? ???????? ??????? ?? ????????? ?? ???????? ??????? ??????? ???????? ????? ??????? ?????? ??? ???????? ????? ????? ???? ?????????? ???? ??? ??????? ?????? ????? ???? ?????? ???????? ?????????????? ?????? ?
Sagantichi Dilbata dabree Sagantaa bu'aa bahii Hedduu dabre as gaheefii Sagantaa Maqa Balleessiin Gara Garaa karaalee midiyaa hawasatiniifi Jette jettee namootatiin Irratti gaggeefamaa Kan ture tahuu Gariin Keessan Argaa Turtanii Jirtu !
Haa Tahu Malee Alhamdulillaah Maqaa Fokkataa maqaan Taane namootni Gariin Rakkoo Dhuunfaa Nurra qaban Nurratti Maxxansaa Turanis Maqaa sanaaf Wanta jedhamaa Ture sana Irraa Guuumaan Gututti Qulqulluufi Bilisa Ta'uu Keenya Sagantaan Keenya ragaa Baheera Alhamdulillaah !
Sponsorin Kabajaa Keenya
? Baankii Daldala Ethiopia Damee Al noor fi Darul hijraa
? Baankii Absiniyaa
? driim Dikoor
? kilinika G/G barakaa
? Fransibekan American English academy Anas Jibriil
? waliif Furniture
? reestorantii Fileebar
? restoraantii jiddaa
?restorantii raahaa
?Ebbaan pharmacy
?mijuu pharmacy
Sponsaroota Keenya kan Kabajaati.
Galatoomaa ulfaadhaa
Designer fi Hojii Graphics kan Nu gargaaraa Ture Abdulmaalik Ahmad (Am-Creative)?
Kanneen Biroo keessanis warrotni yaadaafi Beksisan nu faana turtan
Galatoomaa Ulfaadhaa
??Jazaaakumullaahu Keyran ??
Koree Qindeessutuu Jama'aa All Islam
Hoyga Aflaanta Hindiga Afsomali ah Gaar ahaan Kuwii Hore ee 70aad Kii ilaa 90aadkii Jaceyl Waali @ALFAGHISTUDIO Halkan Ka Daawo
Buugaagta Somali ah? @Somalibooks
Waa mareeg lagu aruuriyo duruusta culimada soomaaliyeed.
Waxa ka masuul ah:
https://t.me/IshraqCenter
Kala xidhiidh maamulka halkan:
@Turaasculimobot
Waxaad ka heleysaa buugaag ku qoran Luqadaada Hooyo ee Af-Soomaaliga oo ka liyah
Fadlan wixii Su'alaha la xariir
@liibaanwaasuge
@Mfaratoon