Qor-Qalbii

Description
Motorri Guddichi ilma namaa sammuudha.sammuun yoo tole qaamni guutun ni tola sammuun yoo bade immoo qaama guututu hammaata(bada).Guddinaa fi Misooma sammuutiif channel Qor-Qalbii filannoo jalqabaati.Qor-Qalbii Misooma Qalbii ilmaan Namaatiif!!!!!!
Advertising
We recommend to visit

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

@Abdii_Sabaa

💬NU QUNNAMUUF💬
@AbdiiSabaaDm

🎯BARNOOTAAF
@abdii_sabaa_university

🎯MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa

Last updated 6 days, 5 hours ago

asc بســــــــــــم الله الرحمن الرحيــــــــــــم
Ku Dhawaad- 3000 Buug-Somali ayaa ku jira Akhriso oo ilaali xuquuqda Qoraayada leh.
Youtube:
https://shorturl.at/auGJZ
Diclamer:
Cabasho/Buug iyo Su,aal ... La Xidhiidh
@Cabasho_Bot
@Tusmobook

Last updated 2 months ago

Somali National Television is the principal public service broadcaster in Somalia.

Headquartered in Mogadishu.

Last updated 2 weeks, 5 days ago

4 months, 3 weeks ago
Airdrop channel

Airdrop channel

4 months, 3 weeks ago
Airdrop channel

Airdrop channel

8 months, 2 weeks ago

BADHAASA UUMAMAAN KENNAME ║ ITTI FAYYADAMUU
▬▬▬▬▬▬▬▬
❏ Uumama isaatiin dhalli namaa, dandeettii gosa garaa garaa akkasumas ogummaa garaa garaa badhaafamee dhalata. 

✧ Tulluu inni tokko hin baane tokko ni ba'a. Wanta inni tokko hin hojjenne inni tokko immoo ni hojjeta. Kana keessatti sakatta'ee osoo of keessatti hin argatiin kennaa isaa utuu hin barin, namni ukkaamamee du'aan du'ee dhumee michuu warra du'anii ta'e kumaa fi kitila.

✧ Du'a ooluuf yaaluu utuu hin taane du'a booda dhalootni waan ittiin nu yaadatu hojjechuudha. Har'a michuu warra lubbuun jiranii ta'uun kee bor michuu warra du'anii ta'uu 
dhabuu kee miti.

♠️ Eenyu akka ta'e osoo of hin barin dhalli namaa addunyaa kana irraa dhume, eenyu akka ta'e nama of baree du'e dachaa meeqaan caala.

➲ Jireenya keessatti dhala namaa wanti bakka guddaan ga'u, guyyaa gara guyyaatti yaada haaraa isa faallaa yaada  moofaa ta'e, kan jireenyaa fi ilaalcha gaariitti nama geessu, 
sammuu isaa keessatti oomishee, wanta gaarii sammuu isaa  keessatti argate gara kaayyoo, karoora, akkasumas galma isaatti jijjiiree irra adeemuudha.

➲ Daandiin milkaa'inaa tokko jedhee kan eegalu, yaada moofaa jireenya gaariitti nama hin baasne sammuu ofii keessaa gatuu fi sanyii gaarummaa keessatti facaasudha.

Araddaa guddaan ati qabeenya hundumaa caalaa dhuunfaa keetti qabdu SAMMUU keeti. Waan feete filattee irratti facaasuu dandeessa. Itti gaafatamummaa isaa kan mataa keetiti. Sammuu si miidhu baattee sammuu si fayyadu qabaachuu  hin dandeessu. Ilaalchi badaa fi qajeelaan walii galanii 
sammuu tokko keessa hin jiraatan. Michuu isa tokkoo ta'uu dandeessa. Bu'a qabeessi sammuu, sammuu yaada qajeelaa faallaa yaada moofaa ta'edha.

https://t.me/qorqalbi
https://t.me/qorqalbi
Qor-Qalbii Qoraasuma sammuu dhalootaa!!!!!
https://t.me/qorqalbi

Telegram

Qor-Qalbii

Motorri Guddichi ilma namaa sammuudha.sammuun yoo tole qaamni guutun ni tola sammuun yoo bade immoo qaama guututa bada.Guddinaa fi Misooma sammuutiif channel Qor-Qalbii filannoo jalqabaati.Qor-Qalbii Misooma Qalbii ilmaan Namaatiif!!!!!!

