๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ

Description
๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/Istanbul
Ergaa gaggaarii, yaadannoo gaggabaaboo, Da'awaa Islaamaa,jechamoota gaggaarii, Beekkumsa waliigalaa, Seenaawwan barsiisoo, Dinqiiwwan adda addaa argachuu yoo barbaaddan media kana join godhaa.
Yaadaaf๐Ÿ‘‡
https://t.me/Ibrahim_92taf
Advertising
We recommend to visit

แŠแŒปแŠแ‰ต แˆˆแˆ…แ‹แ‰ฃแ‰ฝแŠ• - แ‰ฅแˆแŒฝแŒแŠ“ แˆˆแŠ แŒˆแˆซแ‰ฝแŠ•!

Bilisummaan uummata keenyaaf - badhaadhinni biyya keenyaaf!

Freedom to our People โ€“ Prosperity to our Nation!

Last updated 1ย week, 5ย days ago

Last updated 1ย month, 1ย week ago

Qalin Xor ah, fikir saliim ah iyo xog la hubo ka hel Awdal News.

Last updated 3ย months, 1ย week ago

1ย month, 1ย week ago

#Salaata_Duhaa_beektuu__?

1) Rasuula keenyatu (Sallallaahu aleyhi wasallam) nuu dhaame..!
2) Salaata warra towbaa guddisuuti....
3) Ajriin isaa Sadaqaa 360tti namaaf qixxoofti...
4) Baay'inni salaataa...
Raka'aa lamarraa eegala... lamaa qofa salaatuus dandeessa... lamaa olis hanga barbaadde salaatuu dandeessa...!
5) Yeroon isaa..Erga aduun baatee booda, yoo xiqqaate daqiiqaa 15 booda eegaltee.. Hanga Salaata zuhrii dura daqiiqaa 10tti, yeroo barbaadde salaatuu dandeessa....!!

โ˜˜Amma dhageessee dhiistaa ree____?
ูู‡ู„ ุชุชุฑูƒู‡ุง__ุŸ

Share๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or

Telegram

๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ

๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/Istanbul Ergaa gaggaarii, yaadannoo gaggabaaboo, Da'awaa Islaamaa,jechamoota gaggaarii, Beekkumsa waliigalaa, Seenaawwan barsiisoo, Dinqiiwwan adda addaa argachuu yoo barbaaddan media kana join godhaa. Yaadaaf***๐Ÿ‘‡*** https://t.me/Ibrahim\_92taf

[#Salaata\_Duhaa\_beektuu\_\_](?q=%23Salaata_Duhaa_beektuu__)?
1ย month, 1ย week ago

#Ramadaan__Suutuma...!

โœ Suutuma deemi yaa Ramadaan... yoom qalbiin teenna jiitee...! yoom Ruuhiin teenna dheebuu si baatee! nurraa fiigaa jirta...
Kaleessa anaa dhufu Ramadaana jechaa turre... hardha immoo suuta Yaa Ramadaan jechaa jirra... ๐Ÿ˜ข
โœ Maaltu akkana si ariifachiise garuu...!... hawwiidhaan si eegaa turre... fiigiichaan nurraa deemaa jirta...!
โœ Rabbiin guyyoota lakkaawamoodha jedhee waa'ee kee nu barsiise qulqullaawee ol tahe...!
ุฃูŠุงู…ุง ู…ุนุฏูˆุฏุงุช......!

Ramadaanatti tola oolaa....!
Ramadaanni bar keessummaa, gaaddisni isaa namatti hin ulfaanneedh...arjummaa isaa irraa namuun duroomne... keessummaa baay'ee nama wajjiin hin turre...

โœ Yaa Rabbi ka dabre nurraa qeebali, kan hafe irratti nu qarqaari... ibiddarraahis nu baraari yaa Allaah....
๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or

Telegram

๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ

๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/Istanbul Ergaa gaggaarii, yaadannoo gaggabaaboo, Da'awaa Islaamaa,jechamoota gaggaarii, Beekkumsa waliigalaa, Seenaawwan barsiisoo, Dinqiiwwan adda addaa argachuu yoo barbaaddan media kana join godhaa. Yaadaaf***๐Ÿ‘‡*** https://t.me/Ibrahim\_92taf

[#Ramadaan\_\_Suutuma](?q=%23Ramadaan__Suutuma)...!
1ย month, 1ย week ago
1ย month, 2ย weeks ago

โœ Rabbii keenya ba'aa nuti hin dandeenye nun baachisin...!
ุฑูŽุจูŽู†ุง ูˆูŽู„ุง ุชูุญูŽู…ูู‘ู„ู†ุง ู…ุง ู„ุง ุทุงู‚ูŽุฉูŽู„ูŽู†ุง ุจูู‡ู.๐Ÿคฒ๐Ÿค

1ย month, 2ย weeks ago
1ย month, 2ย weeks ago

#Israafa....
๐Ÿ‘‡
โœ Namni baay'ee nyaate... Baay'ee dhuga; baay'ee rafa; waa baay'ee kasaaras...
@tafak_or

1ย month, 3ย weeks ago

โœ Rabbii kankee yoo dagattee jiraatte yaadadhu....
_๏ดฟ ูˆูŽุงุฐู’ูƒูุฑ ุฑุจู‘ูƒูŽ ุฅูุฐูŽุง ู†ูŽุณููŠุชูŽ ๏ดพุ›
(Du'aa'ii baay'ee fayyadduudha haffazaa irraa fayyadamaa๐Ÿ‘‡)

