Oromia Times

Description
Telegiraam chaanaalii kana irratti oduu fi odeeffannoo Oromiyaa fi addunyaa ni argattu.
Yaada: @fayisa8
Youtube 👉👉
https://youtube.com/channel/UCLPTQfMXS6we7aTT4g9MwCw
We recommend to visit

Qofkii share raba luuqa iyo qofkii raba in wax loo xayaysiiyo

👇👇👇

@Samiir0910

Last updated 1 year, 7 months ago

Hoyga Aflaanta Hindiga Afsomali ah Gaar ahaan Kuwii Hore ee 70aad Kii ilaa 2012kii Jaceyl Waali @ALFAGHISTUDIO Halkan Ka Daawo
Buugaagta Somali ah? @Somalibooks

Kusoo dhawaw Halkan waxa aad ka helaysa filiman xiiso leh kuwii hore kuwii dambe iyo kuwii dhexeba iyagoo ku turjuman afkaaga hooyo.

Qofkii share iyo xayaysiin u baahan ha isoo qabto @xuseenzain

1 year, 7 months ago
Oromia Times
1 year, 7 months ago
1 year, 7 months ago
1 year, 7 months ago
Oromia Times
1 year, 7 months ago
1 year, 7 months ago

#ExitExam

Barattoonni qormaata bahiinsaa walakkaa bara 2017 keessa kennamu irra deebiin fudhachuu barbaaddan galmeen guyyaa har’a Amajjii 14/2017 xumurama sababa ta’eef karaa https://exam.ethernet.edu.et galmaa’aa!

https://t.me/Oromiastudent_s
https://t.me/Oromiastudent_s

1 year, 7 months ago
[#Beeksisa\_Waamicha\_Remedial](?q=%23Beeksisa_Waamicha_Remedial)

#Beeksisa_Waamicha_Remedial
#Yuunivarsiitii_Wallagaa

Bara 2017tti galmeen barattoota sagantaa sirreeffamaaf (Remedial) Yunivarsiitii Wallagaatti ramadamani Amajjii 19 fi 20/ 2017 akka ta’e yunivarsiitichi beeksiseera.

✳️Bakka Galmee:

➭ Barattootni saayinsii uumamaa, qubeen jalqabaa maqaa keessani A-M eegalu, mooraa guddichatti (Naqamtee)

➭ Barattootni saayinsii uumamaa,qubeen jalqabaa maqaa keessani N-Z eegalu, Mooraa Shaambuu.
➭ Barattoota saayinsii hawaasaaf, maqaan keessan A-H mooraa guddicha.
➭ Barattoota saayinsii hawaasaa kan maqaan keessan I-Z mooraa Gimbiitti

✔️Wantoota yeroo galmeef deemtan qabachuu qabdan:

➭ Ragaa barnootaa kutaa 8-12,
➭ Suuraa 3×4 afur;
➭ Ansoolaa, Uffata qorraa, tiraascarqi

http://t.me/OromiaStudent_s
http://t.me/OromiaStudent_s

1 year, 7 months ago
Oromia Times
1 year, 7 months ago
Barattoonni Saanduqa-Kakuu(Taabota)tti qoosan to’atamaniiru.

Barattoonni Saanduqa-Kakuu(Taabota)tti qoosan to’atamaniiru.

Barattoota Sadi maq-balleessii amantaa irratti gaggeessan tarkaanfii irratti fudhatamuu Bulchiinsi fi Nageenyi Magaalaa Amboo beeksise.

Bulchiinsa magaalaa Ambootti barattoota sadi saanduqa kakuu(Taaboota) fakkeessanii miidiyaa hawaasaa Tiiktook gubbaatti amantaa ortodoksii irratti qoosan tarkaanfiin irratti fudhatameera.

Barattootni kunis, Yuunivarsiitii Ambootti kan baratan yoo tahuu yeroo ammaa to'annoo seera jala akka jiraniif Yuunivarsiitiin Amboos adabbii Naamusaa kennuuf kallatti akka kaa’e odeessi koomishinii
Magaalichaa irraa arganne ni mullisa.

http://t.me/OromiaStudent_s
http://t.me/OromiaStudent_s

1 year, 7 months ago
We recommend to visit

Qofkii share raba luuqa iyo qofkii raba in wax loo xayaysiiyo

👇👇👇

@Samiir0910

Last updated 1 year, 7 months ago

Hoyga Aflaanta Hindiga Afsomali ah Gaar ahaan Kuwii Hore ee 70aad Kii ilaa 2012kii Jaceyl Waali @ALFAGHISTUDIO Halkan Ka Daawo
Buugaagta Somali ah? @Somalibooks

Kusoo dhawaw Halkan waxa aad ka helaysa filiman xiiso leh kuwii hore kuwii dambe iyo kuwii dhexeba iyagoo ku turjuman afkaaga hooyo.

Qofkii share iyo xayaysiin u baahan ha isoo qabto @xuseenzain