All-in-One Cross-Chain DeFi Solution with native token $SWITCH
Partnerships: [email protected]
Last updated 4 months, 3 weeks ago
Buy ads: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii
Contact us @Burqasupport
Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii
Last updated 3 weeks, 3 days ago
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
@Abdii_Sabaa
💬CONTACT US💬
@AbdiiSabaaDm
🎯BARNOOTAAF
@Abdii_Sabaa_University
🎯MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa
Last updated 1 month, 2 weeks ago
Barsiisotaaf
Leenjii mindset isin affeeruufan group kana isiniif bane barsiisonni qofaan join godhadhaa irraa baradhaa👇
Waan hawwiteef osoo hin ta'in waan carraaqxeef argatta.
___HUMNA JABAA
Jireenyi loltoota ishee ciccimoo ta'aniif lola cimaa kenna. Kubbaa jireenyi sitti darbatu kamiyyuu qabachuuf cimina qabda. Badhaafamuun dura ni qoratamta. Bu’aa guddaan barbaaddu akka siif malu mirkaneessuudhaaf ni qoratamta. Hanga deebitee ka'uu dandeessetti kufaatiin rakkoo hin qabu .
GORSA JIREENYAA✅️
━━━━━━━━━
HUMNA JABAA
Namni ati waliin haasoftu haalli inni keessa jiru utuu hin hubatiin, akkuma mataa ofiikeetti hin yaadiin haalli keessan wal fakaata miti.
Yeroo murtoo jireenyaa gurguddaa gootu namoota sitti dhihoo ta’an hin dhaggeeffatin, namoota kaayyoo keetti dhihoo ta’an dhaggeeffadhu.
—Aleks Hormozi
━━━━━━━━━
HUMNA JBAA
Kam keessa jirtuu? Namni hubannaadhaan ilaalee deebii sirrii argate badhaasa na biraa qaba.
Suura kan sirritti ilaaluun hubannoo kee comment jalatti naaf barreessi👇
𝙣𝙖𝙢𝙣𝙞 𝙣𝙮𝙖𝙖𝙩𝙖 𝙞𝙣𝙣𝙞 𝙣𝙮𝙖𝙖𝙩𝙪𝙪𝙣 𝙝𝙞𝙣 𝙢𝙖𝙙𝙖𝙖𝙡𝙖𝙢𝙪 𝙮𝙖𝙖𝙙𝙖 𝙞𝙣𝙣𝙞 𝙮𝙖𝙖𝙙𝙪𝙪𝙣 𝙢𝙖𝙡𝙚𝙚!!
Torbee guutuu hawwiin kan eegaa turtan sun guyyaan isaa har'a.
Sagantaa keessatti gaaffiin namoota hedduu deebi'uu, namoonni mul'ata isaanii ijaaruuf ofitti amanamummaa dhaban kan itti fayyadamaniidha sagantaan kun.
Warri daandii jijjiiramaa kanarra deemaa jiran,
1.Eessaa ka'an?
2. Jireenyi isaaniif maal ture?
3. Amma maaltu jijjiirameef?
4. Namoota jijjiirama kana eegalaniin maal jedhu?
5.Namoota jijjiirama kana hin eegaliniin hoo maal jedhu?
Isanumarraa kan dhageenyu ta'a.
Hirmaachuuf lakkoofsa 1 naaf barreessa comment jalatti
Nama yeroo hunda waa'ee jijjiiramaa dubbatu garuu tarkaanfii jalqabaa gonkumaa hin fudhanne hin ta'in.
━━━━━━
HUMNA JABAA
All-in-One Cross-Chain DeFi Solution with native token $SWITCH
Partnerships: [email protected]
Last updated 4 months, 3 weeks ago
Buy ads: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii
Contact us @Burqasupport
Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii
Last updated 3 weeks, 3 days ago
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
@Abdii_Sabaa
💬CONTACT US💬
@AbdiiSabaaDm
🎯BARNOOTAAF
@Abdii_Sabaa_University
🎯MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa
Last updated 1 month, 2 weeks ago