All-in-One Cross-Chain DeFi Solution with native token $SWITCH
Partnerships: [email protected]
Last updated 3 months, 3 weeks ago
Buy ads: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii
Contact us @Burqasupport
Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii
Last updated 1 day, 21 hours ago
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
@Abdii_Sabaa
💬CONTACT US💬
@AbdiiSabaaDm
🎯BARNOOTAAF
@Abdii_Sabaa_University
🎯MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa
Last updated 2 weeks, 2 days ago
*?Baga Geessan?*** 2017
Bara Haaraa Kana Arguu Keetti Baayyeen Gammada, Baayyeen Waaqayyoon Galateeffadha. Utuun Barreessuun Haasaa Social Media Irraa Natti Hin Tolle Tokko Yaadadhe; Namoonni Tokko Tokko Akkas Jedhu "Baayyeen Du'aniiru, Baayyeen Hospitaala Jiru, Ati Garuu Fayyaa Keeti Galateeffadhu" Macaafni Qulqulluun Maal Jedha Beektaa?
“...ani isinittan hima, hundumti keessan yoo yaada garaa keessanii geddarachuu dhaabaattan akkuma kanatti in dhumtu.”
— Luqaas 13:3 — Ballinaan Dubbifadhu.
Waaqayyotu Araara Isaa Nuuf Baayyise Malee Atis, Anis Isaanirra Caallee Miti. Akkas Haa Goonu; Bara Haaraa Kanatti Karoorri Keenya Inni Guddaan "Yesuusitti Siqachuu" Nuuf Haa Ta'u. Jireenya Hafuura Kee Gabbifachuu Irratti Xiyyeeffadhu. Yoo Akkana Goote Isa Kaanittis In Milkoofta. Waaqayyo Akkana Siin Jedha:
“Egaa ani sii wajjin waanan jiruuf hin sodaatin! Ani Waaqayyo kee ti hin na'in! Ani sin jabeessa, ani sin gargaaras; irree qajeelummaa koo isa mirgaatiin ol sin qaba.”
— Isaayaas 41:10 —
Ergaa Baga Geessee Gabaabsee Dhiyeessuuf Jedheen Kana Hunda Odeesse, Rakkoo Hin Qabu!
Baga Geesse, Ayyaana Gaarii!
Sin Jaalladha ❤️
Subscribe:
YouTube.com/@EphremDiriba
Waaqayyo Maal Siin Jedhe?
"Sin Jaalladha, Seenaa Kee Nan Haareessa, Nama Guddaan Si Taasisa, Karaa Hundumaan Si Eebbisa, Mootummaa Koo Keessa Bara Baraan Ana Wajjiin Jiraatta" Siin Jedhee?
Kun Akkamitti Ta'a? Ati Cubbamaa Badii Baayyee Qabu Mitimoo? Ati Ulfina Kanaan Kan Si Ga'u Hojii Gaarii Qabdamoo?
Kan Dubbate Mootii Moototaati, Mootiin Moototaa Erga Jedhee Immoo Eenyutuu Karaatti Hambisuu Danda'aree? Waan Ta'u Yooma Hin Fakkaatu Ta'ellee Inni Jedhe Isa Iddoo Hin Jirree Lafa fi Waaqa Waamee Fidedha.
Erga Inni Jedhee Inuma Siif Raawwatama.
Subscribe:
YouTube.com/@EphremDiriba
✅ WAADAA
? Wanti yeroo namatti ho'ee miira keessa galan dubbatan yookiin waadaa galan yeroo namatti qorree miira sana keessaa bahan nama gaabbisiisa! Miira keessa galtee waan hin raawwanne tokko waadaa galuu dhiisuuf Wantoota hamilee kee Cimsan (10) Kanneen Itti fufii dubbisii.... See More
✨? Telegram Channels: xinsammuu fi kitaabilee PDF
???
____ ???
➊
[Click join 10K+ Channels
◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥
█ J O I N █
◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢](https://t.me/addlist/dSC8qBl07Wg2MTI8)
ADD FOLDER 01
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
____✅✅✅
➋
Beekumsa Dabalataa
????
?✨banaa✨?
?✨banaa✨?
????
ADD FOLDER 02
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
____???
➌
Xinsammuu
? Join ?
? Join ?
? Join ?
ADD FOLDER 03
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
____???
➍.
↓
«JOIN » JOIN
«JOIN » JOIN
«JOIN » JOIN
«JOIN » JOIN
ADD FOLDER 04
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
✅ Free Promotion: @Getu_Abera
Deebii Gaaffii Keessanii | 37
Gaafficha:
NAGAAN SINIIF HAA TAHU
Gaaffii tokkon isin gaafadha.
• Barumsa Gaa'ela duraa ilaalchisee, Dargaggeessi tokko fuudhee gaafa cidhaa isaa galgala sana yoo kaadhima isaa irraa DURBUMMAA dhabe maal gochuu qaba? Haa galchu moo walumaan haa jiraatu?
• Yoo kan galchu ta'e akkamitti?
• Yoo walumaan kan jiraatus ta'e akkamitti?7
• Shamarri tokko akkamitti DURBUMMAA dhabuu dandeessii?
• Yoo otoo Gaa'ela hin dhaabbatin DURBUMMAA dhabde akkam taatii?
Waaqayyo guddaa isin haa eebbisu ayyaana isaas siniif haa baayyisu!
Deebii:
Akka Yaada Kootti Utuu Hin Ta'iin, Addatti Akka Macaafa Qulqulluutti Waa'een Kanaa Jiraachuu Baatus Siif Deebisuufin Yaala.
