Why Pay for Entertainment? Access Thousands of Free Downloads Now!

Gaammee Media

Description
Join our Gaammee Media community for the
✅ Latest news
✅Tech-Info
✅Education info

Owner👉 @Bek_i
I write educational and Technology Informations.
Advertising
We recommend to visit

buy ad: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii

CEO @Obsamilli


Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii

Last updated 1 month, 3 weeks ago

Chaanaalii kana irratti Faarsaa Kanneen Bara Durii,akkasuma Haaraa Qilleensarra kan Oolan @full Album,,, argachuu dandeessu #faarfannaa qabdan kara kana nuu ergu dandesu @Faarfannaahaaraa_bot
#group_keenya @faaruutuubee
#Channel keenya @OboroMedia
🙏🙏🙏

Last updated 3 weeks, 5 days ago

📈 If stock market experts were so expert, they would be buying stock, not selling advice. 🤔
~Norman Ralph Augustine | @Stockbot

Contact: @Executive_Robot

Last updated 1 month, 2 weeks ago

3 weeks, 2 days ago

Airdroppiiwwan yeroo ammaa Hojiirra Jiran
1️⃣. Tapswap : Notcoin Waliin Walfakkeenya guddaa kan qabudha. Tap Tap goochuuniifi Task garagaraa hojjechuun Coin Baay'ifachuu dandeessu. Akkasumas Namoota Affeeruudhaan Baay'ina Coin argattan Baay'ifachuu dandeessu. Link 👇👇
https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_1263404935

2️⃣. Catizens: bot kana irratti erga galmooftanii booda adurreewwan isinitti agarsiifaman kanneen bifa/level walfakkaataa qaban walitti fiduun Coin Baay'ifachuu dandeessu. Link 👇👇👇
https://t.me/catizenbot/gameapp?startapp=r_639_1697664

3️⃣. Avacoin : Notcoin Waliin Walfakkeenya guddaa kan qabudha. Tap Tap goochuun Coin Baay'ifachuu dandeessu. Akkasumas Namoota Affeeruudhaan Baay'ina Coin argattan Baay'ifachuu dandeessu. Link 👇👇
https://t.me/avagoldcoin_bot?start=1e5717b3900e19c701be

4️⃣. Gamee loot Mining :
▶️Marsaa lammaffaaf kan adeemsifamaa jiru yeroo Ta'u gara bot deemuun Start mining kan jedhu tuqxanii hamma humni mine goochuu keessanii xumuuramutti baatanii waan biraa Fayyadamuu dandeessu. Sa'aatii muraasa booda yeroo humni mine goochuu keessanii yeroo deebi'u ammas restart mining jechuun mine goochuu eegalchiisuu dandeessu. Link 👇👇
https://t.me/gamee?start=ref_1263404935

5️⃣. BBQ Coin Bot
▶️List Ta'uuf Guyyoota Qubaan lakkaawwaman qpfatu hafa. Notcoin Waliin Walfakkeenya guddaa kan qabudha. Tap Tap goochuuniifi Task garagaraa hojjechuun Coin Baay'ifachuu dandeessu. Akkasumas Namoota Affeeruudhaan Baay'ina Coin argattan Baay'ifachuu dandeessu. Link 👇👇
https://t.me/BBQCoin_bot?start=rp_9000903_1263404935

6️⃣. Dotcoin bot
▶️Notcoin Waliin Walfakkeenya guddaa kan qabudha. Tap Tap goochuuniifi Task garagaraa hojjechuun Coin Baay'ifachuu dandeessu. Akkasumas Namoota Affeeruudhaan Baay'ina Coin argattan Baay'ifachuu dandeessu. Link 👇👇
https://t.me/dotcoin_bot?start=r_1263404935

7️⃣. Capybara bot
▶️ Notcoin Waliin Walfakkeenya guddaa kan qabudha. Illeettii achirratti Isiniif dhuftu Tap Tap goochuuniifi Task garagaraa hojjechuun Coin Baay'ifachuu dandeessu. Akkasumas Namoota Affeeruudhaan Baay'ina Coin argattan Baay'ifachuu dandeessu. Link 👇👇
CAPYBARA BOT LINK

@Gaammee_Media_Channel
@Gaammee_Media_Channel
@Gaammee_Media_Channel

Waanti Gaaffii isinitti Ta'u yoo jiraate comment irratti Nuuf barreessaa.

3 weeks, 2 days ago
3 weeks, 2 days ago

Akkuma Beektan Waggoota sadan Darbaniif Chaanaalii 📱Gaammee Media irratti Odeeffannoo Teeknooloojii🧑‍💻 fi maloota Online Qarshii💲 ittiin hojjettan Isiniif gadhiisaa turuun Keenya ni yaadatama. Dabalataanis Gaaffiilee badhaasa qaban qopheessuun akka badhaasaa turre hundumtuu ni yaadattu.

🟣Haa Ta'u malee Channel keenya Subscriber 7.5k ol qabu ture rakkoo nu muudateen to'annoo Keenya jalaa waan baheef kana booda karaa channel kanaa kan isiniif qopheessinu ta'a.

