Burka Tech

Description
Welcome to BurkaTech! 🚀
Discover the latest in trending technologies, crypto, and online business.

Yaadaaf @ContactBurkabot
Advertising
We recommend to visit

Community chat: https://t.me/hamster_kombat_chat_2

Twitter: x.com/hamster_kombat

YouTube: https://www.youtube.com/@HamsterKombat_Official

Bot: https://t.me/hamster_kombat_bot
Game: https://t.me/hamster_kombat_bot/

Last updated 4 weeks ago

Your easy, fun crypto trading app for buying and trading any crypto on the market

Last updated 3 weeks ago

Turn your endless taps into a financial tool.
Join @tapswap_bot


Collaboration - @taping_Guru

Last updated 1 week ago

6 days, 7 hours ago

✔️Wayita #DV guuuttanitti akkaataa ulaagaa kaa'amee jiruun #photo keessan sirreessuuf #Website gargaaran🔥

➡️Image format garaagaraatiin jiru gara JPEG format tti jijjiiruuf website gargaaru.

convertio.co

➡️Dimension photo tokkoo crop gochuun gara 600px X 600px tti jijjiiruuf website gargaaru.

Photo-tool

imageresizer.com

➡️Size photo keessani MB isaa ol guddatee jira taanaan xiqqeessuuf website gargaaru.

Imagecompressor.11zon.com

Share 🚀
@burkatech

1 week ago

📣🔤🔤 Guutuun eegalameera🔥

🟢Ministeerri Dhimma Alaa U.S.A har'a sagantaa #DV Lottery/ "Green Card " jedhamuun beekamu iyyattoota Ameerikaa keessa jiraachuu fi hojjechuu barbaadaniif baneera.

🟢Akka ibsa Ministeera Dhimma Alaa ibsetti sagantichi har’a October 2 irraa eegalee hanga November 05, 2024 tura.

🟢Sagantaa amma jiruun Ameerikaan lammiilee biyya alaa tilmaamaan kuma 55 ta’aniif #Green_card ni kenniti.

🟢#DV guutuuf yookaanis iyyachuuf kaffaltiin barbaachisu tokkollee akka hin jirre ibsameera.

🟢Guutuuf ykn #Apply gochuuf link armaan gadii fayyadamuu dandeessu https://dvprogram.state.gov/

Video 📱 🌀

Share 🚀
@burkatech

1 week, 1 day ago
3 weeks ago

⚠️#Rocky_Rabbit airdrop isaanii argachuuf Transaction 0.5 TON raawachuu qabdu jedhanii jiru, maal haa goonu

?Kun gaaffii namoota hedduuti. Gaaffii kanaaf deebii kennuun duratti sababa jarrii TON kana nu gaafataniif haa ilaallu.

?Sababa jarri TON kana gaafataniif dhiphina TON network irratti mudachuu danda'a jedhamee eegamu hambisuuf #network_fee dursanii walitti qabaa akka jiraniifi

?Tarkaanfiin kunis harkifannaa wayita #airdrop raabsamutti uumamuu danda’u hambisuudhaan #transaction ariifataa ta’e akka gaggeeffamuuf gargaara jedhanii jiru ?

?Sababa jarri dhiyeessan kun fudhatamummaa kan qabu fakkaatee hin mul'atu, sababiiin isaas #project gurgurddaa kanaan dura turan irratti rakkoo jarri ni mudata jedhan kanaaf #network_fee hagas ga'u dursanii funaanuun furmaata ta’ee hinbeeku.

?Dabalataanis ammoo #exchanges Rocky Rabbit irratti #list ni ta'a jedhaman irraas haga ammaa #officially wanti jedhame hinjiru.

?Inni kan biraa namoota haga guyyaa jedhame kanaatti kaffaltii hin raawwanne #point jarri qaban #burn ta'a ykn ni gubata jedhaniis jiru. Doorsisa kana maaltu fidee? ?

Namoonni tokko tokko ammoo kun obboleessa #Monorix ta'uu hin oolu jedhaati jiru. Akkuma yaadatamu #Monorix duratti #promise hedduu nuuf galaa ture. Xumura irratti garuu maaltu akka mudatee ture hundi keessan kan beektanudha?

?Maalumaafu haga officially #exchanges kannen akka #bitget kan project kana #list godhu jedhaman irraa odeeffannoo quubsaa argannutti osoo kaffaltii kana raawachuu baattanii filatamaadha.

?Risk fudhachuun kaffaltii raawwannee waan ta'u ilaalla kan jettanis filannoon kan keessani. Anyways, haga ammaatti wanti jiru kana fakkaata?

Share ?
@burkatech

3 weeks, 1 day ago

⚠️kanneen haga ammaa ?$DOGS token #bot irraa gara wallet #withdraw hingoone jirtu taanaan bor jechuunis Sept 18, guyyaa xumuraati

?Sanaan booda #burn ta'a, homaa hin argattan jechuudha. Kanaaf namoonni #claim hingoone jiraannaan yeroon claim godhaa.

Share ?
@burkatech

3 weeks, 5 days ago

?????? CATIZEN

?Airdroppin #Catizen boritu xumurama. Haaluma kanaan:

➡️Sept -14th, 2024  00:00 UTC, Catizen SNAPSHOT ta'a.

➡️Sept - 14th, 2024 guyyaa sa'aa 7:00 irraa eegaluun namoonni hundinuu ? $CATI token hagam akka argatan ilaaluu danda'u.

➡️Sept - 15th, 2024 guyyaa sa'aa 7:00 irraa eegaluun Claim gochuun ni eegalama.

➡️Sept - 20th, 2024 ammoo List ta'a jedhuudha.

Share ?
@burkatech

3 weeks, 6 days ago
1 month ago

?Namoonni $DOGS? gara wallet #claim gootanii fi gurgurachuun maallaqatti jijjiirachuu feetan na quunnamuu dandeessu

➡️Akkasumas kanneen Telegram Premium? Package barbaaddan jirtu taanaan na quunnamuun argachuu dandeessu.?@DoUntilDone☑️

We recommend to visit

Community chat: https://t.me/hamster_kombat_chat_2

Twitter: x.com/hamster_kombat

YouTube: https://www.youtube.com/@HamsterKombat_Official

Bot: https://t.me/hamster_kombat_bot
Game: https://t.me/hamster_kombat_bot/

Last updated 4 weeks ago

Your easy, fun crypto trading app for buying and trading any crypto on the market

Last updated 3 weeks ago

Turn your endless taps into a financial tool.
Join @tapswap_bot


Collaboration - @taping_Guru

Last updated 1 week ago