mental food

Description
Advertising
We recommend to visit

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

@Abdii_Sabaa

?NU QUNNAMUUF?
@AbdiiSabaaDm

?BARNOOTAAF
@Abdiisabaa

?MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa

Last updated 2 months ago

https://t.me/joinchat/AAAAAFgrZgMjBcvdBf7YWg

Last updated 1 month, 4 weeks ago

asc بســــــــــــم الله الرحمن الرحيــــــــــــم
Ku Dhawaad- 3000 Buug-Somali ayaa ku jira Akhriso oo ilaali xuquuqda Qoraayada leh.
Youtube:
https://shorturl.at/auGJZ
Diclamer:
Cabasho/Buug iyo Su,aal ... La Xidhiidh
@Cabasho_Bot
@Tusmobook

Last updated 1 month ago

2 months, 1 week ago
Assalaamu alayikum worahmatullaahi wobarakaatuhuu

Assalaamu alayikum worahmatullaahi wobarakaatuhuu

Chaanaalii Ajaa'ibaa kana isiniif qabannee dhufneerraa join gochuudhaan erga inni qabu akka irraa fayyadamnuu

https://t.me/+HzNEski01TRkN2Jk
https://t.me/+zOTmz0fXj3pkMTk0

2 months, 2 weeks ago
mental food
2 months, 3 weeks ago

???? ????????????

??????????? ????? ?????????? ???????????? ??????????????? ??'?? ??????? ???????? ??????????? ???????? ??????????? ????? ?????????? ????????? ??????? ???????? ??????????? ???????? ???? ??????????? ?? ????????.

??????????: ?????????? ????? ?????? ??'?? 3? ?? ???? ?????? ??? ???????? ??'?? ???????? ????? ????? ????????? ?????? ????? ?? ????????

??????? ????? ?????? ???? 3?+
???? ????????: @Rafiiqul_Islaam2

https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8
https://t.me/+zOTmz0fXj3pkMTk0
https://t.me/+HzNEski01TRkN2Jk

2 months, 3 weeks ago

Obbolaawwan lama turan:

inni tokko kan hawwaasni jaalatu, kan maatii isaa fi ollaa isaa waliin walii galuun jireenya isaa moo'atee jiraatudha. yeroo baay'ee Namoota abdii kutuun araada addaa keessatti kufaniif gorsa kennuun beekkama.

Inni tokko immoo waan isin ajaa'ibu araada addaa keessatti kufuun, kan hawwaasni jibbu, ollaadhan kan walii hin galle, haadha mana isaa ganamaa galgala reebudhaan kan rakkisuudha.

guyyaa tokko isaan lamaanuu iddoo tokkotti yaamun gaaffii wal fakkaataa gaafatan.
gaaffichis akkas jedha
jireenya akkanaa akka jiraattaniif sababni keessan maali? kan jedhu ture.
inni haadha manaa isaa reebu sun akkas jechuun deebiseef
abbaa kooti! yeroo daa'ummaa kootii yeroo hunda dhugee machaa'un harmee too ganamaa galgala rebuudhan rakkisaa ture. anis isan ilaalaa guddadhe akkamittiinan dhugaatii irraa bilisa ta'uu danda'a? isatu jireenya koo balleesse.
jechuun deebiseef

inni sunis gaafatame,
innis abbaa kootu akkan akkas ta'u na taasise. yeroo daa'ummaa kooti abbaan koo dhugaatii dhugee galee harmee too reebudhaan rakkisaa ture.
yeroo sana ani gochaa isaa kana ilaalen tasumallee haadha manaa too akkan hin raabne fi dhugee akkan hin machoofne waadaa ofiif gale. kaanaf jireenya koo isatu akkas taasise jechuun deebiseef.
rakkoon obbolaa kana lamaan quunname wal fakkaataa ture. garuu deebii isaan rakkoo sanaaf deebisantu gargari.

michuu koo jireenya kee kan balleessuu rakkoo si quunnamee miti, deebii ati rakkoo si quunname sanaaf deebistuudha.
baadiyyaattan dhaladhe hin jedhin, baadiyyaadhaa ka'ee kan iddoo hundi hin geenye gahe baay'etu jira.
maatin koo harka qalleeyyidha hin jedhin, waan uffatuuf waan nyaatu dhabee kan abbaa warshaa meeqaa ta'ee baay'etu jira
barumsi naaf hin galu hin jedhin, Thomas Edison ambuulii (bulb) ? kan hojjate,  barumsi siif hin galu jedhanii erga mana barumsaatii ari'anii booda
Har'aan booda rakkoo si quunname faarsaa kufaatif harka hin kennin.
ati bar waan siin alaa namni kamiiyyuu hojjachuu hin dandeenye hojjattee akka deemtufi malee, teessee rakkoo si quunname akka faarsituuf miti kan uuman kee gara dachee tana si erge

2 months, 3 weeks ago

السلام عليكم ورحمةالله وبركاته
Akkuma beekamu amantiin Islaamaa kan jabaatuufi babal'atu hirmaannaan mu'uminootaa jabaan yoo jiraate qofaa dha.

Biyya keenyatti yeroodhaa gara yerootti namootni gara Amantaa islaamatti dhufan dabalaa jiru,kanaaf immoo dhaabbata jabaa isaan kana simatee barsiisuu fi tursiisu baayyee barbaachisaa ta'ee jira.
Akka biyyaatti dhaabbati dirqama kana bahaa jiru waan hin jirreef, namooti asallaman ,barnoota Islaamaa osoo hin argatin hafaa jiru,akkasumas yeroo rakkoo bakka itti boqotan dhabanii rakkoo hamaaf saaxilamaa jiru.

