All-in-One Cross-Chain DeFi Solution with native token $SWITCH
Partnerships: [email protected]
Last updated 4 months ago
Buy ads: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii
Contact us @Burqasupport
Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii
Last updated 3 days, 13 hours ago
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
@Abdii_Sabaa
💬CONTACT US💬
@AbdiiSabaaDm
🎯BARNOOTAAF
@Abdii_Sabaa_University
🎯MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa
Last updated 3 weeks, 3 days ago
⚡⚡ 5K+ Channels! ⚡⚡
↓Click and join us↓
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
??????????????????????
??????????????????????
??????????????????????
??????????????????????
??????????????????????
?? ???? Click Here ??????
??????????????????????
??????????????????????
??????????????????????
??????????????????????
??????????????????????
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Waver: @Rafiqul_Islaam
???? ?????????
??????????? ????????
????????/??????
@hope_promotions
????????
Islaamaa akkamiin bu'aa arkata??
Baankiin Islaamaa tajaajiloota faayinaansii adda addaa bifa seera Shari’aa Islaamaa eeggateen dhiheessu. Tajaajiloota kunniin dhala (riba) irraa fagaatanii bu’aa qooddachuun fii kasaaraas waliin qoodachuun invastimantii naamusaa/namooma qabu kan adeemsifamuudha. Tajaajiloota baankii Islaamaa dhiheesan bebbeekamoo keessaa Murabaha'n (Cost-Plus Financing) isa tokko mee baankiin Islaamaa akkamiin akka tajaajila kan dhiheessu waliin haa laallu.
__•
#Murabaha (Cost-Plus Financing)
Maammilli tokko maallaqa waan hin qabneef baankii Islaamaa dhaquun meeyishaa barbaadu san akka bitamuuf gaafata. Baankichi meeyishaa maammilli isaa akka bitamuuf barbaade san bakka bu’ummaan erga bite booda bu’aa irra kaate gurguraaf. Maamilchi baankiidhaaf akka walii galteetin (Ji'a ji'aan,Ji'a sadi sadiihin, ykn waggaatti yaroo lamaaf fii k.k.f) baankichaaf deebisa. Gosti faayinaansii Murabaha Yaroo baayyee faayinaansii manaa (bittaa manaa) ykn konkolaataaf kan ooludha.
#Fakkeenya: Maammilli tokko konkolaataa bitachuu yoo barbaade, baankiin Islaamaa akka bituuf iyyate baankii erga fedhii maammilichaa hubate booda maamilcha bikka bu'uun makiina gosa inni barbaade san maamilcha bakka bu'uun qarshii Miliyoona Jahaan (6,000,000) bite haajannu erga bite booda baankichi bu'aa isaa irra kaayachuun miliyoona Jahaa fii Kuma dhiibbaa jaha (6,600,000) kan waggaa sadihitti kafalamuun gurgureef haa jannu. Maammilchi ji'a ji'aan waggaa sadeen dhufutti kafalee akka xumuru waliigalan haa jannuu. Maammilchi kun ji'a ji'aan meeqa kafala?
____•
#SHALAGGII
◇ Qarshii itti bitame (Purchase) = 6,000,000 ETB
◇ Bu'aa baankicha ( Profit Margin/Markup) = 10%
◇ Kafaltii waliigalaa maammilchaa (Total payable by customer) = 6,600,000 ETB.
◇ Kafaltii ji'aan maamilchi waggoota sadan keessatti kafalu (Monthly installment) = 6,600,000 ÷ 36 ji'a = 183,333.33333333 ETB.
✔️ Akkuma shalaggii armaan olii tanarraa arkitan maammilchi baankii Islaamaa kun konkolaataa miliyoona Jahaa fii Kuma dhiibbaa jaha bitate kanaaf ji'a ji'aan waggoota sadan dhufaniif ji'aan qarshii 183,333.33333333 ETB qofa kan kafaluu yoo tahu. Yaroo tana keessatti maammilchi yoo kan kasaaru tahe baankiichi kasaaraa kan waliin qoodatu taha jechuudha.
