Kaayyoo koo

Description
My Purpose
➢ "Ati abdii hin kuttu taanaan amanis amanuus dhiisi hinuma milkoofta.
━━━━━━━━━
➥Yaadaf @Kaayyoobot
Advertising
We recommend to visit

بســــــــــــم الله الرحمن الرحيــــــــــــم
Ku Dhawaad 3000 Buug-Somali
Free Ah
Youtube:
https://shorturl.at/auGJZ
Diclamer:
https://telegra.ph/HA-DEG-DEGIN-AKHRI-11-15
© Somalibooks Pro Inc
- All Rights Reserved-⤵️
@Cabasho_Bot
@Tusmobook

Last updated 5 months, 1 week ago

Somali National Television is the principal public service broadcaster in Somalia.

Headquartered in Mogadishu.

Last updated 1 month ago

Kala soco Xikmad iyo Qormooyin Markasta Io Meelkasta.

Last updated 1 month, 3 weeks ago

3 weeks ago

*Akkamitti miidhaa Phonography irraa fagaannaaBarnoota ajaa'ibaa dargaggootaaf*👇kunoo OPEN CHANNEL tuqaa seenaa👇*** *Phonography jalaa haa baanu‼️****

3 weeks, 1 day ago
4 weeks ago

*Akkamitti miidhaa Phonography irraa fagaannaaBarnoota ajaa'ibaa dargaggootaaf*👇kunoo OPEN CHANNEL tuqaa seenaa👇*** *Phonography jalaa haa baanu‼️****

4 weeks ago

*Akkamitti miidhaa Phonography irraa fagaannaaBarnoota ajaa'ibaa dargaggootaaf*👇kunoo OPEN CHANNEL tuqaa seenaa👇*** *Phonography jalaa haa baanu‼️****

1 month ago

Namicha tokkotu bofti tokko osoo ibiddaan gubachaa jiruu arge. Bofa gubachaa jiru kana lubbuu isaa baraaruun qaba jedhee murteessee osoo boficha ibidda keessaa baasaa jiruu, bofichi namicha kana hidde. Namichis lubbuu isaa baraaruuf osoo tattaffatuu bofichi ibidda keessatti deebi'ee kufe.

Namichi kuni gaddee, bofichi kuni ibidda kanatti kan kufe sababuma isaatiin jedhee bitaa fi mirga yeroo ilaalu sibiila dheeraa tokko argatee boficha ibidda keessaa baasee lubbuu isaa baraare.

Yeroo dhimmi kuni hundi ta'u namtichi ilaalaa ture tokko "bofti kuni ati lubbuu isaa baraaruuf ibidda keessaa osoo baasaa jirtu si hiddee maalif ibidda keessaa isaa baafte?" jedhee gaafate. Namichis deebisee "na hidduun isaa kuni amala qoshaashaa bofichaati! amala isaa fokkuu kanaaf jedhee gaarummaa fi gara laafummaan uumamaan qabu hin jijjiiru" jedheen.

Kanaaf, namni tokko na miidhe jettee gaarummaa fi gara laafummaa uumamaan qabdu sana hin jijjiirin. Hammeenya isaa gaarummaadhaan deebisiif.

Sababnis, amalli gaarummaa fi gara laafummaa namoota kabajamoo fi kabaja guddaa namaaf qaban biratti argama waan ta'eef.

Jireenya keenya keessatti namoonni amala bofaa qaban hedduun nu mudachuu danda'u rabbiin summii namoota bofa ta'anii kana irraa nu haa eegu!

Namummaan gaarummaadha🙏
➦ Gαℓαтσσмαα!!!
Υєʀσσ Gααʀιι

👇👇👇👇👇👇👇
sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ
@Labsii_waangeela
@Labsii_waangeela
🔺ᴊᴏɪɴ🔺

1 month ago

Bineensi addunyaa kana balleessuuf ba'u dura afaan toluudhaan gaarii of fakkeessa. Nama kamiinuu waan miidhu hin fakkaatu. Irra keessa isaa gaarii of fakkeessee mul'ata. Haa ta'u iyyuu malee keessa isaa yoo ilaalle, akkumma Luusiferitti dubbata, nama nyaata, lubbuu baayyee balleessa, nama hedduu karaa irra balleessa. Kanaaf mee har'a iyyuu ilaalladha! Of eeggadhaa yerichii dhiyaatera, yaada garaa keessanni geeddaradhaa.

“Yesus itti fufee, "Raajota sobduu irraa of eeggadhaa, isaan hoolaa fakkaachuudhaaf raroo hoolaa uffatanii gara keessan in dhufu; keessa isaaniitiin garuu yeeyyii butatanii dha.”
— Mat. 7:15

GALATOOMAA!!
Obboleessa keessaan Dawit biraa!!

Kristaannummaan guddina Miidiyaa guddaatu nuuf mala Obboloota keessaniif share godhaa biyya hundaan gahaa itti eebbifamaa

SHARE AND JOIN
t.me/jireenyaboruuf
t.me/jireenyaboruuf
      YAADA FI GAAFFIIF
@Dawitpost_bot

We recommend to visit

بســــــــــــم الله الرحمن الرحيــــــــــــم
Ku Dhawaad 3000 Buug-Somali
Free Ah
Youtube:
https://shorturl.at/auGJZ
Diclamer:
https://telegra.ph/HA-DEG-DEGIN-AKHRI-11-15
© Somalibooks Pro Inc
- All Rights Reserved-⤵️
@Cabasho_Bot
@Tusmobook

Last updated 5 months, 1 week ago

Somali National Television is the principal public service broadcaster in Somalia.

Headquartered in Mogadishu.

Last updated 1 month ago

Kala soco Xikmad iyo Qormooyin Markasta Io Meelkasta.

Last updated 1 month, 3 weeks ago