Rakkina kana hanga tokko furuuf, "Dhaabbatni Da'awaafi barnootaa Islaamaa Al-Irshaad" lafa bitee ijaarsa eegaluus sababa rakkoo hanqina maallaqqaaf xumuree hojii jalqabuu hin dandeenye.
Kanaaf Rakkoo kana hawasa waliin furuu ni dandeenya jechuun gara keessan fidnee jirra.

Haaluma kanaan hawaasni Musliimaas barbaachisummaa dhaabbata kanaa hubachuun gargaarsa maallaqaa fi gosa meeshaa ijaarsaa, akka nuuf taasiftan kabajaan isin gaafanna!!

CBE:-1000584885983
HIJRA:-1004708410001
AWASH:-014101266821200
CBO:-1033300087697
ZAMZAM:-0029046110301

0911563014 /0919800615 /0910909974

Source: Ustaaz Ahmedin Jebel-አሕመዲን ጀበል

https://t.me/DAARU_SALAAM/290

2 months, 3 weeks ago

????????? ???????? ??????????????? ??????????????

Makkaatti ergamaa Rabbitti (S.A.W)
аапее (booda) sahaabiin Qur'aana sagalee
olfuudhuudhaan dubbise eenyu?

Ads:??
https://t.me/+wTeVbwiLiAs2MGE0

5 months, 1 week ago

«اللهُ أكْبَرُ اللهُ أكْبَرُ ، لَا إلَهَ إلَّا اللهُ ، اللهُ أكْبَرُ اللهُ أكْبَرُ ، وَلِلهِ الحَمْدُ».

@DAARU_SALAAM
@DAARU_SALAAM

5 months, 2 weeks ago

Shaggaritti Jilbaaba baastan male qorumamuu hin dandeessan jedhamuun barattoonni muslimaa qormaata irraa kan hari'aman yoo ta'u sababa intalli koo jilbaabaa osoo hin baasin qoramuuf mirga qabdi jedheef abbaan barattuu tokkoos hidhamuun ibsameera

Kardar Media: Zul-Hijjah 5/1445
Magaalaa Shaggar kutaa magaalaa Furiitti kan argamu Mana Barnootaa Jamoo 2 Sadarkaa 1ffaatti jilbaaba keessan baastan male hin seentanu jedhamuun barattoonni muslimaa qormaata ministirii kutaa 8ffaa akka hin qorambe godhamuun ibsameera.

Manni Marii Dhimmoota Islaamummaa Kutaa Magaalaa Furii barattoonni muslimaa sababa uffannaa isaaniitiif mirgi isaanii dhiibame qorumsa irraa ittifamuu kan ibse yoo ta'u abbaan tokko sababa intalli isaa mirga isii eeggattee uffannaa isiitiin seentee qoramti jedheef qofa hidhamuus himeera.

https://t.me/KARDAR_MEDIA

5 months, 2 weeks ago

Abdii Ahmad Adduunyaa irraa 1ffaa ba'uun maqaa biyyasaa ol fuudhe
~~~
Abdii Ahmad Ibraahim Yunivarsiitii guddicha biyyoota adduunyaa garaa garaa irraa barattoota gulantaaleefi akaakuu garaa garaatiin simatee barsiisuufi Indiyaatti kan argamu 'RK University'tti barattoota gosa barnootaa Faarmaasiin (Pharmacy) leenji'aa turan keessaa qabxii olaanaa galmeessisuun barattoota sadarkaa Intarnaashinaalii mara keessaa sadarkaa 2ffaadhaan eebbifameera.

Ilmi Baalee Roobeen biyyaaf gumaachite Abdii Ahmad barnoota isaa sadarkaa 1ffaafi 2ffaa achuma magaalaa Roobee Mana Barnootaa Sadarkaa 1ffaa Alii fi Mana Barnootaa Sad 2ffaa Gaalamaa akkasumas qophaa'inaa (Preparatory) ammoo Mana Barumsaa Qophaa'innaa Roobeetti barate.

Sana booda ALA bara 2020'tti iskoolarshiippiidhaan gara biyya Hindii deemee Yunivarsiitii RK Rajkokitti barumsaa isaa Pharmacy barachuu kan eegale yoo ta'u kunoo xumura irrattis qabxii boonsaa galmeessiseen maqaa isaa bira dabaree kan biyya isaa sadarkaa addunyaatti ol fuuchuu danda'eera.

© Amar Temam

https://t.me/KARDAR_MEDIA

7 months, 2 weeks ago
mental food
We recommend to visit

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

@Abdii_Sabaa

?NU QUNNAMUUF?
@AbdiiSabaaDm

?BARNOOTAAF
@Abdiisabaa

?MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa

Last updated 2 months ago

https://t.me/joinchat/AAAAAFgrZgMjBcvdBf7YWg

Last updated 1 month, 4 weeks ago

asc بســــــــــــم الله الرحمن الرحيــــــــــــم
Ku Dhawaad- 3000 Buug-Somali ayaa ku jira Akhriso oo ilaali xuquuqda Qoraayada leh.
Youtube:
https://shorturl.at/auGJZ
Diclamer:
Cabasho/Buug iyo Su,aal ... La Xidhiidh
@Cabasho_Bot
@Tusmobook

Last updated 1 month ago