Unlock a World of Free Content: Books, Music, Videos & More Await!

Madda Jaalalaa

Description
Oduuf
Odeeffannoo
Wolaloo
Baacoo fi
Dhaamsa Hayyoota garaa garaa argachuuf
Join godhaa โœ๐Ÿผ

YouTube https:WWW.youtube.com/AfizoTemam
Advertising
We recommend to visit

buy ad: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii

CEO @Obsamilli


Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii

Last updated hace 1ย mes, 1ย semana

Chaanaalii kana irratti Faarsaa Kanneen Bara Durii,akkasuma Haaraa Qilleensarra kan Oolan @full Album,,, argachuu dandeessu #faarfannaa qabdan kara kana nuu ergu dandesu @Faarfannaahaaraa_bot
#group_keenya @faaruutuubee
#Channel keenya @OboroMedia
๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™

Last updated hace 1ย semana, 6ย dรญas

๐Ÿ“ˆ If stock market experts were so expert, they would be buying stock, not selling advice. ๐Ÿค”
~Norman Ralph Augustine | @Stockbot

Contact: @Executive_Robot

Last updated hace 1ย mes

1ย month, 1ย week ago

๐ŸงถChaanaalota   Akkamii  barbaadduuโ“
Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa

๐ŸงถแˆแŠ• แŠ แ‹ญแŠแ‰ต แ‰ปแŠ“แˆ แ‹ญแˆแˆแŒ‹แˆ‰โ“
แŠจแ‰ณแ‰ฝ แ‹จแ‰ฐแˆ˜แˆจแŒกแ‰ตแŠ• แ‰ปแŠ“แˆŽแ‰ฝ แ‹ญแ‰€แˆ‹แ‰€แˆ‰

๐“๐ก๐ข๐ฌ ๐ˆ๐ฌ ๐‡๐จ๐ฉ๐ž ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐ญ๐ข๐จ๐ง
๐€๐๐ฏ๐ž๐ซ๐ญ๐ข๐ฌ๐ข๐ง๐  ๐“๐ž๐ฅ๐ž๐ ๐ซ๐š๐ฆ
  ๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ๐ฌ//๐†๐ซ๐จ๐ฎ๐ฉ๐ฌ
---------------

๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ๐ฌ//๐†๐ซ๐จ๐ฎ๐ฉ๐ฌ 10๐Š+
๐…๐ซ๐ž๐ž ๐–๐š๐ฏ๐ž๐ซ @Rafiqul_Islaam

1ย month, 1ย week ago

โ„น๏ธ "Mobile Card" Guyyaa guyyaadhaan ittiin guuttachuu dandeessu, Maallaqa hedduus hojjechuu dandeessu!
             โ‡ฃ
Namoota hojii online hojjettan maraaf!

Karaa Telegram osoo homaayyuu hin dhama'iin, namaaf share taasisuu qofaan qarshii hedduu argadhaa!

Step 1 :-

Jalqaba link kana tuquun Start tuqaa!

https://t.me/hulepay_official_bot?start=r07255829184

Step 2 :-

Channel lamaan isiniif dhufan join taasisaa! Sana booda ยซโœ…Checkยป kan jedhu tuqaa!

Kaffaltii karaa Telebirr kan fudhattan yoo ta'u, Referral link keessan namaaf erguun qarshii hedduu hojjechuu dandeessu!

Nama tokkoon birrii tokko kan kaffalu yoo ta'u, akkasumas guyyaa guyyaadhaan bonus qaba!

1ย month, 1ย week ago

๐‘จ๐’”๐’”๐’‚๐’๐’‚๐’‚๐’Ž๐’– ๐‘จ๐’๐’‚๐’š๐’Š๐’Œ๐’–๐’Ž ๐‘พ๐’๐’“๐’‚๐’‰๐’Ž๐’‚๐’•๐’–๐’๐’๐’‚๐’‚๐’‰๐’Š ๐‘พ๐’๐’ƒ๐’‚๐’“๐’‚๐’Œ๐’‚๐’‚๐’•๐’–๐’‰๐’–๐’–

๐†๐š๐š๐Ÿ๐Ÿ๐ข๐ข ๐€๐ซ๐ฆ๐š๐š๐ง ๐†๐š๐๐ข๐ข ๐ˆ๐ซ๐ซ๐š๐ญ๐ญ๐ข ๐‡๐ข๐ซ๐ฆ๐š๐š๐๐ก๐š๐š!!

