DAMBALII JAALALAA

Description
CEO:- @abdu_support
Yaadaafi seenaa jaalalaa warreen qabdan nubiraan gahaa galatoomaa
We recommend to visit

All-in-One Cross-Chain DeFi Solution with native token $SWITCH

Partnerships: [email protected]

Last updated 7 months ago

Buy ads: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii

Contact us @Burqasupport

Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii

Last updated 3 months ago

👉👉 Sʜᴀʀᴇ ɪʏᴏ xᴀʏᴇʏsɪɪɴ sᴏᴏ ᴅᴀʟʙᴏ👉👉 @Ibiiye_online
MY ᴄʜᴀɴɴᴇʟs 👇👇🔥💀

0619425303👈👈👈👈 qofkii xareesiiska rabo luuqa iga soo qabo

Last updated 4 weeks ago

7 months, 1 week ago

አሁን Online ላላችሁ ብቻ ?የካርድ ሽልማት አለ።
ካርዱ ሊለቀቅ ❽ ደቂቃ ብቻ ነው የቀረው
Join ብላችሁ ጠብቁ

7 months, 1 week ago

አሁን Online ላላችሁ ብቻ ?የካርድ ሽልማት አለ።
ካርዱ ሊለቀቅ ❽ ደቂቃ ብቻ ነው የቀረው
Join ብላችሁ ጠብቁ

7 months, 1 week ago

??ለዩንቨርሲቲ ና  ለ ሃይስኩል  ተማሪዎች   ብቻ የተከፈተ በኢትዮጲያ የመጀመሪያው ቻናል????

Wave+?@KINGS_WAVER

7 months, 2 weeks ago

?ፍቅረኛ አለክ/አለሽ?

7 months, 2 weeks ago

የ1000 ብር ካርድ አወዳድረን ልንሸልም ነው ‼️
ለመወዳደር በፍጥነት ከታች Join የምትለዋን በመጫን Request ያድርጉ‼️

10 months, 1 week ago

dhabdus homaa miti
Uffattus erbee moofaa
Rabbiin kan ilaalu
Hojii kankee qofaa
Homaattuu hin lakkaa'in
Yoo hinqabaannes wayyaa
Rabbiikee qabaachuutu
Hundarra siif wayyaa
Duuniyaatti hin rarra'in
Isheen beeki fixeensaa
Kan rabbiif hinbitamne
Nama miti bineensa
Qalbiikeetiin yoo amante
Dhiiftee duuniyaaf bololuu
Homaallee yoo hinqabaatin
Si'i dureessi hunda caalu
Hunduu duniyaattafa
Gadin seenu qabrii
Hojii kankee malee
Sifaanan deemu horiin
Kanaaf mee nadhageessaa
Atis obboleessaa atisi yaa uktii
Ibaadaakee jabeessi
Duuti hinuma dhuftii

Abdulaxiif mahaammad

Ykn ( @Abduu_king)

@walaloo_kiyya

10 months, 1 week ago

Dhugaa kooti
?
Ati nan jaalattu
Siin hin ja,u Ani
Akka na jaalattus
Sin bahu afaanii
Akka na jaalattu
Yoo atin dubbanne
Aniis Akkamittiin
Siif bana me onnee
?
Zigaal firraa dhiisii
Na dhagahi aaddee
Jaalala dhoyfachuun
Akkana si mudee
Silaa afaan keetiin
Siin jaalla naan jattee
Tan biraan filadhu
Osoo naaf ibsitee
?
Naaf ibsuu dhabuun kee
Nu lachuutiif midhaadha
Waljaalachuun yoomuu
Hin taane safuudhaa!
Safuttin fudhatinii
Naas hin dhoyfatinii
Aniis siin jaaladhaa
Naaf beeki ammaanii

abdulaxiif_mahaammad

Ykn @Abduu_king

Channel
????
@walaloo_kiyya

10 months, 1 week ago

Walaloo jaalala isiniif barreessuu?

Moo

Tan jaalallee isin dhiistee ykn
Jaalallee isin dhiisee isiniif barreessa

Comment jalatti barreessaa

We recommend to visit

All-in-One Cross-Chain DeFi Solution with native token $SWITCH

Partnerships: [email protected]

Last updated 7 months ago

Buy ads: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii

Contact us @Burqasupport

Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii

Last updated 3 months ago

👉👉 Sʜᴀʀᴇ ɪʏᴏ xᴀʏᴇʏsɪɪɴ sᴏᴏ ᴅᴀʟʙᴏ👉👉 @Ibiiye_online
MY ᴄʜᴀɴɴᴇʟs 👇👇🔥💀

0619425303👈👈👈👈 qofkii xareesiiska rabo luuqa iga soo qabo

Last updated 4 weeks ago