Hijra Bank

Description
Journey to a bright future
Hijra Bank is a full-fledged interest free Bank in Ethiopia joined the financial industry in 2021

Bot: @hijraabot
Advertising
We recommend to visit

Community chat: https://t.me/hamster_kombat_chat_2

Twitter: x.com/hamster_kombat

YouTube: https://www.youtube.com/@HamsterKombat_Official

Bot: https://t.me/hamster_kombat_bot
Game: https://t.me/hamster_kombat_bot/

Last updated 3 months, 2 weeks ago

Your easy, fun crypto trading app for buying and trading any crypto on the market.

📱 App: @Blum
🆘 Help: @BlumSupport
ℹ️ Chat: @BlumCrypto_Chat

Last updated 3 months, 1 week ago

Turn your endless taps into a financial tool.
Join @tapswap_bot


Collaboration - @taping_Guru

Last updated 1 week, 2 days ago

1 month, 1 week ago
ዕለታዊ የውጪ ምንዛሬ ተመን ህዳር 11/2017 …

ዕለታዊ የውጪ ምንዛሬ ተመን ህዳር 11/2017  ዓ.ም
Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa alaa, Sadaasa 11/2017
Exchange Rate Applicable for November 20, 2024.

ለውጭ ምንዛሬ አገልግሎት ሂጅራ ባንክን ቀዳሚ ምርጫዎ ያድርጉ!
Tajaajila Sharafa alaatif Baankin Hijraa filannoo keessan jalqabaa haa ta'u

#HijraBank  #ExchangeRate #Interest_free_Banking  #remittence

1 month, 1 week ago
ሲራራ አዋርድ ምዝገባ በደማቅ ሁኔታ በመካሄድ …

ሲራራ አዋርድ ምዝገባ በደማቅ ሁኔታ በመካሄድ ላይ ይገኛል!!

የሶስት ሚሊዮን ብር (3,000,000) የነጻ ብድር እና ሌሎች አጓጊ ሽልማቶችን ያካተተውን ውድድር ለመቀላቀል አዳዲስ የስራ ፈጠራ ሃሳብዎን ሊንኩን በመጫን በተቀመጠው ልጥፍ (Post) ስር ያስፍሩ።

ተወዳዳሪዎች የባንኩን ማህበራዊ ገጾች (Follow) መከተልዎን ያረጋግጡ።
ሲራራ አዋርድ፣
ሃሳብ ያሸልማል!!

Galmeen Wal-dorgommii hoji uumtotaa Siraaraa Awwaard haala hoo'dhaan adeemsifama jira.

Wal-dorgommiin liqii bilisaa miliyoona sadi (3,000,000) fi badhaasa hawwisiisoo biro qabate irratti hirmaachuf yaada kalaqa hojii addaa keessan liinkii armaan gadii cuqaasun maxxansa jiru irratti barreessaa.

wal-dorgomtoonni fuula miidiyaalee hawaasaa Baankii keenyaa hordofu (Follow) gochuu keessan mirkaneessaa.

Siraaraa Awwaard,
Yaadni ni badhaasisa!

https://www.facebook.com/100064748467249/posts/pfbid02kp8ESapVPKyVkHnhT29RnqnGMnYH3eiXzRbzEiMxiwfQM4y4Nh7BFX3sDAgQqGfgl/?app=fbl

#HijraBank #SiraraAward #IFB #Interest_free_Banking

1 month, 2 weeks ago

3 ቀን ብቻ ቀርተውታል!

በሂጅራ ባንክ አዘጋጅነት የሚቀርበው ሲራራ አዋርድ አዳዲስ የስራ ፈጠራ ክህሎት ያላቸውን ብርቱዎች እስከ ሶስት ሚሊዮን ብር የሚደርስ የፋይናንሲንግ ሽልማትና ሌሎች አጓጊ እድሎችን ይዞ ምዝገባውን ለመጀመር ለህዳር 7፣ 2017 ቀጠሮ ይዟል።

የሲራራ አዋርድ የውድድር አቀራረቦች ምን የመስላሉ?

