Infinite Entertainment, Zero Cost: Get Your Free Books, Music, and Videos Today!

HIIKAA TUBE

Description
🔗 Kutannoo yoo qabaatte xaxaa haalaa kutattee milkoofta
👉 YOO OF TA'UU DADHABDE NAMA HIN FAKKAATIN
Advertising
We recommend to visit

buy ad: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii

CEO @Obsamilli


Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii

Last updated 1 month, 3 weeks ago

Chaanaalii kana irratti Faarsaa Kanneen Bara Durii,akkasuma Haaraa Qilleensarra kan Oolan @full Album,,, argachuu dandeessu #faarfannaa qabdan kara kana nuu ergu dandesu @Faarfannaahaaraa_bot
#group_keenya @faaruutuubee
#Channel keenya @OboroMedia
🙏🙏🙏

Last updated 3 weeks, 5 days ago

📈 If stock market experts were so expert, they would be buying stock, not selling advice. 🤔
~Norman Ralph Augustine | @Stockbot

Contact: @Executive_Robot

Last updated 1 month, 2 weeks ago

3 weeks, 5 days ago

#1 ✍️

Yesus Kristos Eenyu? Waaqummaa Yesus Kiristoos irratti Kutaaleen Macaafa Qulqulluu Maal Jedhu?

Hubannaa fi Ogummaadhaan Dubbisaa!!!
Mee kutaalee Waaqummaa Yesus Kristos mul'isan haa ilaallu:
“Guutummaan Waaqayyummaa namummaa Kiristos keessa ni jiraata.”
— (Qolosaayis. 2:9)

Yesuus deebisee, “Utuma ani yeroo dheeraa hammana ga’u isinii wajjin jiraadhuu iyyuu ana hin beeknee, Filiphos? Namni ana arge abbaa arge.”
— (Yohaannis. 14:9)

“Kiristos bifa waaqayyo inni ijaan hin argamne ittiin namatti mul’atuu dha. Uumama hundumaa duras dhalate.”
— (Qolosaayis. 1:15)

Waa’ee waaqummaa gooftaa yesuus yommuu dubbannu yeroo inni dhalatee kaafnee utuu hin ta’in bara baraan kan jiru ta’uu isaa macaafni qulqulluun ni dubbata.
— (Miikiyaas. 5:2)

Yesuus immoo, “Dhuguma dhuguman isinitti hima, Abrahaam utuu hin dhalatin iyyuu ani jiran ture.”
— (Yohaannis. 8:58)

Waaqayyo guutummaa waaqayyummaa isaatiin, isa keessa jiraachuutti gammadeera.
— (Qolosaayis. 1:19)

“Inni wanta hundumaa dura ture; karaa isaa wanti hundinuu iddoo godhatee ni jiraata.”
— (Qolosaayis. 1:17)

Isaayaas. 9:6, Yesuus Kiristoos, “Abbaa bara baraa” jedhamee waamameera.

“Gooftummaan hundinuu waaqa irratti, lafa irrattis naaf kennameera.”
— (Maatewos. 28:18)

“Barsiisaa, gooftaas” jettanii na waamtu isin akkuma jettan iyyuu ani isa.
— (Yohaannis. 13:13), (Maatewos. 10:32)

"Yesuus Gooftaa akka ta’e afaan keetiin yoo beeksifte, waaqayyo du’aa akka isa kaase immoo garaa keetti yoo amante fayyina bara baraa ni argatta."
— (Roomaa. 10:9)

“Hafuurri waaqayyo gooftaa ana irra jira, sagalee misiraachoo warra gadadamootti akkan himuuf, waaqayyo na dibeera.”
— (Isaayaas. 61:1)

Yesuus Kiristoos kan nuuf dubbatuu dha. Bakka keenya bu’ee kan nuu fi waaqayyo walitti araarse dha.
— (2Qorontos. 5:18)

"Inni bifa waaqayyummaatiin utuma jiruu, ulfina waaqayyummaa isa abbaa isaa wajjin wal isa qixxeessu wanta qabatanii itti hafanitti hin lakkoofne."
— (Filiphisiiyus. 2:6)

Barreeffama kana dubbisaa kan jirtu, hubadhu! Jireenya kee oolfachuuf har’uma gara Waaqayyootti deebi’i! Ilma isaa tokkicha cubbuu keenya nu irraa fuudhuuf dhiphatetti amani!