• Yoo dhabe maal gochuu qaba?
Kun Dhimma Gaa'elaa Booda Bira Ga'amu Utuu Hin Ta'iin Utuu Gaa'elatti Hin Galiin Qorachuu (Beekuu) Kan Inni Qabudha. Yeroo Kaadhimummaa Keessa Waa'ee Kanaa Ishee Gaafachuu Qaba. Karaa Waldaa Kiristaanaa Waadaa Galanii Erga Wal Fuudhanii Booda Wal Hiikuun Cubbuu Biraadha. Kanaafuu Hin Galchu Walumaan Jiraatu.
• Akkamitti Dhabuu Dandeessi?
Sababa Garagaraan Dhabuu Dandeessi; Miira Ishee To'achuu Dadhabuudhaan, Dirqisiifamtee Gudeedamuudhaan, Qorichaan Wallalchifamuudhan fi Saayinsiin Akka Jedhutti Ispoortiiwwan Garaa Garaatiin, Akkasumas Ofiin Ofirratti Fedhii Ofii Ba'uudhaan ( masturbation) Kanneeniin Baduu Danda'a
• Yoo Utuu Gaa'ela Hin Dhaabbatiin Dhabde Maal Gochuu Qabdi?
Namni Adduma Addaan Murtoo Mataa Isaa Qabaachuu Danda'a. Gaa'ela Dhaabbachuu Kan Barbaaddu Yoo Ta'e Dhugaa Jiru Nama Ishee Kaadhimmachuu Barbaadutti Himtee Yoo Kan Isheef Hubatu Ta'e Yokiin Durbummaa Ishee Utuu Irraa Hin Eegiin Ishee Waliin Gaa'ela Dhabbachuu Yoo Barbaade Gaa'ela Ishee Dhaabbachuu Dandeessi Malee Sobuu fi Dhoksuun Gaa'ela Ishee Balaaf Saaxiluu Danda'a.
Subscribe:
YouTube.com/@EphremDiriba
Hey ? Ephrem Diriba dha.
Barnoota, Faarfannaa fi Fiilmiiwwan Gaggabaaboo Macaafa Qulqulluu Irratti Hundaa'an, Karaalee Miidiyaa Hawaasaa Armaan Gadii Waanan Isiniif Dhiyeessuuf Hordoftanii Fayyadamtoota Akka Taatan Isinin Affeera!
Subscribe:
YouTube.com/@EphremDiriba
Follow:
Facebook.com/@EphremDirriba
Follow:
TikTok.com/@EphremDiriba
Follow:
Instagram.com/Ephrem_Diriba
Join:
T.me/EphremDiriba
YouTube
Ephrem Diriba
Nagaan Isiniif Haa Ta'u! Maqaan Koo Ephrem Diriba Jedhama; Barsiisaa, Faarfataa fi Filmmaker'dha. Tajaajiloota Kanneen Sadan Channel Koo Kana Irratti Isiniif Dhiyeessun Kaayyoo Kooti. Viidiyoon Channel Kana Irratti Dhiyaatu Kam Iyyuu Macaafa Qulqulluu Irratti…
Sitti Dukkanaa'eeraa?
Jireenyi Bitaa Si Galee Sitti Toluu Dideeraa? Kolfa Dhugaa Kolfuu Dadhabdeettaa? Hawaasummaan Si Jibbisiisee Qofaa Ta'uu Filatteettaa? Jireenya Kee Keessaa Gammachuu Dhabdeettaa?
Akkaafi. Erga Dubbii Waaqayyoo Saaqxee Dubbiftee'o Turteettaa Akkamitti Nagaa Argatta‽ Isa Irraa Fagaattee Gammachuun Ati Argattu Hundi Soba Yookaan Kan Yerooti. Fala Biraa Barbaaduu Dhiisii Gara Dubbii Waaqayyootti Deebi'i...
“Saaqamuun dubbii keetii ifa in kenna, wallaalota iyyuu in hubachiisa.”
— Faarfannaa 119:130 —
“Dubbiin kee miilla kootiif ibsaa dha, daandii koo irrattis in ifa.”
— Faarfannaa 119:105 —
Obboleessi Tokko Karaa Keessaa Gaaffii Kana Naaf Barreesseera. Mee Hundumti Keessan Iyyuu Akka Ilaalcha Keessaniitti, Akka Macaafa Qulqulluutti fi Akka Aadaatti Yaadota Jiran Kaasuudhaan Deebii Kennaafii.
Abdii
Abdiin Karaa Jireenya Kee Qajeelcha, Abdiin Haala Irra Dabarsanii Ilaaluu Fida, Kunimmoo Haala Rakkisaa Keessatti Gammachuu Namaaf Uuma. Phaawulos Kanaaf Akkas Nuun Jedhe...
“Abdii qabdanitti gammadaa; rakkina obsaa; Waaqayyoon kadhachuuttis cimaa!”
— Roomaa 12:12 —
All-in-One Cross-Chain DeFi Solution with native token $SWITCH
Partnerships: [email protected]
Last updated 3 months, 3 weeks ago
Buy ads: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii
Contact us @Burqasupport
Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii
Last updated 1 day, 21 hours ago
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
@Abdii_Sabaa
💬CONTACT US💬
@AbdiiSabaaDm
🎯BARNOOTAAF
@Abdii_Sabaa_University
🎯MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa
Last updated 2 weeks, 2 days ago