**BADHAASA UUMAMAAN KENNAME ║ ITTI FAYYADAMUU**
8 months, 2 weeks ago

To all the followers of Islam!!!!!!
Happy Eid-ul-Fitr 1445. May the Eid be a peaceful Eid of Satisfaction'happiness and Prosperity.Especially for the families of the channel Qor-Qalbii, the Eid of Dreams and May your vision come true!!!!Happy Eid!!!EID MUBAREK!!!!¡
https://t.me/qorqalbi

Telegram

Qor-Qalbii

Motorri Guddichi ilma namaa sammuudha.sammuun yoo tole qaamni guutun ni tola sammuun yoo bade immoo qaama guututa bada.Guddinaa fi Misooma sammuutiif channel Qor-Qalbii filannoo jalqabaati.Qor-Qalbii Misooma Qalbii ilmaan Namaatiif!!!!!!

To all the followers of Islam!!!!!!
8 months, 3 weeks ago

????? ????? ℎ???????? ?????????? ????? ??????? ??????????? ?ℎ??????? ?????????.
??????'???? ℎ????????????ℎ?? ℎ?? ?ℎ????. ?ℎ???????? ????? ℎ????? ?ℎ???? ?????? ??ℎ?? ??????????ℎ?. ???????? ??????? ?????? ??? ??????,  ????? ???????? ℎ???? ???? ??'????? ????? ℎ?? ??????. ????? ℎ???? ??????? ?ℎ????? ?????'?.  ℎ????? ??? ?????????? ??????? ??????/???ℎ????? ????????? ??? ????????, ????????? ????? ??????'??? ????? ?? ????????? ℎ?? ????.
?????? ?ℎ????????, ?ℎ???? ℎ?????  ?????? ????????????? ???ℎ???.
?? ??'?? ??????ℎ???

https://t.me/qorqalbi
https://t.me/qorqalbi
https://t.me/qorqalbi

Qor-Qalbii Qoraasuma sammuu dhalootaa!!!!

9 months ago
Do you in need of inner …

Do you in need of inner wisdom?
So Join our our page.
??
https://t.me/qorqalbi

9 months ago

JECHOOTA AJAA'IBAA!
~ Gatii yeroo beekuu yoo barbaadde, atileetii maaykiroo sekondii tokkoof moo'amee badhaasa meedaaliyaa warqii dhabe gaafadhu!
~ Lukaan qixxeessuuf kophee muran malee,kopheen qixxeessuuf luka hin muran!
~ Moo'uu jechuun 1ffaa bahuu qofa osoo hin taane, jijjiiramas agarsiisuudha!
~ Barachuu jechuun barumsa keessa darbuu osoo hin taane, barumsi nama keessa darbuudha!
~ Barumsa barattee yoo qoramtu, jireenya immoo qoramtee baratta!
~ Nama si sobu wajjiin gammaddee kolfuu, irra nama dhugaa sitti himu wajjiin gadditee boohuu si wayya!
~ Namni carraa gaarii qabu osoo bishaan galaana keessatti darbaniiyyuu,Qurxummii afaanitti qabatee keessaa baha!
~ Obsi guddaan dhagaa yoo affeelu, aariin xinnoon bishaan bobeessiti!
~ Yeroo tokko tokko gammachuun guyyaa tokkoo, gadda waggaa tokkootti jijjiirama!
~ Hiyyeessa jechuun nama qarshii hiyyoome osoo hin taane,nama sammuu hiyyoomeedha!
~ Nama kabajuun mallattoo sodaa ykn lugnummaa osoo hin taane, bilchina sammuu fi dandeettii fageessanii yaaduuti!
~ Jireenya kee fooyyessuudhaaf yaaliidhaan shaakala ati taasiftu keessatti kufaatiiwwan si
muudatan kufaatii osoo hin taane, akeektuu galma gahiinsa yaalii keetiiti!
~ Addunyaa kana irratti Harreen akka namaatti yaadu jiraatuu baatus, namni akka harreetti
yaadu hin dhabamu!
~ Akka addunyaatti yaadii,akka naannootti hojjadhu!
~ Dhalli namaa wanta haara argannoodhaan yoo uumu (kalaqu) kan nama gammachiisu yoo ta'u,
garuu ufii isaatii uumamuu (kalaqamuu) yoo irraaffatu immoo kan nama gaddisiisuudha!
~ Kan nama qaanessu ba'aa guddaa sammuu irratti baachuu osoo hin taane, sammuu hin yaanne baachuudha!
~ Yoo rakkoon wahii si muudate rakkoo si muudate saniif yaaduu osoo hin taane, akkaataa rakkoo si muudate san keessaa itti baatu yaaduu qabda!
~ Osoo dhugaan kophee hin godhatin, dharti addunyaa naannofti!
~ Mucucaattee dugdaan yoo kufte balleessaan kee ta'uu kan hin dandeenye yoo ta'u,balleessaan kee ta'uu kan danda'u kuftee yoo achitti hafteedha