____●
Baankii Islaamaa waan adda godhu keessa tokko faayinaansii qabeenyaan gaggeefamu tahuudha kana jechuun akka baankoota kaanii (traditional banking) liqii/faayinaansii barbaade yoo dheyxe maallaqa siif laachun osoo taane qabeenyatu siif bitama. Kana jechuun maallaqa maallaqaan jijjiruun hin dandayamu ykn maallaqa kireessun hin dandayamu jechaadha. Sababni isaatiis akka seera Shari’aatti maallaqni qabeenya (Commodity) osoo taane meeyishaa wal jijjiirra (Medium of exchange) tahuun qofa tajaajila. Karaa kanaa namoonni maallaqa liqiin/faayinaansii arkatan karaa hin malleen akka hin qisaasne ykn wantoota hawaasa miidhan bu'aa dhunfaatiif ja'ee akka hin dhiheessine ni toohatu jechuudha. Akkasumaas yakka maallaqan wal qabatu hedduu hanbisuu keessatti qooda guddaa fudhatu.
Barruu tanaa fii Barruulee teenya asiin durarraa hubannoo gaarii arkattan abdii qabna. Maatii #Ecoromia yoo hin tahin ammuma channel telegram username
➡️ ?@Ecoromia_official ✅
➡️?Facebook Ecoromia ykn
➡️?Hundeysa Ahimdenur Suleiman ✅
Carraaqqii tarsiimoon milkeeysa ?✨️?
Ecoromia~ Stay informed to stay ahead of business ✌? ?
Hundee Murti-Guutoo ~ Ogeeysa biyya kuush!
Fuulbana 05, 2024 Finfinnee Kuushlaand irraahi. ?✨️??
#Ecoromia #Treasure #Knowledge #Insights #Growth #Business #Entrepreneur #21stCentury #Researcher #Ikoonomii #Technology #Islamic #Banking #DiinaggeeAfaanOromoo #InterestFreeBanking #IFB# business #insights #growth #trend #data #analysis #portfolio
[???? ??? 2?+ ???????? ????????
????????????????????
Click join
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥
█ J O I N █
◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬](https://t.me/addlist/_2fFU_bWqZU2MTA8)
Waver: @Rafiqul_Islaam
???? ?????????
??????????? ????????
????????/??????
@hope_promotions
??? ???????????❓
??????? ??????????? ???? ??????⁉️
»»» Click Here «««
»»» Click Here «««
»»» Click Here «««
»»» Click Here «««
»»» Click Here «««
»»» Click Here «««
???? ????????????
Namni Wol Dorgommii Qarshii Kuma 150 Irratti Hirmaattanii Dorgomuu Fedha Qabdan ????? Kan Jedhu Tuquudhaan Haa Eegaluu. Amma Gara Xumuraatti Waan Deemaa Jiruuf Haa Hirmaatuu!!!
ሰበር ዜና
በ150ሺህ ???? ውድድር መወዳደር የሚፈልግ ማንኛውም ሰው እባክዎ ጀምርን ????? ያድርጉ። አሁን እንሳተፍ ወደ ፍፃሜው ይሄዳል!!!
???????? ????
Anyone Who Wants To Compete In The 150 Thousand ???? Competition Please Click ?????. Let's Get Involved Now It's Going Towards the Final!!!
Akkuma nyaanni foon keenya irraa waantota baayyee ittisu, nyaanni sammuu keenya waantota baayyee ittisa. Kanaaf nyaata sammuu keef ta'u argachuuf channalii kana join godhachuun sammuukeef soorata taasisi.
?????
[❤️Jaalallen kee inni sirriin gara fulduratti wajin jiraattu baruu barbaaddamoo❓❓
Onnee halluu Kelloo qabu irratti Gadi tuquudhaan nama siif bahu ilaali!?
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
????
Go Click the Heart](https://t.me/addlist/dtwJeSxI-Eo3Y2Jk)
Waver ? @BrakeIt
Afwalaloon hojii bifa waljalaa qabuutiin sirbamu kun walhubannaafi hariiroo
gaarii miseensota jiddutti uumuu bira darbee dubartoonni hojii isaanii si’aa'ina olaanaan yeroo gabaabaa keessatti akka raawwataniif isaan gargaara jechuudh. Isaanis akkana jechuun weedduu dikkoon ibsu:
Burjaanni hindulloomu_Dikkoo ga
Citee baduu malee____Dikkoo ga
Cite sirraa hinhafuu ___Hiriyaa
Du’ee baduu malee ___Dikkoo ga jechuun waljalaa qabuun sirbu jechuudha.
Walaloon armaan olii kun dubartoonni hariiroo hiriyummaa cimaa waliin qabaachuusaanii namatti agarsiisa.
Afwalaloon dikkoo hojii gamtaan hojjechuu dagaagsuu keessatti shoora olaanaa taphata.