๐‘Œ๐‘’๐‘Ÿ๐‘œ๐‘œ ๐ฝ๐‘Ž๐‘™๐‘ž๐‘Ž๐‘๐‘Ž๐‘Ž๐‘ก๐‘–๐‘–๐‘“ ๐พ๐‘Ž๐‘Ÿ๐‘Ž๐‘Ž ๐‘…๐‘Ž๐‘๐‘๐‘–๐‘– ๐พ๐‘’๐‘’๐‘ ๐‘ ๐‘Ž๐‘ก๐‘ก๐‘– ๐‘๐‘Ž๐‘š๐‘›๐‘– ๐‘‹๐‘–๐‘ฆ๐‘ฆ๐‘Ž ๐ท๐‘Ž๐‘Ÿ๐‘๐‘Ž๐‘ก๐‘’ ๐ธ๐‘’๐‘›๐‘ฆ๐‘ข๐‘ข?

1ย month, 2ย weeks ago

[๐‘ช๐‘ฏ๐‘จ๐‘จ๐‘ต๐‘จ๐‘จ๐‘ณ๐‘ฐ๐‘ฐ ๐‘จ๐‘ฒ๐‘ฒ๐‘จ๐‘ด๐‘ฐ๐‘ฐ ๐‘ฉ๐‘จ๐‘น๐‘ฉ๐‘จ๐‘จ๐‘ซ๐‘ซ๐‘ผ๐‘ผโ‰๏ธ
๐‘พ๐‘ฏ๐‘จ๐‘ป ๐‘ช๐‘ฏ๐‘จ๐‘ต๐‘ต๐‘ฌ๐‘ณ ๐‘ซ๐‘ถ ๐‘ป๐‘ฏ๐‘ฌ๐’€ ๐‘พ๐‘จ๐‘ต๐‘ปโ‰๏ธ

๐Ÿš ๐„๐ฅ๐ž๐ค๐จ๐จ๐ฉ๐ญ๐š๐ซ๐ข๐œ๐ก๐š ๐Š๐š๐ง๐š ๐“๐ฎ๐ช๐ข๐ข ๐Œ๐š๐š๐ฅ  ๐€๐ค๐ค๐š ๐๐š๐›๐š๐ญ๐ž๐ž ๐‰๐ข๐ซ๐ฎ ๐ˆ๐ฅ๐š๐š๐ฅ๐ข๐ข!!  ๐–๐š๐š๐ง ๐Š๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐š ๐‰๐ข๐ซ๐ฎ ๐˜๐ž๐ซ๐จ๐จ ๐€๐ซ๐ ๐ข๐ญ๐ž ๐†๐š๐ฆ๐ฆ๐š๐œ๐ก๐ฎ๐ฎ ๐†๐ฎ๐๐๐š๐š ๐€๐ซ๐ ๐ข๐ญ๐š๐š!!
   โ–ฌโ–ฌ.โ—™.โ–ฌโ–ฌ
    โ–‚โ–„โ–„โ–“โ–„โ–„โ–‚
โ—ขโ—คโ–ˆโ–€โ–€โ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–„โ–„โ–„โ–„โ—ขโ—ค
โ–ˆโ–„ โ–ˆ โ–ˆโ–„ โ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–€โ–€
     โ—™        โ—™

๐‘ฐ๐’๐’‚๐’‚๐’๐’–๐’–๐’…๐’‰๐’‚๐’‚๐’‡ ๐‘จ๐’…๐’… "๐‘ช๐’‰๐’‚๐’๐’๐’‚๐’๐’”" ๐‘ฒ๐’‚๐’ ๐‘ฑ๐’†๐’…๐’‰๐’– ๐‘ป๐’–๐’’๐’Š๐’Š ๐‘บ๐’†๐’†๐’๐’Š๐’Š. ๐‘พ๐’‚๐’‚๐’ ๐‘ฏ๐’†๐’…๐’…๐’–๐’– ๐‘บ๐’Š ๐‘ฎ๐’‚๐’Ž๐’‚๐’„๐’‰๐’Š๐’Š๐’”๐’–๐’•๐’– ๐‘ฒ๐’†๐’†๐’”๐’”๐’‚ ๐‘ฑ๐’Š๐’“๐’‚๐’‚](https://t.me/addlist/h9UzbwTWDkQwOTNk)