https://t.me/qorqalbi?
https://t.me/qorqalbi?
https://t.me/qorqalbi?
Qor-Qalbii Qoraasuma sammuu dhalootaa!!!!!!!!!?????????

Telegram

Qor-Qalbii

Motorri Guddichi ilma namaa sammuudha.sammuun yoo tole qaamni guutun ni tola sammuun yoo bade immoo qaama guututa bada.Guddinaa fi Misooma sammuutiif channel Qor-Qalbii filannoo jalqabaati.Qor-Qalbii Misooma Qalbii ilmaan Namaatiif!!!!!!

JECHOOTA AJAA'IBAA!
9 months ago

Namoonni baayyeen "Ni maraatte" naan jedhu. Ani maraataa kanan jedhameef saanduqa isaan keessatti daangefamanii yaadan keessaa waanan baheefi dha.Kofoo isaanii keessa seenee waanan yaaduu dideef 'Maraataa' naan jedhu.

Akkuma jedhanis yoon maraadheen jira ta'e ejjannoo kootiin maraachuu kootiin nan boona.

Kumni maraatte waan naan jedheef ani hin maraadhu, fayyadha waan naan jedhaniifis maraatummaa koo hin dhiisu. Maaliif akkan jiraadhu naman adda baasee beekuudha ani. Waanan uumameef maraachuun koo anaaf fayyina.

https://t.me/qorqalbi

Telegram

Qor-Qalbii

Motorri Guddichi ilma namaa sammuudha.sammuun yoo tole qaamni guutun ni tola sammuun yoo bade immoo qaama guututa bada.Guddinaa fi Misooma sammuutiif channel Qor-Qalbii filannoo jalqabaati.Qor-Qalbii Misooma Qalbii ilmaan Namaatiif!!!!!!

Namoonni baayyeen "Ni maraatte" naan jedhu. Ani maraataa kanan jedhameef saanduqa isaan keessatti daangefamanii yaadan keessaa waanan baheefi dha.Kofoo isaanii …
9 months, 1 week ago
Ji'a kabajamaa Ramadaanaa kana keessa furtuu …

Ji'a kabajamaa Ramadaanaa kana keessa furtuu wantoota ati barbaaddu akkasuma kaayyoo fi mul'ata kee ittiin banattu Rabbiin harka kee irra siif haa kaa'u!!!!!!!!https://t.me/qorqalbi
https://t.me/qorqalbi
https://t.me/qorqalbi
Qor-Qalbii Qoraasuma sammuu dhalootaa join gochuudhan maatii keenya ta'aan affeerra keenya!!!!!
Join!!!!!!
Join!!!!!
Join!!!!!

We recommend to visit

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

@Abdii_Sabaa

💬NU QUNNAMUUF💬
@AbdiiSabaaDm

🎯BARNOOTAAF
@abdii_sabaa_university

🎯MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa

Last updated 6 days, 5 hours ago

asc بســــــــــــم الله الرحمن الرحيــــــــــــم
Ku Dhawaad- 3000 Buug-Somali ayaa ku jira Akhriso oo ilaali xuquuqda Qoraayada leh.
Youtube:
https://shorturl.at/auGJZ
Diclamer:
Cabasho/Buug iyo Su,aal ... La Xidhiidh
@Cabasho_Bot
@Tusmobook

Last updated 2 months ago

Somali National Television is the principal public service broadcaster in Somalia.

Headquartered in Mogadishu.

Last updated 2 weeks, 5 days ago