Dubartoonni gamtaan yeroo hojii hojjetan dikkootti fayyadamuun muuxannoofi beekumsa qaban waliif qoodu.
Kan baasu Kan jalaa qabu
Dikkoo ga -----------------Dikkoo ga
Sa mooyyeen maali na seete?---Dikkoo ga.Sa mooyyeen maali na seete?---Dikkoo ga.
Tan nyaattee hindhugne na seete ----Dikkoo ga.
Tan tumtee hin baasne na seete ------Dikkoo ga.
Tan bulleessuu hinbeekne na seete----Dikkoo ga.
Tan jiistee hinganaanne na seete----Dikkoo ga.
Tan buddeena tolchuu hinbeekne na seete----- Dikkoo ga.
Tan nyaattee hindhugne na seete ----Dikkoo ga.
Afwalaloo dikkoo armaan olii kanarraa kan hubatamu dubartoonni buleeyyiin (adeemsa ) mooyyee tumaa irraa eegalee hanga buddeena tolchutti hordofamuu qaburratti shamarran isaan jala jiraniif bifa dikkootiin hubannoo uumuu.
Afwalaloon yookiin weedduun dikkoo kun dandeettii kalaka aartii dubartootaa cimsuu keessattis gahee guddaa qaba. Dubartoonni gamtaan hojiilee garagaraa hojjetan keessatti dikkootti yeroo fayyadaman miidhagina sagalee, filannoo jechootaafi kanneen biroo irratti muuxannoo horatanii dandeettii ofii akka cimsatan gargaara.
Aadaafi duudhaa dubartootaa kan ta’e afwalaloon dikkoo kun yeroo ammaa namoota buleeyyii muraasa malee haadholiifi shamarran hedduu biratti kan dagatamaa jiraachuu ragaan dubartoota buleeyyii irraa arganne nimul'isa.
Akka dubartoonni kunneen jedhanitti yeroo ammaa dubartoonni gamtaan hojii yeroo hojjetan weedduu dikkootti fayyadamaa hin jiran.Sababni isas ilaalchi ammayyummaa babal'achaa waan dhufeef dubartoonni dikkoo akka aadaa duubatti hafaa ta'etti ilaalaa jiru. Kun ammoo dhaloonni har'aa aadaa ofii akka dagatu taasisa jedhan.
Kanaafuu dikkoon dagatamee akka hin hafneefi dhalootarraa dhalootatti akka dabru gochuuf dubartoonni buleeyyii weedduu dikkoo irratti muuxannoo qabaniifi namootni quuqama aadaa qaban sirnaan irratti hojjechuu qabu jechuun dhaamaniiru.
#Waajjira Kominikeeshinii Aanaa Gammachiis.
Harargee Lixaa
Weedduu Dikkoo - Aanaa Gammachiisitti
Ummata Oromoo Harargee biratti afwalaloowwan yeroo hojii weeddifaman hedduutu jira. Isaan keessaa shoobdoo,mirrisa(mirriga),darassii, uruursa daa'immaniifi dikkoon isaan beekkamoodha.
Afwalaloowwan yookiin weedduuwwan yeroo hojii ummata Oromoo aanaa Gammachiis biratti beekaman keessaa dikkoon isa tokko.
Nutis weedduu yeroo hojii dubartoota aanichaa biratti beekamu dikkoo irratti dubartoota waa'ee dikkoo irratti muuxannoofi hubannoo qaban irraa odeeffanne qindeessuun akka armaan gaditti isiniif dhiheessineerra.
Dikkoon gosoota afwalaloo hojii keessaa tokko ta’ee kan dubartoonni yeroo mooyyeetti midhaan tumaniifi dhagaa irratti daakan weeddisaniidha.
Weedduun dikkoo dubartoonni yeroo hojiiwwan adda addaa hojjetan weeddisan dadhabbiin akka isaanitti hindhaga'amne gochuuf gargaara. Akkasumas dubartoonni dikkoo akka madda bohaartiitti ittigargaaramuun qaamaafi sammuu isaanii ittiin boqachiisu; wantoota naannoo, dhimmoota hawaasummaa, jaalalaafi diddaa kan ittiin ibsatan ta'uu dubartoonni waa'ee dikkoo irratti hubannoo qaban nutti himaniiru.
Afwalaloon dikkoo jaalalaa, arrabsoo, balaaleffannaa gowwaa, ibsa waliin jireenyaa, hariiroo hawaasummaa,
faaruu daa'immanii, miira keessoo, qeeqaafi kanneen biroo kan ittiin ibsamuudha.