ሲራራ አዋርድ በመላው የሀገራችን የሚገኙ ብቁ እና ትጉህ ተወዳዳሪዎች በውድድሩ ለመሳተፍ የስራ ንድፍ ሃሳባቸውን በተቀላጠፈ መንገድ ለማቅረብ እንዲያስችላቸው የሚወዳደሩበትን የስራ ፈጠራ ንድፍ ሃሳብ ውድድሩ በሚጀመርበት ቀን ማለትም ህዳር 7፣ 2017 በሂጅራ ባንክ ኦፊሲያላዊ ገጽ ላይ በሚለጠፈው ልጥፍ (Post) ስር በአስተያየት መስጫው ሳጥን (Comment Section) ላይ በማስፈር የውድድሩ ተሳታፊ መሆን ይችላሉ። ይህም ተወዳዳሪዎች የስራ ፈጠራ ሃሳባቸውን በአስተያየት መስጫው ላይ ማስፈራቸው ለውድድሩ እንደተመዘገቡ ተደርጎ እንዲቆጠሩ ያስችላቸዋል።
በመቀጠል ሲራራ አዋርድ የማጣሪያ እና ምዝገባ መርሃግብር በባንኩ የፌስቡክ ገጽ ላይ ከሰፈረው ልጥፍ ስር በሚቀርቡ የስራ ፈጠራ ንድፍ ሃሳቦች በመሰብሰብ ተካሂዶ፣ በዳኞች የተመረጡ ብቁ የሆኑ ተወዳዳሪዎች በአካል ቀርበው ሃሳባቸውን ወደ ሚያቀርቡበት እና የሶስት ሚሊዮን ብር የፋይናንሲንግ አሸናፊ የሚሆኑበት ዙር እንዲያልፉ ይመለመላሉ።

ተወዳዳሪዎች የስራ ፈጠራ ሃሳባቸውን በአስተያየት መስጫው ላይ ሲያሰፍሩ ሊያሟሏቸው የሚገቡ መስፈርቶች!

ተወዳዳሪዎች የስራ ፈጠራ ንድፍ ሃሳባቸውን በአስተያየት መስጫው ላይ በጽሁፍ ሲያቀርቡ ከ300 ቃላቶች በላይ አለመጠቀም።
ተወዳዳሪዎች የሚያቀርቧቸው የንድፍ ሃሳብ የሚወዳደሩበትን የስራ ዘርፍ፣ የሚያቀርቡትን ምርትና አገልግሎት፣ የቢዝነስ ስም፣ እና ቢዝነሱ የሚተገበርበትን አከባቢ መገለጹን ማረጋገጥ።
ተወዳዳሪውች የሚያቀርቧቸው ንድፍ ሃሳቦች የሸሪዓ መርህን የሚከተሉ መሆናቸውን ማረጋገጥ።
ተወዳዳሪዎች የንድፍ ሃሳባቸውን በተሰጡት ጊዜያት ውስጥ ባንኩ በሚያስቀምጠው ልጥፍ ስር በአስተያየት መስጫው ላይ ማስቀመጥ።
ተወዳዳሪዎች ወደ ቀጣይ ዙር የሚያልፉ ከሆነ በአካል ቀርበው ሃሳባቸውን ለማቅረብ መዘጋጀት።

መልካም እድል ለተወዳዳሪዎች።
ሲራራ አዋርድ፣ ከሂጅራ ባንክ።
ሃሳብ ያሸልማል!

Guyyoottan 3 Qofatu hafe!

Qopheessummaa Baankii Hijraatiin kan dhihaatu Baadhasni Siraaraa Awwaard qaroowwan daandeetti hojii addaa uumuu qabaniif faayinaansiingii haanga miliyoonaa 3 fi badhaasota hawwisiisoo dabalataa qabatee galmee eegaluudhaaf Sadaasa 07 2016tti beellama qabateera.

Akkaataan waldorgomiin badhaasa Siraaraa itti dhihaatu maal fakkata?

Badhaasni Siraaraa guutummaa biyyattiitti Dorgomtootaa gaheeyyii fi gameeyyii ta’an dorgommii keessatti hirmaachisuun karoora dalagaa isaanii bifa hammayyoomeen dhiheessuuf akka isaan dandeessisuuf gita yaada hojii uumuu ittiin dorgomuu barbaaddan guyyaa Dorgommichi eegalu, jechuunis Sadaasa 07/2017 irraa jalqabee karaa toora Feesbuuka oofishaala Baankii Hijraa irratti maxxansa maxxanfamu jalatti kutaa yaada itti kennaan yookiin “comment section “ jalatti barreessuudhaan hirmaachuu ni dandeessu.
Kunis dorgomtoonni yaada hojii uumuu isaanii comment section jalatti barreessuun akka galmooftanitti lakkaa’amuu isin dandeessisa.

Itti aansunis, adeemsi galmee fi calallii badhaasa siraaraa fuulaa Feesbuuka baankichaa jalatti yaadolee hojii uumuu tarreeffaman funaanuun erga geggeffamee booda, Dorgomtoonni gaheeyyiin Abbootii Murtiitiin filatamuun qaamaan dhihaatanii yaada isaanii kan itti dhiheessan fi kara kutaa itti aanuu jechuunis kan faayinaansiingii hanga miliyoona 3tti Badhaafamoo ta’anitti kan itti darbaniidha.

