➧Нᴇᴨᴏʙᴛᴏᴩиʍый ᴋᴏнᴛᴇнᴛ 🧨
➧Мᴇдᴧᴇннᴏ нᴏ уʙᴇᴩᴇннᴏ 🔥
➧Тᴏᴨᴏʙыᴇ ᴋᴀᴩᴛинᴋи 🔝
➧Оᴛ дуɯи, дуɯᴇʙнᴏ, ʙ дуɯу 🖤
➧Бᴏʍбᴏʙыᴇ ᴛᴩᴇᴋи 💣
➧Цᴇᴧь:200к💰
➧Реклама: @Rek_Gold⚜️
— Я здесь, чтобы показать вам, что токое силь🌪️
Last updated hace 2 semanas
ᴍᴇɴɢᴇᴍᴜᴋᴀᴋᴀɴ ɴᴏᴛᴀ sᴘᴍ ᴋssᴍ
Last updated hace 2 meses, 2 semanas
Kun Gocha gara jabummaa fi tuffii ummata muslima hundaati, Poolisiin uffata seeraa uffatee Dubartii hijaaba mulqachuu qabda jechuun reebuun Islaamummaatti duuluudha. Garuu Uffata dirqamaan Hijaaba irraa mulquun Islaamummaa ishee irraa mulquu miti.
Qaamonni gocha akkanaa raawwatan hedduudha, argaas turre, argaas jirra. Dubartii takka xiqqeessuun kee muslimtoota guutuu xiqqeessuudha. Odoo gochaa badiis raawwattee kan argamtu taatee bifa kanaan namarratti duuluun fokkataadha. Uffanni kun kabaja Islaamummaati.
Kan akkanaa kun kan biyya eegu odoo hin taane, inumaayyuu kan biyyarraa eeganiidha. Too'annoo seeraa jala oolfamee murtiin seeraa itti kennamuu qaba. Madaan diiggaa masjiidaatuu nurraa hin qoorre! Furmaataas hin arganne, cal'isuun keenya irraanfachuu keenyaa miti. Odoo har'a boru deebi'a jennu har'a geenye. Dubartoonni Islaamaa mana barumsaa fi iddoo birootti kabaja dhaban. Hundaafuu Rabbiin isinitti haa argu. Aamiin ?
السلام عليكم ورحمةالله وبركاته
Akkuma beekamu amantiin Islaamaa kan jabaatuufi babal'atu hirmaannaan mu'uminootaa jabaan yoo jiraate qofaa dha.
Biyya keenyatti yeroodhaa gara yerootti namootni gara Amantaa islaamatti dhufan dabalaa jiru,kanaaf immoo dhaabbata jabaa isaan kana simatee barsiisuu fi tursiisu baayyee barbaachisaa ta'ee jira.
Akka biyyaatti dhaabbati dirqama kana bahaa jiru waan hin jirreef, namooti asallaman ,barnoota Islaamaa osoo hin argatin hafaa jiru,akkasumas yeroo rakkoo bakka itti boqotan dhabanii rakkoo hamaaf saaxilamaa jiru.
Rakkina kana hanga tokko furuuf, "Dhaabbatni Da'awaafi barnootaa Islaamaa Al-Irshaad" lafa bitee ijaarsa eegaluus sababa rakkoo hanqina maallaqqaaf xumuree hojii jalqabuu hin dandeenye.
Kanaaf Rakkoo kana hawasa waliin furuu ni dandeenya jechuun gara keessan fidnee jirra.
Haaluma kanaan hawaasni Musliimaas barbaachisummaa dhaabbata kanaa hubachuun gargaarsa maallaqaa fi gosa meeshaa ijaarsaa, akka nuuf taasiftan kabajaan isin gaafanna!!
CBE:-1000584885983
HIJRA:-1004708410001
AWASH:-014101266821200
CBO:-1033300087697
ZAMZAM:-0029046110301
0911563014 /0919800615 /0910909974
Source: Ustaaz Ahmedin Jebel-አሕመዲን ጀበል
Shubuhaan Jarri Mowlida Kabajan fidan keessaa inni tokko “Bida'aa Hasanaa/Gaarii” Jechuu Isaanii fi Deebbii Isaa.
يقولون ان الاحتفال بالمولد النبوي بدعة حسنة
Guyyaaan Guyyaa Gammachuuti ?Akkasitti Kolfaa!!!
رأى حكيمٌ رجلاً يضرب زوجته فقال له
العصى للبهائم؛ أما النساءُ فـتُـضربُ بالنساء (يقصد يُعدد على زوجته بزوجة ثانية)
فقال الرجل : لم أفهم .!!
فَرَدَّت الزوجة قائلة : أَكْـمِـل الضّـرب وَدَعْكَ من هذا الـأحمق الغبيّ !
Namni hin galiifiin harka haa baasu°
«اللهُ أكْبَرُ اللهُ أكْبَرُ ، لَا إلَهَ إلَّا اللهُ ، اللهُ أكْبَرُ اللهُ أكْبَرُ ، وَلِلهِ الحَمْدُ».
➧Нᴇᴨᴏʙᴛᴏᴩиʍый ᴋᴏнᴛᴇнᴛ 🧨
➧Мᴇдᴧᴇннᴏ нᴏ уʙᴇᴩᴇннᴏ 🔥
➧Тᴏᴨᴏʙыᴇ ᴋᴀᴩᴛинᴋи 🔝
➧Оᴛ дуɯи, дуɯᴇʙнᴏ, ʙ дуɯу 🖤
➧Бᴏʍбᴏʙыᴇ ᴛᴩᴇᴋи 💣
➧Цᴇᴧь:200к💰
➧Реклама: @Rek_Gold⚜️
— Я здесь, чтобы показать вам, что токое силь🌪️
Last updated hace 2 semanas
ᴍᴇɴɢᴇᴍᴜᴋᴀᴋᴀɴ ɴᴏᴛᴀ sᴘᴍ ᴋssᴍ
Last updated hace 2 meses, 2 semanas