SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
@Abdii_Sabaa
?NU QUNNAMUUF?
@AbdiiSabaaDm
?BARNOOTAAF
@abdii_sabaa_university
?MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa
Last updated 1 month, 1 week ago
asc بســــــــــــم الله الرحمن الرحيــــــــــــم
Ku Dhawaad- 3000 Buug-Somali ayaa ku jira Akhriso oo ilaali xuquuqda Qoraayada leh.
Youtube:
https://shorturl.at/auGJZ
Diclamer:
Cabasho/Buug iyo Su,aal ... La Xidhiidh
@Cabasho_Bot
@Tusmobook
Last updated 3 months, 2 weeks ago
Somali National Television is the principal public service broadcaster in Somalia.
Headquartered in Mogadishu.
Last updated 2 months ago
???? ????????????
??????????? ????? ?????????? ???????????? ??????????????? ??'?? ??????? ???????? ??????????? ???????? ??????????? ????? ?????????? ????????? ??????? ???????? ??????????? ???????? ???? ??????????? ?? ????????.
??????????: ?????????? ????? ?????? ??'?? 3? ?? ???? ?????? ??? ???????? ??'?? ???????? ????? ????? ????????? ?????? ????? ?? ????????
??????? ????? ?????? ???? 3?+
???? ????????: @Rafiiqul_Islaam2
https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8
https://t.me/+zOTmz0fXj3pkMTk0
https://t.me/+HzNEski01TRkN2Jk
Gaafii keenya.
Gaafiin keenya kan har'aa Seera Lakkoofsaa keessa.
Seera Lakkoobsaa 31:17-18
«17 Amma ijoollee keessaa dhiira kan ta'e ajjeesaa! Dubartoota warra dhiiraa wajjin ciisanii beekan hundumaas ajjeesaa!
18 Durboota dhiiraa wajjin ciisanii hin beekne hundumaa garuu ofii keessaniif hambifadhaa!»jedha
Gaafin keenya:
✍? Waaqayyo "dhiirota hundaa fixi" jedhee akkamitti ajajaa?
Waaqa kanatti nama ajajuun akkamitti "waaqa jaalalaa" jettuu?
✍? dubri takka kan heerumte yoo taatee isiinis ni ajjeefamti jechuudhaa? "Dubartoota warra dhiiraa wajjin ciisan ajjeesaa" mechanism sila ta'eef.
✍? dubartoota dubrummaa qaban ofii keetif fudhu jechuun hoo maal jechuudhaa? Akkamitti Waaqni dirqisiisun gudeedutti ajajaa?
Sanuu tan dubrummaa qabdu keessaa filsiisee?
✍? kan nama ajaa'ibu garuu: dubratoota "dubra" ta'an tan ta'in irraa akkamitti adda baasaa? Tan heerumin hundi dubra jechuun hin danda'amuu, isaan maalin addaan baasanii??
@Gaafii keenya.
Gaafiin keenya kan har'aa Seera Lakkoofsaa keessa.
Seera Lakkoobsaa 31:17-18
«17 Amma ijoollee keessaa dhiira kan ta'e ajjeesaa! Dubartoota warra dhiiraa wajjin ciisanii beekan hundumaas ajjeesaa!
18 Durboota dhiiraa wajjin ciisanii hin beekne hundumaa garuu ofii keessaniif hambifadhaa!»jedha
Gaafin keenya:
✍? Waaqayyo "dhiirota hundaa fixi" jedhee akkamitti ajajaa?
Waaqa kanatti nama ajajuun akkamitti "waaqa jaalalaa" jettuu?
✍? dubri takka kan heerumte yoo taatee isiinis ni ajjeefamti jechuudhaa? "Dubartoota warra dhiiraa wajjin ciisan ajjeesaa" mechanism sila ta'eef.
✍? dubartoota dubrummaa qaban ofii keetif fudhu jechuun hoo maal jechuudhaa? Akkamitti Waaqni dirqisiisun gudeedutti ajajaa?
Sanuu tan dubrummaa qabdu keessaa filsiisee?
✍? kan nama ajaa'ibu garuu: dubratoota "dubra" ta'an tan ta'in irraa akkamitti adda baasaa? Tan heerumin hundi dubra jechuun hin danda'amuu, isaan maalin addaan baasanii??