Ulaagaalee dorgomtoonni yaada isaanii comment section jalatti yeroo kaa’an guutuu qaban.

Dorgomtoonni yeroo yaada Hojii uumuu isaanii kutaa comment section jalatti maxxansan jechoota 300 ol fayyadamuu dhabuu
Dorgomtoonni yeroo yaada hojii uumuu dhiheeffattan gita hojii keessanii, omishaa fi dhiyeessaalee dhiheessitan, maqaa dalagaa keessanii fi bakka dalagichi itti dalagamu ibsuu mirkaneeffachuu
Dorgomtoonni yaada Hojii isaanii yoo dhiheessaan Adeemsa Shari’aatiin kan walsime ta’uu mirkaneeffachuu
Dorgomtoonni yaada Hojii isaanii yeroo kenname keessatti maxxansa baankichi kaa’u jalatti yaada of qubsiisuu
Dorgomtoonni gara kutaa itti aanutti kan darban yoo ta’e qaamaan dhihaatanii yaada isaanii dhiheessuuf qophaa’uu

Dorgomtootaa fi carraa gaarii
Badhaasa siraaraa baankii Hijraa irraa

Yaadni ni badhaasisa!

#HijraBank #SiraraAward #ifb #SiraraFAQ

1 month, 2 weeks ago
ህዳር 7 እየደረሰ ነው!!!

ህዳር 7 እየደረሰ ነው!!!

የሲራራ አዋርድ ምዝገባ 5 ቀን ብቻ ቀርተውታል::

3 ሚሊዮን ብር ያለ ማስያዣ ፍይናንስ የሚደረጉበት  እና ሌሎች አጓጊ ሽልማቶችን አሸናፊ ለሚሆኑበት የስራ ፈጠራ ውድድር ሃሳብዎን አዘጋጅተዋል?

ህዳር 7 በሂጅራ ባንክ የፌስቡክ ገፅ ላይ 300 ቃላት በመጠቀም ሃሳብዎን ያስፍሩ:
ይወዳደሩ ይሸለሙ!!!

ሲራራ አዋርድ
ሃሳብ ያሸልማል!

Sadaasni 7 gahaa jira!

Galmee badhaasa Siraaraatiif guyyaa 5 qofatu hafee jira.

Badhaasa Siraaraa Qabsiisa tokko malee faayinaansiingii hanga Miliyoona 3 fi badhaasolee hawwisiisoo garagaraa badhaafamuu kan isin dandeessisuuf yaada hojii uumuu keessan qopheeffattanii jirtuu?

Sadaasa 7 fuula feesbuuka baankii Hijraa jalatti jechoota 300 hin caalle fayyadamuun yaada hojii uumuu keessan kaa’aa! Dorgomaa badhaafamaa

Badhaasa Siraaraa
Yaadni ni badhaasisa!

#HijraBank #SiraraAward  #ifb #Interest_free_Banking #five_ays_to_go

1 month, 2 weeks ago
ሂጅራ ቢዝነስ በዚህ ሳምንት መሰናዶው፣ ባንካችን …

ሂጅራ ቢዝነስ በዚህ ሳምንት መሰናዶው፣ ባንካችን በሚያዘጋጀው እና የስራ ፈጠራ ባለቤቶችን አወዳድሮ ለመሸለም በቀረበው ሲራራ አዋርድ ጋር በተያያዘ የብዙ ስራ ፈጠራ ውጤቶች ባለቤት እና Ibex technologies and Promotion መስራች እና ስራ አስፈጻሚ እንዲሁም የሲራራ አዋርድ ዳኛ ከሆነው ወጣት ኢዘዲን ካሚል ጋር ቆይታውን አድርጓል።

የሲራራ አዋርድ ምዝገባ ለመጀመር ጥቂት ቀናት ብቻ ቀርተውታል፣ እርሶስ ለመሳተፍ ዝግጁ ኖት?

ሙሉ ዝግጅቱን በባንካችን YouTube ገጽ ላይ ለመከታተል የሚከተለውን ሊንክ ይጫኑ።

https://youtu.be/YionMfK49As?si=1SIA4Poldvm5j0kL

#HijraBank #ifb #hijrabusiness #SiraraAward

1 month, 2 weeks ago
እንዴት በቀላሉ የሃላልፔይ ሂሳብ መክፈት አችላለሁ?

እንዴት በቀላሉ የሃላልፔይ ሂሳብ መክፈት አችላለሁ?