Ummata Oromoo biratti gowwummaan
ni balaaleeffatama yookiin hinjaalatamu. Shamarranis kanarraa ka'uun dhiirti gowwaan akka isaan qaadhimatu hinbarbaadan. Sababni isas gurbaan gowwaan safuufi safeeffannaa waan hinbeekneef isheefi maatii isheellee
tuquu mala jedhanii waan yaadaniif.
Hiriyoota isaanii keessaa akka tasaa ishee gurbaa goowwaan qaadhimate dikkootti fayyadamuun akka armaan gadii kanatti qeequ:
Mataqomaa lagaa
Bubbeen walaawwaltee
Kan kaadhimaa doofaa
Dachiin garaangaltee.
Weedduu armaan olii kanarraa wanti hubatamu shamarreen qaadhimaa gowwaan qaadhimate hiriyoota isiitiin
kan balaaleffatamtu ta'uu agarsiisa.
Hamartii gowwaa
Taguugattiin naqee
Hamartii haaqilaa
Qubattiin naqadhee.
Afwalaloo armaan olii kana keessatti shamarran jibbansa dargaggeessa gowwaa qaban ibsuuf kennaa gowwaafi gamnaa waliin dorgomsiisuun ibsu. Shamarran kennaa gurbaa abshaala irraa kennamuuf malee kan gowwaa irraa kennamuuf akka hinfudhanne agarsiisa.
Aalaa ooyruu teenyaa,
Wajjiin nyaannaan se’ee
Takkittii baranaa
Wajjiin baanaan se’ee.
Afwalaloo kana irraa kan hubannu shamarran yeroo ijoollummaa isaanii jaalalaan waliin guddatan yoo gargar bahan marartee waliif qaban dikkootti fayyadamuun ibsatu.
Shamarran haala jiruufi jireenyaa hawaasaa keessatti mul’atu irraa muuxannoofi beekumsa argatan
bu’uura godhachuun dikkootti fayyadamuun gorsa hiriyummaa waliif dabarsu.
Yeroo Ciroo buutu,
Nibraa timaantimii,
Goofaree hinilaalinii,
Hin qabu saantimii.
Afwalaloon armaan olii kun shamarran dargaggeessa haalaafi amala isaa hinbeekne miidhagina isaa qofa ilaalanii jaalachuun booddee rakkoof akka hin saaxilamne hiriyoota isaaniif hubannoo kennuuf.
Dubartoonni wantoota baay'ee jaalataniifi ittiin boonan keessaa miidhagina isaaniiti. Isaanis dikkootti fayyadamuun miidhagina hiriyoota isaanii faarsu.
Gaafan dur ijoollee,
Dirree loon tiksee.
Hangaasuun kaarruu keetii,
Dukkanallee ibsee.
Walaloo armaan olii kanarraa kan hubatamu shamarran wal jaalatan bareedina(miidhagina) hiriyoota isaanii waliif dinqisifachuusaanii agarsiisa.
Dubartoonni waliin jiraachaa turan sababa garaagraan gargar kan bahan yoo ta'e dubartiin isaan irraa addaan baate sababa hiriyoota isaanii yaadachuu dhabdeef weedduu dikkootti fayyadamuun komii isaanii ibsatu.
Dhagaan kan waa daakuu,
Dhagaan waa hindaakne maali?
Garaan kan waa yaaduu
Garaan waa hin yaadne maali?
Qeeqa dhihaateef sababoonni dhiyaatu kamuu fudhatama kan hinqabne ta'uu afwalaloodhuma dikkootti fayyadamuun deebi'ii itti kennu.
Dhagaan numa daakaa
Siitu itti hindaakinii
Garaan numa yaadaa
Siitu itti hinyaadinii jechuun sababoota dhihaatu kamiyyuu kufaa taasisu jechuudha.
Gama biraatiin weedduun dikkoo kun bakka baay'etti bifa waljalaa qabuutiinis ni weeddifama.
All-in-One Cross-Chain DeFi Solution with native token $SWITCH
Partnerships: [email protected]
Last updated 4 months ago
Buy ads: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii
Contact us @Burqasupport
Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii
Last updated 3 days, 13 hours ago
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
@Abdii_Sabaa
💬CONTACT US💬
@AbdiiSabaaDm
🎯BARNOOTAAF
@Abdii_Sabaa_University
🎯MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa
Last updated 3 weeks, 3 days ago