Channel // Group 10K+ ๐’๐ฎ๐›๐ฌ๐œ๐ซ๐ข๐›๐ž๐ซ๐ฌ
๐…๐ซ๐ž๐ž ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐ญ๐ž๐’“: @Rafiqul_Islaam

1ย month, 2ย weeks ago

#Mammaaksa_Oromoo !
~ "Nyaannee dhuufuu miti; heerumnee quufuu dadhabne" jette jaartiin
~ Dubartii fi Qawwee abbuma bira jirutu dhukaasa!
~ Dhiirrii fi sareen bakkuma itti ho'e bulti.
~ "Na jiisuuf taanaan itti hin dhiibini, garaa Na ciibsuuf taanaan irraa alatti hin dhiisini" jette niitiin sanyoo haaraa baafattee
~ "Wal balleessinee addaan nu qabaa!" Jedhe sodaataan!
~ Qe'ee abbaan hin jirre tisiisni irratti walgeessi.
~ Bishaan mixiin lagaa waraabde jaldeessi qaama ittiin dhiqata.
~ Re'ee amala hin qabneef hidhaa hin dheeressani.
~ Harka mirgaa kutuun harka bitaa darbannaa barsiisuu dha.
~ Waraabessi soddummaa harree barbaaduun akka hin beelofneefi.
~ Kan haati boo'aa guddifatte haati biddeenaa boo'aa biddeen kennitiif.
~Tisisni noorii barte booda "harka na dhiqachiisaa" jetti.
~ Walgahiin saree xumurri isaa kajeellaa dha
~ "Dubara maaliin gowwoomsu?" jennaan , "Qn*rroo fi qorqorroon" jedhe jaarsi.
~ "Anuu hin fayyuu hanga yoomitti na hiitan?" jette maraatuun.
~ "Aannan gaalaa dhugdus dhuguu baattus ni duuta " jennaaniin, gowwaan afaanitti qabatee du'e jedhan.
~ Kan ulfina didde, ulfaan loon tiksiti.
~ "Maali intalaa koo yoo dhabde hin galtuu" jette jaartiin ilmoo hannatti ergatte eegdee dadhabnaan.
...
Horaa Bulaa!

1ย month, 2ย weeks ago

๐ŸงถChaanaalota   Akkamii  barbaadduuโ“
Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa

๐ŸงถแˆแŠ• แŠ แ‹ญแŠแ‰ต แ‰ปแŠ“แˆ แ‹ญแˆแˆแŒ‹แˆ‰โ“
แŠจแ‰ณแ‰ฝ แ‹จแ‰ฐแˆ˜แˆจแŒกแ‰ตแŠ• แ‰ปแŠ“แˆŽแ‰ฝ แ‹ญแ‰€แˆ‹แ‰€แˆ‰

๐“๐ก๐ข๐ฌ ๐ˆ๐ฌ ๐‡๐จ๐ฉ๐ž ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐ญ๐ข๐จ๐ง
๐€๐๐ฏ๐ž๐ซ๐ญ๐ข๐ฌ๐ข๐ง๐  ๐“๐ž๐ฅ๐ž๐ ๐ซ๐š๐ฆ
  ๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ๐ฌ//๐†๐ซ๐จ๐ฎ๐ฉ๐ฌ
---------------

๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ๐ฌ//๐†๐ซ๐จ๐ฎ๐ฉ๐ฌ 10๐Š+
๐…๐ซ๐ž๐ž ๐–๐š๐ฏ๐ž๐ซ @Rafiqul_Islaam

3ย months, 2ย weeks ago

๐๐š๐ฆ๐ง๐ข ๐˜๐ž๐ซ๐จ๐จ ๐‰๐š๐ฅ๐ช๐š๐›๐š๐š๐ญ๐ข๐ข๐Ÿ ๐Œ๐š๐๐ข๐ข๐ง๐š๐ญ๐ญ๐ข ๐ˆ๐ฆ๐š๐š๐ฆ๐š ๐“๐š'๐ฎ๐ฎ๐ง ๐Œ๐ฎ๐ฌ๐ฅ๐ข๐ฆ๐จ๐จ๐ญ๐š ๐’๐š๐ ๐š๐œ๐ก๐ข๐ข๐ฌ๐ž ๐„๐ž๐ง๐ฒ๐ฎ๐ฎ?

