Dive into the Ultimate Free Library: Your One-Stop Hub for Entertainment!

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

Description
Seenaan Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa (CBE) bara 1942 hundeeffama Baankii Mootummaa Itiyoophiyaa irraa eegaleeti.
CBEn bara 1963tti akka dhaabbata aksiyoonaa tokkootti seeraan hundeeffame. Ergasii as guddina biyyaa keessatti gahee olaanaa taphachaa dhufee
Advertising
We recommend to visit

buy ad: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii

CEO @Obsamilli


Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii

Last updated 1 month, 3 weeks ago

Chaanaalii kana irratti Faarsaa Kanneen Bara Durii,akkasuma Haaraa Qilleensarra kan Oolan @full Album,,, argachuu dandeessu #faarfannaa qabdan kara kana nuu ergu dandesu @Faarfannaahaaraa_bot
#group_keenya @faaruutuubee
#Channel keenya @OboroMedia
🙏🙏🙏

Last updated 3 weeks, 5 days ago

📈 If stock market experts were so expert, they would be buying stock, not selling advice. 🤔
~Norman Ralph Augustine | @Stockbot

Contact: @Executive_Robot

Last updated 1 month, 2 weeks ago

21 hours ago
[#CashGo](?q=%23CashGo) Appilikeeshinii mobaayilaa maallaqa biyya alaa …

#CashGo Appilikeeshinii mobaayilaa maallaqa biyya alaa irraa erguuf isin gargaaru

Visa fi MasterCard keessan karaa mobaayila keessanii fayyadamuun Maallaqa kallattiin biyya alaa irraa gara herrega maatii fi Aantee keessanii CBE irratti bilisaan erguu dandeessu.
Appii mobaayilaa kana Play Store ykn App Store irraa buufachuun fayyadamaa.
• Bilbiloota Andirooyidiif
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.bankofabyssinia.cashgo&hl=en&gl=US

• Bilbiloota Appiliif
https://apps.apple.com/us/app/cashgo/id155934630

#biyyoota #alaa #maallaqa #cbe #CashGo #visa #mastercard #maallaqadabarsuu

1 day, 18 hours ago

Gareen CBE garaagarummaa guddaan injifate.

Tapha Piriimiyer liigii Itoophiyaa torbee 25ffaa Istaadiyeemii Yunivarsiitii Hawaasaatti taphataniin gareen kubbaa miilaa dhiiraa baankii daldalaa Itoophiyaa Walaayittaa Diichaa goolii 5 fi 0'n mo'ate.
Injifannoo kana hordofuun Baankiin Daldalaa Itoophiyaa qabxiin isaa 53 gahuun gara waancaatti dhihaachaa dhufeera.
Dorgommii kana irratti garee kamiyyuu caalaa gooliwwan hedduu kan galche CBE'n, walumaa galatti goolii 48 morkattootaa irratti kan galche yoo ta'u, waggoota booda bara jalqabaa kanaan, Piriimiyer liigii Itoophiyaa keessatti ga'umsi agarsiisaa jiru dubbii cimaa ta'eera.

2 days, 22 hours ago

Tajaajilaa fi bifiyyee Addaan hundaaf kan dhiyaate damee guddichi Abiyyi!``*``*** Dameen Abiyyi gamoo waajjira muummee haaraa Baankii Daldalaa Itoophiyaa jalatti argamu tajaajila ammayyaa, gahumsaa fi mijataa ta'e kennuuf addatti gurmaa'ee jira. Maamiltoonni baankii keenyaa hundi tajaajila kana fayyadamuu ni dandeessu! Itti tajaajilamuu qofa osoo hin taane, daawwachuus ni dandeessu! \#CBE \#main \#branch

1 week ago
Baankii Daldala Itiyoophiyaa
1 week ago
Baankii Daldala Itiyoophiyaa
1 week ago

Gareen CBE  har'as injifannoon gara fuulduraatti...!
.Gareen CBE 2 - 1 Walqixxeen
===========
Baankiin Daldalaa Itoophiyaa goolii 2 fi 1'n Bulchiinsa magaalaa Walqixxee injifate.
Gareen kubbaa miilaa dhiiraa  Baankii Daldalaa Itoophiyaa Piriimiyerliigii Itoophiyaa torbee 24ffaa har'a Istaadiyeemii Yunivarsiitii Hawaasaatti garee bulchiinsa magaalaa Walqixxee  waliin taphataniin, gareen baankii mo'achuu isaatiin har'as akkuma kanaan duraa dursummaa isaa mirkaneeffate.
Baankiin daldalaa Itoophiyaa Piriimiyerliigii Itoophiyaa qabxii 50’n dursummaa isaa cimsee itti fufeera.
Sagantaa torbee 5ffaatiin Baankiin Daldalaa Itoophiyaa bulchiinsa magaalaa Walqixxee goolii 2 fi 0' n mo’achuun isaa ni yaadatama.

2 weeks ago
Baankii Daldala Itiyoophiyaa
2 weeks ago
Baankii Daldala Itiyoophiyaa
2 weeks ago

CBE 2- 2 Buna Itoophiyaa
======+++
Baankiin Daldalaa Itoophiyaa fi Bunni Itoophiyaa goolii 2' n walqixaan xumuran.
Gareen kubbaa miilaa dhiiraa Baankii Daldalaa Itoophiyaa Piriimiyerliigii Itoophiyaa torbee 23ffaa har'a Istaadiyeemii Yunivarsiitii Hawaasaatti Buna Itoophiyaa waliin taphatan, gareen baankii taphni eegalee daqiqaa shanitti goolii galchuun dursaa tureera.
Ta'us waaree booda gareen lachuu goolii dabalataa galchuun walqixa xumuraniiru.
Baankiin daldalaa Itoophiyaa Piriimiyerliigii Itoophiyaa qabxii 47’n dursummaa isaa cimsee itti fufeera.
Sagantaa torbee 8ffaatiin Baankiin Daldalaa Itoophiyaa Buna Itoophiyaa goolii 2 fi 1’n mo’achuun isaa ni yaadatama.

3 weeks, 4 days ago

https://youtu.be/I4RJjzdFjVw

YouTube

CBE'n Sirna dijitaal baankii biyyattii keessatti babal'isuun Angafadha!

Copyright ***©*** CBE (Commercial Bank of Ethiopia) Follow us on: ☞Facebook: https://www.facebook.com/combanketh/ ☞Twitter: https://www.twitter.com/combankethiopia ☞LinkedIn: https://www.linkedin.com/commercialbankofethiopia ☞Telegram: https://t.me/combankethofficial…

We recommend to visit

buy ad: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii

CEO @Obsamilli


Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii

Last updated 1 month, 3 weeks ago

Chaanaalii kana irratti Faarsaa Kanneen Bara Durii,akkasuma Haaraa Qilleensarra kan Oolan @full Album,,, argachuu dandeessu #faarfannaa qabdan kara kana nuu ergu dandesu @Faarfannaahaaraa_bot
#group_keenya @faaruutuubee
#Channel keenya @OboroMedia
🙏🙏🙏

Last updated 3 weeks, 5 days ago

📈 If stock market experts were so expert, they would be buying stock, not selling advice. 🤔
~Norman Ralph Augustine | @Stockbot

Contact: @Executive_Robot

Last updated 1 month, 2 weeks ago