ያለ ምንም ድካም የባንካችን ቅርንጫፎች አልያም የሃላልፔይ ወኪሎች ጋር መሄድ ሳይጠበቅብዎ የእጅ ስልክዎን ብቻ በመጠቀም የሃላልፔይ ሂሳብ በመክፈት የአገልግሎቱ ተጠቃሚ መሆን ተችሏል።

Akkamitti haala salphaadhaan herreega HalaalPeey banachuu danda'a?

Dameelee baankii keenyaa yookin bakka bu'oota HalaalPeey bira deemun osoo isin irraa hin eegamin dadhabbii tokko malee haala salphaadhaan bilbila keessan qofaan herreega HalaalPeey banachuun tajaajiloota isaa fayyadamuun danda'amee jira.

#HijraBank #halalpay #Digital_banking #ifb #Interest_free_Banking

1 month, 3 weeks ago
Baankiin Hijraa kenniinsa tajaajila isaa gabbisuun …

Baankiin Hijraa kenniinsa tajaajila isaa gabbisuun yadrimee dinagdee waltaawaa ta’e uumee, Hubannoo Faaynaansii Halaalaa hawaasaa cimsuudhaaf kana dura Tv Miinber irratti qophii ‘’Hijra Business’’ jedhu dhiheessaa turuun isaa ni yaadatama. Bu'uuruma kanaan daran hawaasa bal’aa bira dhaqqabuudhaaf hubaannoo hawaasa keenyaa cimsuudhaaf, TV Hamiltan wajjiin ta’uun Afaan Oromootiin sagantaa Faaynaansii Halaalaa irratti xiyyeeffatu "Hijra Business Afan Oromo" jedhe moggaasun tamsaasa jalqabuu isaa yoo ibsu gammachuu guddatu itti dhagahama!

Sagantaa ‘’Hijra Business Afan Oromo’’ yeroo hunda sanbata galgala saa’atii 2:00 irraa eegalee TV Hamiltan irratti kan tamsa'u yommuu ta'u, karaalee toora miidiyaa hawaasaa YouTube Baankii keenyaatiin akka hordoftan kabajaan isin affeerra!

Kana dura Sagantaa bal’aa seenaa dinagdee fi tajaajila baankii irratti bu’uureffate kan Ustaaz Ahmaddiin Jabal wajjiin taasifne toora YouTube baankii Hijraa irratti daawwachuudhaaf liinkii asii gadiitiin seenaa!⬇️⬇️

https://youtu.be/MoiO9en55-0
#HijraBank #ifb #Interest_free_Banking #hijrabusiness

1 month, 3 weeks ago
Hijra Bank
1 month, 3 weeks ago
ዕለታዊ የውጪ ምንዛሬ ተመን ጥቅምት 25/2017 …

ዕለታዊ የውጪ ምንዛሬ ተመን ጥቅምት 25/2017  ዓ.ም
Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa alaa, Onkololeessa 25/2017
Exchange Rate Applicable for November 04, 2024.

ለውጭ ምንዛሬ አገልግሎት ሂጅራ ባንክን ቀዳሚ ምርጫዎ ያድርጉ!
Tajaajila Sharafa alaatif Baankin Hijraa filannoo keessan jalqabaa haa ta'u

#HijraBank  #ExchangeRate #Interest_free_Banking  #remittence

2 months ago
ዕለታዊ የውጪ ምንዛሬ ተመን ጥቅምት 18/2017 …

ዕለታዊ የውጪ ምንዛሬ ተመን ጥቅምት 18/2017  ዓ.ም
Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa alaa, Onkololeessa 18/2017
Exchange Rate Applicable for October 28, 2024.

ለውጭ ምንዛሬ አገልግሎት ሂጅራ ባንክን ቀዳሚ ምርጫዎ ያድርጉ!
Tajaajila Sharafa alaatif Baankin Hijraa filannoo keessan jalqabaa haa ta'u

#HijraBank  #ExchangeRate #Interest_free_Banking  #remittence

We recommend to visit

Community chat: https://t.me/hamster_kombat_chat_2

Twitter: x.com/hamster_kombat

YouTube: https://www.youtube.com/@HamsterKombat_Official

Bot: https://t.me/hamster_kombat_bot
Game: https://t.me/hamster_kombat_bot/

Last updated 3 months, 2 weeks ago

Your easy, fun crypto trading app for buying and trading any crypto on the market.

📱 App: @Blum
🆘 Help: @BlumSupport
ℹ️ Chat: @BlumCrypto_Chat

Last updated 3 months, 1 week ago

Turn your endless taps into a financial tool.
Join @tapswap_bot


Collaboration - @taping_Guru

Last updated 1 week, 2 days ago