“Dhiigni Yesuus cubbuu hundumaattii nama qulleessa” (1Yohaannis. 1:7). Namni maqaa gooftaa waammatu hundinuu ni oola. (Roomaa. 10:13)

“Isin warri maqaa ilma Waaqayyoo beektan jireenya bara baraa qabaachuu keessan akka beektaniifan kana hundumaa isiniif caafe.”
— (1Yohaannis. 5:13)

#Share

1 month ago

NATNAEL TAMENE
🎵🎵🎵🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🎶🎶🎶🎶🎶🎶🎶🔥🎶🎶🎶🎶🔥🔥🔥🔥🔥
New 2024

https://t.me/adismezmur

1 month ago

“Yaa Waaqayyo, ganama sagaleen koo si biratti in dhaga'ama, ganama ofii koo siif nan qopheessa, gara kees nan ilaala.”
— Far. 5:3

“Inni yeroo dhufu hundumaatti isin fuudhee in adeema, ganama ganama in dhufa, halkanii fi guyyaas in dhufa; ergicha dhaga'uunis isin in naasisa" in jedha.”
— Isa. 28:19

“Ani warra dadhabanitti dubbadhee akkan isaan jajjabeessuuf, Waaqayyo gooftaan dubbii barbaachisu dubbachuu na barsiise; ganama ganama na dammaqsa, akka warra isa irraa baraniis isa inni jedhu akkan dhaggeeffadhuuf gurra koo anaaf in bana;”
— Isa. 50:4

“Isin yaa sanyii Daawit, 'Waaqayyo:- Guyyaa hundumaa firdii qajeelaa kennaa, isa saamame harka warra isa cunqursanii keessaa baasaa! Kanaa achi hammina hojii keessaniif jedhee, dheekkamsi koo inni akka ibiddaa dhufee isin in guba; kan isa dhaamsuu danda'us hin jiru jedhe.”
— Er. 21:12

2 months, 3 weeks ago

[As keessaa lakkoofsa 6 namni barbaadee argatee fi gadi tuqe channel guddaa fi bashannansiisaa tokko waliin walarga! Ariifadhaa!!!!!!!!!!!!!!!!!

999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999969999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999999

Kan isin irraa eegamu lakkoofsa 6 barbaaddanii tuquudhaan channel isiniif dhufu Join gochuudha!](https://t.me/+O_EgydcRbho5Mjlk)

𝙰𝚍𝚜:
@hopepromotion
@bittaafigurgurtaachannel

2 months, 3 weeks ago

[⿻ Dhugaa dubbachuun, soba tuffachuudha. Dhugaanis ilma Waaqayyo abbaa isa ta'e Yesuus. Nus isuma Lallabna
Inni fayyisaa keenya.

⿻ Barreeffama kana irratti gadi tuquudhaan Add, Join, follow godhadhaa! Barruulee barsiisoo ta'an ni argattu!
                 ⇣
📌 Join us 📌
📌 Join us 📌
📌 Join us](https://t.me/+-EGH3ylN5t5hZDM0) 📌

𝙰𝚍𝚜:
@hopepromotion
@bittaafigurgurtaachannel

3 months ago

[Click and Join Us
🍃🌹🌸🍃🌸🌹🍃🌸

👇👇👇👇

█║ █▀█ █║█ '█▀
          █║ █║█║██║█▀
          ▀▀ ▀▀▀    ▀     ▀▀](https://t.me/addlist/LDjE8uVhs3EwZDM0)
Ads:
@hopepromotion
@bittaafigurgurtaachannel

Free Promoter: @Getu_Abera

3 months ago

Namoonni si jibban
Akka ati beekamtuuf
Sababa ta'u

3 months, 1 week ago
We recommend to visit

buy ad: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii

CEO @Obsamilli


Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii

Last updated 1 month, 3 weeks ago

Chaanaalii kana irratti Faarsaa Kanneen Bara Durii,akkasuma Haaraa Qilleensarra kan Oolan @full Album,,, argachuu dandeessu #faarfannaa qabdan kara kana nuu ergu dandesu @Faarfannaahaaraa_bot
#group_keenya @faaruutuubee
#Channel keenya @OboroMedia
🙏🙏🙏

Last updated 3 weeks, 5 days ago

📈 If stock market experts were so expert, they would be buying stock, not selling advice. 🤔
~Norman Ralph Augustine | @Stockbot

Contact: @Executive_Robot

Last updated 1 month, 2 weeks ago