All-in-One Cross-Chain DeFi Solution with native token $SWITCH
Partnerships: [email protected]
Last updated 5 months, 3 weeks ago
Buy ads: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii
Contact us @Burqasupport
Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii
Last updated 1 month, 3 weeks ago
Welcome to Garisoakings, where laughter is the best seasoning! Dive into a hilarious pool of memes‼️👑,Join us, share the joy, and let's soak in the meme-licious madness together! 🎉😂
Last updated 1 week, 6 days ago
BOSONA GALLA...!
•••••••••••••••••••••••
Boca tokkoon dhalatee
Namaaf ta’us miseensa,
Ramaddiitu fuggise
Malee, namni bineensa.
Waraabessaa fi yeyyii
Qurxummiileen galaanaa
Sanyii ofiif marartoon
Fira ta’anii aanaa
Jaalala hawaasummaan
Yoo jiraatan wal faana.....
Uumamni rabbi tolaan
Sammuu yaadu baachisee
Guddisee waan uumerra
Sadarkaasaa caalchise,
Dhalli namaa Ilaahiin
Kabaja uffachiise
Bineensaa gadi ta’ee
Ofiif of tuffachiise.
Eeyyee....
Wal awwaallataaf malee
Walitti uffisee adii
Marga nyaachuu baatullee
Namni beeyladaa gadi.
Kotte-duudaas haa ta’u
Busaayeedhaafi horii
Nyaatanii wal ajjeesuu?
Naaf himikaa mee qorii
Bineensonni bosonaaf
Bineeldi mana galtu
Kamimee gar-jabinaan
Kan sanyii ofii qaltu?
Dhalli namaa garuu.....
Sammuu yaadu baadhatee
Uumama hunda caalaa
Hayawaanaa gad ta’ee
Cubbuudhaan ardii faala.
Utuma addaan beekuu
Xiinxalee dabaaf sirrii
Namummaa keessaa ba’ee
Hamminaan kutee kirrii
Ganda amantaaf gosaan
Qoodee daangaa sararee
Uumamuma akkasaa
Lubbuu baasa dararee.
Bineensi qulqulloota
Hin hiddu bofti bofa
Bineeyyonni dhugumaa
Dhaluma namaa qofa.
Eeyyee...
Har’as akka kaleessaa
Garaan namoota garii
Alexander the great
Mosolooniif Hiitlarii...
Sammuun yaadee sibiila
Ibiddaan buufee tume
Qaroomuutti tortoree
Diddaa’ee dhuufee dhume.
Egaa...
Heerri uumamaa dabee
Dhamni caalee baaduurra
Erga bu’aa buuseemmoo
Yaaduu dhabuun yaaduurra,
Erga nun dhaabu ta’ee
Sammuun bakka nuuf malu
Maaliif bosona hin seennu?
Bineensi mana haa galu.
Lafee wal caccabsinee
Wal unachuurra dhuka
Baddaa gallee haa nyaannu
Cirannee baala mukaa.
Sammuurraa bilisoomnee
Yoos wal mararuu mallaa,
Manni nuun hin bareedu
Ka’aa bosona gallaa!
✍️..... Riyaad Raayyaa
@Dhangaa_Walaloo join godhaa!
?Chaanaalota Akkamii barbaadduu❓
Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa
?ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ❓
ከታች የተመረጡትን ቻናሎች ይቀላቀሉ
???? ?? ???? ?????????
??????????? ????????
????????//??????
---------------
????????//?????? 10?+
???? ????? @Rafiqul_Islaam
[? ?????????????? ???? ????? ???? ???? ??????? ???? ???????!! ???? ?????? ???? ????? ?????? ????????? ?????? ???????!!
▬▬.◙.▬▬
▂▄▄▓▄▄▂
◢◤█▀▀████▄▄▄▄◢◤
█▄ █ █▄ ███▀▀
◙ ◙
???????????? ??? "?Join?" ??? ????? ????? ??????. ???? ?????? ?? ???????????? ?????? ?????](https://t.me/addlist/T85zGlmZjLIzYjdk)
???? ????????: @Rafiqul_Islaam
?????????? ??????? ??????????⁉️
???? ??????? ?? ???? ????⁉️
Channel/Group 10K+ ???????????
???? ????????: @Rafiqul_Islaam
????????? ???????? ??????????????? ??????????????
Makkaatti ergamaa Rabbitti (S.A.W)
аапее (booda) sahaabiin Qur'aana sagalee
olfuudhuudhaan dubbise eenyu?
1?? ???? ?? ?????? ??? ?????????? ????? ??'??⁉️
»»» Click Here «««
»»» Click Here «««
»»» Click Here «««
»»» Click Here «««
»»» Click Here «««
»»» Click Here «««
[አዲስ ጫወታ መዋሸት አይቻልም የስማችሁን የመጀመሪያ ፊደል በመንካት የሚመጣላችሁን ቀላል ጥያቄ መመለስ.. ዳይ ወደ ስራ?
⚜?⚜ ⚜?⚜ ⚜?⚜
⚜?⚜ ⚜?⚜ ⚜?⚜
⚜?⚜ ⚜?⚜ ⚜?⚜
⚜?⚜ ⚜?⚜ ⚜?⚜
⚜?⚜ ⚜?⚜ ⚜?⚜
⚜?⚜ ⚜?⚜ ⚜?⚜
⚜?⚜ ⚜?⚜ ⚜?⚜
⚜⚜ ⚜?⚜ ⚜?⚜
⚜?⚜ ⚜?⚜
መልካም ጨዋታ?](https://t.me/addlist/T85zGlmZjLIzYjdk)
???? ????: @Rafiqul_Islaam
All-in-One Cross-Chain DeFi Solution with native token $SWITCH
Partnerships: [email protected]
Last updated 5 months, 3 weeks ago
Buy ads: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii
Contact us @Burqasupport
Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii
Last updated 1 month, 3 weeks ago
Welcome to Garisoakings, where laughter is the best seasoning! Dive into a hilarious pool of memes‼️👑,Join us, share the joy, and let's soak in the meme-licious madness together! 🎉😂
Last updated 1 week, 6 days ago