Telegram
𝚈𝙰𝚀𝙸𝙸𝙽 𝙲𝙾𝙼𝙿𝙰𝚁𝙰𝚃𝙸𝚅𝙴 𝚁𝙴𝙻𝙸𝙶𝙸𝙾𝙽
chaanaali kana irratti gaafiwwan Kiristiyaanotaaf deebii ulamaa'otii keennaa, Qur'aanafi Macaafa Qulqulluu irraa ibsuun, akkasumas Amantaa Islaamaaf kiristiyaanaa Wal bira qabuun kamtu haqa kan jedhu Ragaa Waliin as keessatti Ni argattu.
**YESUUS YEROO BIYYA LAFAA IRRA TURE AKKAM TURE?
By Tofiq Abarashaad
Share waliif godhaa
Barakallaahufikum
???**@Tofik_Abarashad_channel
https://t.me/Rafiiqul_Islaam/489
"Namoonni gara mana keetti adeemuu garaa keessaa qabaatanii si biraa humna argatan, haa gammadan! Isaan yeroo dachaa gogee nama boossisu keessa adeeman, iddoo sana lafa bishaan burqu in godhatu; bokkaan inni dura roobus eebba isa irra in diriirsa." [Faarfannaa 84:5-6] (Qur’aana 3:96).... 2:125~127,
● Utubaa Islaamaa 5 Macaafa Qulqulluu fi Qur'aana keessatti kan kaa'ame kana osoo arganii Islaamummaa maaliif hin fudhannee ...?
???????????:
© Ifaa Dhugaa
https://t.me/Rafiiqul_Islaam/468
https://t.me/Rafiiqul_Islaam/468
Telegram
𝐑𝐀𝐅𝐈𝐈𝐐𝐔𝐋 𝐈𝐒𝐋𝐀𝐀𝐌 🇸🇩
"Namoonni gara mana keetti adeemuu garaa keessaa qabaatanii si biraa humna argatan, haa gammadan! Isaan yeroo dachaa gogee nama boossisu keessa adeeman, iddoo sana lafa bishaan burqu in godhatu; bokkaan inni dura roobus eebba isa irra in diriirsa." [Faarfannaa…
“Utubaalee Islaamaa shanan Macaafa qulqulluu keessatti ...” Al-tokko xiinxilaan dubbisaa ajaa'iba kana ...
Qabxiiwwan Bu’uuraa kan amantaan Islaamaa irratti ijaarame shanii 5 dha. Isa kanas hadiisa Bukhaarii fi Muslim gabaase keessatti akkana jechuun ergamaan Rabbii ibsanii jiru:
عن ابن عمر -رضي الله عنهما- أن رسول الله ﷺ قال: بني الإسلام على خمس شهادة أن لا إله إلا الله، وأن محمدًا عبده، ورسوله، وإقام الصلاة، وإيتاء الزكاة، وحج البيت، وصوم رمضان [متفق عليه] .
Hiika isaa;
“??????????? ??? ???? ????? ?????????, ??????? ????? ??????? ??? ????????? ??? ???? ??????? ????? ?????, ???????? ??????? ??????? ??????? ????? ?????, ??????? ???????, ????? ??????, ?????? ??????, ??'? ?????????? ?????? ???.” ❋ Bukhaarii fi Muslimtu gabaase ❋
Haaluma kanaan utubaan shanan kun Macaafa Qulqulluu keessattis kaa'amee jira.
? 1. Tokkichummaa Rabbii.
"Yesus deebisee, “Inni hundumaa irra caalu, ‘Dhaga'i, yaa Israa'el! Gooftichi Waaqayyo keenya kophaa isaa gooftaa dha.” [Maarqos 12:29]
"Yaa Israa'el dhaga'i! Waaqayyo gooftaan keenya Waaqayyo isa tokkicha!"
[Keessa Deebii 6:4]
? 2. Salaata.
"Yommus Yesus immoo, “Seexana nana, argaa koo duraa turi! ‘Waaqayyo kee gooftichaaf jilbeenfattee sagadi isa duwwaafis hojjedhu!’ kan jedhu caafameera” jedheen."
[Maatewos 4:10]
"Kana irratti Museenii fi Aaron fuula waldaa duraa ba'anii gara balbala dunkaana itti wal ga'anii dhaqanii, adda isaaniitiin lafatti in gombifaman; ulfinni Waaqayyoos isaanitti in mul'ate."