@Gaammee_Media_Channel

2 months, 3 weeks ago
***✳️*** video call Bara 1972

✳️ video call Bara 1972

🔺Amma Zoom, Skype fi kanneen biroo hojii isaanii fooyyessanii dhufan malee kalaqni kun kanaan durayyuu ture.

#Beekumsa_Waliigalaa

▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
❇️Home Of Knowledge
             ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
❇️ @GaammeeMedia ❇️
❇️ gaammeemedia.com ❇️
                ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬

2 months, 3 weeks ago
***✳️*** **Barataan kutaa 12ffaa roobootii dhaabbilee …

✳️ Barataan kutaa 12ffaa roobootii dhaabbilee tajaajilaa keessatti namoota bakka bu'ee tajaajila keessummeessituu kennu hojjete❗️****

🔺 Barataan kutaa 12ffaa Perfect Gold jedhamu roobootii dhaabbilee tajaajilaa keessatti namoota bakka bu'ee tajaajila keessummeessitootaa kennu hojjetee agarsiisaaf kaa'e.

🔺 Roobootiin kun gargaarsa sammuu namtolcheetiin kan hojjetame ta'uu ibseera.

🔺Barataan kun yeroo socho'an tajaajila kennuu bira darbee qaama miidhamtoonni socho'uu hin dandeenye application fayyadamuun ajaja akka argatan ibseera.

Dargaggeessi barataan kun hojii kalaqaa fayyaa fi qonnaaf hojjechuuf karoorfachuu isaa fi yoo mootummaan deeggaramee hojiiwwan kalaqaa hedduu hojjechuuf karoorfachuu isaa Waajjirri Komunikeeshinii Magaalaa Wolkite beeksiseera.

Maddi TIKVAH Itoophiyaa

▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
❇️Home Of Knowledge
             ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
❇️ @Gaammee_Media_channel ❇️
❇️ gaammeemedia.com ❇️
                ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬

2 months, 3 weeks ago

Namoota Bilbila Keessaniin Youtube jalqabuuf jettanii Karaatti Thumbnail hojjettan dhabdaniif video tokko Isiniif qopheessinee jirra.

Video kana irratti Thumbnail video irratti argitan kan hojjenne yeroo Ta'u hamma Ta'e concept isaa ibsuuf yaaleen jira.
👇👇👇👇👇👇👇👇

https://youtu.be/coKxxN5Iv6U?si=IBIrWURzVZwRU35x

YouTube

Youtube Thumbnail Bilbila kiyya Qofa Fayyadamuun || Youtube Thumbnail on Android

#drama #ድንቅልጆች #donkeytube #ebssundayshow #live #lovesacrifice #lovestory #abrelohd #Eregnaye #bruktawit #Newethiopianmusic #SeifuonEBS #SeifuFantahun #SeifuFantahunShow #seifuonebs #saron #saron\_ayelign #golddiggerprank #golddiggerprankethiopia #asertad…

2 months, 3 weeks ago
4 months ago
Gaammee Media
4 months, 1 week ago
**You Can Win Book Review**

You Can Win Book Review

"You Can Win" by Shiv Khera is a motivational guide that navigates the path to success. Through anecdotes and practical wisdom, Khera imparts valuable life lessons, emphasizing the power of a positive attitude, perseverance, and taking responsibility. The book inspires readers to adopt a proactive mindset, set achievable goals, and overcome obstacles on the journey to success. With insights on leadership, self-improvement, and personal development, it serves as a guiding light for those striving for excellence in both personal and professional aspects of life.

#YoucanWin #Shiv_Khera #You_Can_Win #Personal_Devlopment #Growth #Personal_Growth #Growth_hub

@Ethio_Growth_hub
@Ethio_Growth_hub

5 months, 2 weeks ago
The Psychology of Money by Morgan …

The Psychology of Money by Morgan Housel is a book that explores the relationship between humans and money. It is a collection of essays that discuss how our thoughts, feelings, and behaviors affect our financial decisions. Housel argues that many of our financial problems are caused by our own psychology, and that we can improve our financial situation by understanding and changing our thinking about money.

@Kush_Eagles
#KushEagles #kushEaglesCoummunity #bookrecommendation

We recommend to visit

buy ad: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii

CEO @Obsamilli


Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii

Last updated 1 month, 3 weeks ago

Chaanaalii kana irratti Faarsaa Kanneen Bara Durii,akkasuma Haaraa Qilleensarra kan Oolan @full Album,,, argachuu dandeessu #faarfannaa qabdan kara kana nuu ergu dandesu @Faarfannaahaaraa_bot
#group_keenya @faaruutuubee
#Channel keenya @OboroMedia
🙏🙏🙏

Last updated 3 weeks, 5 days ago

📈 If stock market experts were so expert, they would be buying stock, not selling advice. 🤔
~Norman Ralph Augustine | @Stockbot

Contact: @Executive_Robot

Last updated 1 month, 2 weeks ago