Subhaanallaah...
- ุณูุจุญุงู† ุงู„ู„ู‡.๐ŸŒฑ
Alhamdulillaah
- ุงู„ุญู…ุฏู„ู„ู‡.๐ŸŒฑ
Allaahu Akbar
- ุงู„ู„ู‡ ุฃูƒุจู‘ุฑ.๐ŸŒฑ
Astegfirullaah
- ุฃุณุชุบูุฑุงู„ู„ู‡.๐ŸŒฑ
Laa ilaaha illallaahu
- ู„ุง ุงู„ู‡ ุงู„ุง ุงู„ู„ู‡.๐ŸŒฑ
laa howla walaa quwwata Illaa billaah..
- ู„ุงุญูˆู„ ูˆู„ุง ู‚ูˆุฉ ุงู„ุง ุจุงู„ู„ู‡.๐ŸŒฑ
Subhaanallaah Wabihamdihii
- ุณูุจุญุงู† ุงู„ู„ู‡ ูˆุจุญู…ุฏู‡.๐ŸŒฑ
Subhaanallaahil Aziim
- ุณูุจุญุงู† ุงู„ู„ู‡ ุงู„ุนุธูŠู….๐ŸŒฑ
laa ilaaha Illaa anta subhaanaka innii kuntu minazzaalimiin
- ู„ุง ุงู„ู‡ ุงู„ุง ุงู†ุช ุณูุจุญุงู†ูƒ ุฑุจูŠ ุงู†ูŠ ูƒู†ุช ู…ู† ุงู„ุธุงู„ู…ูŠู†.๐ŸŒฑ
Hasbiyallaahu laa ilaaha Illaa huwa, aleyhi tawakkaltu, wahuwa Rabbul arshil aziim
- ุญุณุจูŠ ุงู„ู„ู‡ ู„ุง ุงู„ู‡ ุงู„ุง ู‡ูˆ ุนู„ูŠู‡ ุชูˆูƒู„ุช ูˆู‡ูˆ ุฑุจ ุงู„ุนุฑุด ุงู„ุนุธูŠู…ู‘.๐ŸŒฑ
Allaahumma innaa nas'aluka husnalkaatumaa
- ุงู„ู„ู‡ู‘ู… ู†ุณุงู„ูƒ ุญุณู† ุงู„ุฎุงุชู…ุฉ.๐ŸŒฑ
Allaahumma salli wasallim alaa nabiyyinaa Muhammad (Sallallaahu aleyhi wasallam)
- ุงู„ู„ู‡ู‘ู… ุตู„ ูˆุณู„ู… ุนู„ู‰ ู†ุจูŠู†ุง ู…ุญู…ุฏ ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆ ุณู„ู….๐ŸŒฑ
Allaahumma sabbit qalbii alaa diinika...
- ุงู„ู„ู‡ู‘ู… ุซุจุช ู‚ู„ุจูŠ ุนู„ู‰ ุฏูŠู†ูƒ.๐ŸŒฑ
Allaahumma-rham man sabaquunaa ileyk....
- ุงู„ู„ู‡ู‘ู… ุงุฑุญู… ู…ู† ุณุจู‚ูˆู†ุง ุฅู„ูŠูƒ.๐ŸŒฑ
Allaahumma alhimna shahaadatan indalmowt....
- ุงู„ู„ู‡ู‘ู… ุฃู„ู‡ู…ู†ุง ุงู„ุดู‡ุงุฏุฉ ุนู†ุฏ ุงู„ู…ูˆุชู.๐ŸŒฑ
Allaahumma ajirnii mina-nnaar...
- ุงู„ู„ู‡ู‘ู… ุฃุฌุฑู†ูŠ ู…ู† ุงู„ู†ุงุฑ.๐ŸŒฑ
Allaahumma innii asalukal hudaa; wattuqaa; Wal afaafa; wal ginaa....
- ุงู„ู„ู‡ ุงู†ูŠ ุฃุณุฃู„ูƒ ุงู„ู‡ุฏู‰ ูˆ ุงู„ุชู‚ู‰ ูˆ ุงู„ุนูุงู ูˆ ุงู„ุบู†ู‰.๐ŸŒฑ
๐Ÿค๐Ÿ’š
Join&share๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or

Telegram

๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ

๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/Istanbul Ergaa gaggaarii, yaadannoo gaggabaaboo, Da'awaa Islaamaa,jechamoota gaggaarii, Beekkumsa waliigalaa, Seenaawwan barsiisoo, Dinqiiwwan adda addaa argachuu yoo barbaaddan media kana join godhaa. Yaadaaf***๐Ÿ‘‡*** https://t.me/Ibrahim\_92taf

***โœ*** Rabbii kankee yoo dagattee jiraatte yaadadhu....
1ย month, 3ย weeks ago

๐Ÿ’ซ Du'aa'ii Ifxaaraa ...

โ€Allaahumma laka sumtu, wa'alaa rizkiqa afxartu... โ€
ยซ ุฃู„ู‘ู„ู‡ู…ูŒ ู„ูƒ ุตูู…ุชู ูˆุนู„ู‰ ุฑูุฒู‚ูƒูŽ ุฃูุทุฑุชู...ยป

Share๐Ÿ‘‰ @tafak_or

1ย month, 3ย weeks ago

โœ Ramadaanni waan guyyoonni qalbii kee keessatti balleessite hedduu tolcha inshallah...!
@tafak_or

1ย month, 3ย weeks ago

โœ Qalbiin ilma namaa ganama fi galgala yoo zikriidhaan dheebuu hin baanee...doomaa deema...!
ุงุฐูƒุฑูˆุง ุงู„ู„ู‡......!