3ย months, 2ย weeks ago

HIN BARBAACHISUU

gaaf jiru wajjin nyaachaa
gaaf dhabaa walitti duulanii
gammachuu waliif birmachaa
gaaf gaddaa maaf of tuulanii

gaafa fayyaa wal simannaa
osoon cabin waliif okkolaa
gaafa cabaa wal himannaa
waliif oo,uu dhiifnee wal qoccolaa

gaaf uffata qulqulluu
wol dhungachaa
gaaf agabuu bullu
wal tuffachaa

gaafa cidhaa waliin jirraa
gammachuudhaan walitti seeqaa
ammoo waan hin taane waliif hirraa
gaafa daboommoo wal jeeqaa

nutoo wal qabna
gaafa qabnuu
maaf wal dhabnaa
gaafa cabnuu

eega garaan nu didee
cabaa waliif oo,uu
mee maalumatu fidee
gaafa du,aa waliif boo,uu

lakki nuuf hin woyyuu
sobaan walmaraachisuu
osoo dhiifnee gaariidhaa
akkanni hin barbaachisuu

@misael_faadil โœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธ

3ย months, 2ย weeks ago

[๐Ÿ“Œ Manicha irratti tuquudhaan banaa seenaa!
       โ”โ”“
       โ”ƒโ”ƒโ•ฑโ•ฒ
       โ”ƒ โ•ฑโ•ฑโ•ฒโ•ฒ
       โ•ฑโ•ฑโ•ญโ•ฎโ•ฒโ•ฒ
       โ–”โ–โ”—โ”›โ–•โ–”
    โ•ฑโ–”โ–”โ–”โ–”โ–”โ–”โ–”โ–”โ–”โ–”  โ•ฒ
โ•ฑ       ฯ‰ั”โ„“ยขฯƒะผั”โ„ข             โ•ฒ
   โ•ฑโ•ฑ  โ”โ”ณโ”“โ•ญโ•ฎ โ”โ”ณโ”“   โ•ฒโ•ฒ
    โ–”โ– โ”—โ”ป   โ”ƒโ”ƒ โ”—โ”ปโ”›  โ–•โ–”

Open Home - Click here](https://t.me/addlist/h9UzbwTWDkQwOTNk)

Ads
@Xiin_Sammuu
@Daaru_Salaam

3ย months, 3ย weeks ago

Jaalalli kee waadee
Mar'imaan na gubee
Mee Kottuu wollaani
Onnee Jaalalli Hubee

Jaalala isa dhugaa
Isa fakkiin qabnee
Kan bara baraan haaromu
Kan yoomiyyuu hin bannee

Kottuu mee na soori
Anis siifan laadhaa
Morma Kee jala lixeen
Yaada koo sitti ibsadhaa

Garuu.....
Namni inni yeroo ammaa
Dhalatee jaalalleen dhabuu
Animmoo jaraan addaam
Waan tokkoyyuun qabuu.
Jaalallee dhabuun Koo..
Garuu isin hin dhibuu?

Gurbaa cimi jedhaa
Adduunyaa hundarraa
Haafiz ilma Tamaamiin
Jedhaaka si woliin jirraa.

We recommend to visit

buy ad: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii

CEO @Obsamilli


Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii

Last updated hace 1ย mes, 1ย semana

Chaanaalii kana irratti Faarsaa Kanneen Bara Durii,akkasuma Haaraa Qilleensarra kan Oolan @full Album,,, argachuu dandeessu #faarfannaa qabdan kara kana nuu ergu dandesu @Faarfannaahaaraa_bot
#group_keenya @faaruutuubee
#Channel keenya @OboroMedia
๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™

Last updated hace 1ย semana, 6ย dรญas

๐Ÿ“ˆ If stock market experts were so expert, they would be buying stock, not selling advice. ๐Ÿค”
~Norman Ralph Augustine | @Stockbot

Contact: @Executive_Robot

Last updated hace 1ย mes