[Lakkoobsa 20:6]
"Xinnoos irraa hiiqee adda isaatiin gombifamee, “Yaa abbaa ko! In danda'ama yoo ta'e xoofoon dhiphinaa kun ana irra haa darbu, garuu akka jaalala koo miti, akka jaalala kee haa ta'u malee” jedhee kadhate." [Maatewos 26:39]
"Musee fi Aaron, ilmaan isaaniis harka isaanii fi miilla isaanii ittiin in dhiqatu turan. Yeroo gara dunkaana itti wal ga'anii dhaqan hundumaa yookiis yeroo iddoo aarsaatti dhi'aatan hundumaa Waaqayyo akka Musee abboometti in dhiqatu turan." [Ba'uu 40:31-32]
? 3. Zakaa.
"Kanaaf yommuu warra rakkataniif kennitan, akkuma fakkeessitoonni mana sagadaa fi daandii irratti godhan, namootaan akka kabajamaniif xurumbaadhaan hin labsinaa! Dhuguman isinitti hima, isaan kun gatii isaanii argataniiru. Ati garuu yeroo arjoomtu, waan harki kee mirgaa godhu harki kee bitaa iyyuu hin beekin! ."
[Maatewos 6:2-3]
"Baay'inni cubbuu akka deebi'ee hin argamne kan godhu jaalala waan ta'eef, hundumaa dura immoo jaalala ho'aa waliif qabaadhaa!"
[1 Phexros 4:8]
? 4. Sooma (FASTING).
"Yehoyaaqiim ilmi Yosiyaas mootiin Yihudaa, mootii ta'ee waggaa shanaffaa isaatti, waggicha keessaa ji'a salgaffaatti, sabni Yerusaalem keessa jiraatan hundinuu, warri mandaroota Yihudaa warra kaan keessaa gara Yerusaalem dhufan hundinuus yeroo itti soomuudhaan Waaqayyo duratti dhi'aatan in labsan."
[Ermiyaas 36:9]
"Inni guyyaa afurtamaa fi halkan afurtamaaf erga soomee booddee beela'e."
[Maatewos 4:2]
"Yesus, “Yeroodhuma soomtanitti immoo, akka warra of argisiiftuu nyaara keessan hin guurinaa! Isaan soomuun isaanii namootatti akka mul'atutti, fuula isaanii in boosomsu; dhuguman isinitti hima, isaan gatii isaanii fudhataniiru. Ati garuu yeroodhuma soomtutti, mataa kee dibadhu, fuula kees dhiqadhu! ”
[Maatewos 6:16-17], (Qur'aana 2:183-185)
? 5. Hajjii godhuu.
"bara booddeetti tulluun manni qulqullummaa inni kan Waaqayyoo irra jiru, tulloota hundumaa keessaa akka isa caaluutti jabaatee in dhaabata, gaarota hundumaa gararraattis ol in ka'a;
sabni lafa irraa hundinuus gara isaatti in yaa'u. Sabni lafa irraas baay'atanii in dhufu, Xiyoon keessaa seerri, Yerusaalem keessaas dubbiin Waaqayyoo waan ba'uuf, “Karaa isaa akka inni nu barsiisuuf, nus daandii isaa irra akka adeemnuuf, kottaa gara tulluu mana Waaqayyootti, gara mana Waaqayyoo isa kan Yaaqoobitti ol in baanaa!” in jedhu." [Isaayaas 2:2-3]
https://t.me/Rafiiqul_Islaam/467
https://t.me/Rafiiqul_Islaam/467
[? ?????????????? ???? ????? ???? ???? ??????? ???? ???????!! ???? ?????? ???? ????? ?????? ????????? ?????? ???????!!
▬▬.◙.▬▬
▂▄▄▓▄▄▂
◢◤█▀▀████▄▄▄▄◢◤
█▄ █ █▄ ███▀▀
◙ ◙
???????????? ??? "?Join?" ??? ????? ????? ??????. ???? ?????? ?? ???????????? ?????? ?????](https://t.me/addlist/T85zGlmZjLIzYjdk)
???? ????????: @Rafiqul_Islaam
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
@Abdii_Sabaa
?NU QUNNAMUUF?
@AbdiiSabaaDm
?BARNOOTAAF
@abdii_sabaa_university
?MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa
Last updated 1 month, 1 week ago
asc بســــــــــــم الله الرحمن الرحيــــــــــــم
Ku Dhawaad- 3000 Buug-Somali ayaa ku jira Akhriso oo ilaali xuquuqda Qoraayada leh.
Youtube:
https://shorturl.at/auGJZ
Diclamer:
Cabasho/Buug iyo Su,aal ... La Xidhiidh
@Cabasho_Bot
@Tusmobook
Last updated 3 months, 2 weeks ago
Somali National Television is the principal public service broadcaster in Somalia.
Headquartered in Mogadishu.
Last updated 2 months ago